Telegram Web Link
Ministeerri Nageenyaa Israa'iil Ben-Gvir haleellaa haaloo ba'annaa Israa'iil kan ganama kana fashalaa'e irratti yaada kennaniin "Haleellaa dadhabaa fi baayyee nama aarsu" jechuun dallansuu isaanii ibsatan.

Ben-Gvir toora X (Twitter) isaanii irratti haleellaa Diroonii Israa'iil biyya Iraan irratti geggeessite tti gadduu isaanii kan akeekan yoo ta'u haleellaa haaloo ba'annaa Israa'iil Addunyaan haala adda ta'een eegaa jirtu salphumaan qilleensa irratti fashalaa'uun isaan qaanfachiisee jira.

Odeessaalee maddeen amanamoo hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF
MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 ๐Ÿ“ก
๐Ÿ“Œ Logo
๐Ÿ“Œ Cover book ๐Ÿ“”
๐Ÿ“Œ flyer
๐Ÿ“Œ Banner
๐Ÿ“Œ Pamphlet
๐Ÿ“Œ YouTube thumbnail
๐Ÿ“Œ Facebook Profile & Cover
๐Ÿ“Œ Business & Thank you Card
๐Ÿ“Œ Others... Graphics

Haala isin feetaniin isiniif qopheessina.


Asiin Na qunnamaa ๐Ÿ‘‡


@fileembar1 @fileembar1
Forwarded from ABDII SABAA
โ„น๏ธ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             โ‡ฃ
Namoota hojii online hojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://www.tg-me.com/hulepay_official_bot?start=r0158985235

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโœ…Checkยป kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
๐Ÿ†• Dhaabbanni hulepay haga April 27 tti gatii affeerraa nama tokkoof qarshii 1 ture, gara qarshii 3tti ol guddiseera.

Kunoo linkii gadiin seenuun namoota affeeraa qarshii danuu hojjedhaa!๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://www.tg-me.com/hulepay_official_bot?start=r0158985235

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://www.tg-me.com/hulepay_official_bot?start=r0158985235

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโœ…Checkยป kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii sadi kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
Forwarded from Imalli Koo Galma Qaba via @PostBot
โœ…๐๐ข๐ฅ๐›๐ข๐ฅ๐š ๐Š๐š๐ง๐š ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š ๐‚๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐จ๐ญ๐š ๐๐š๐š๐ฒ๐ฒ๐ž๐ž ๐๐š๐›๐›๐š๐ซ๐ž๐ž๐๐ฎ๐ฎ ๐“๐š'๐š๐ง๐ญ๐ฎ ๐€๐ฌ ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š ๐‰๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ!!  ๐๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐๐š ๐…๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š ๐‰๐ž๐๐ก๐ฎ ๐Œ๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ญ๐ญ๐จ๐จ ๐ƒ๐ข๐ข๐ฆ๐š๐š โญ• ๐๐ข๐ฅ๐›๐ข๐ฅ๐š ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š ๐‰๐ข๐ซ๐ฎ ๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ ๐“๐จ๐ค๐ค๐จ ๐“๐ฎ๐ช๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐š๐š๐ง ๐‡๐š๐š ๐’๐ž๐ž๐ง๐ฎ๐ฎ.

    โ•ญโ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ•ฎ
    โ”ƒ  โ—   โ•โ• โ–ช๏ธ      โ”ƒ     
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒ           โญ•             |
    โ•ฐโ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ•ฏ

๐๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐๐š ๐…๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š ๐‰๐ž๐ญ๐ญ๐ฎ ๐’๐ข'๐š ๐“๐จ๐ค๐ค๐จ ๐Œ๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ญ๐ญ๐จ๐จ ๐Š๐š๐ง๐š โญ• ๐“๐ฎ๐ช๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐š๐š๐ง ๐€๐๐ ๐Š๐š๐ง ๐‰๐ž๐๐ก๐ฎ ๐“๐ฎ๐ช๐ข๐ข

โž• ๐‘จ๐’…๐’… ๐’€๐’๐’–๐’“ ๐‘ช๐’‰๐’‚๐’๐’๐’†๐’ โž•
Rooba jabaa Keeniyaatti Roobaa jiruun lubbuun namoota hedduu darbe.

Keeniyaatti Balaa Lolaa mudateen lakkoofsi namoota duโ€™anii 170 gaโ€™eera.

Balaa Lolaa hamaa Giddu Galeessa Keeniyaatti mudateen lakkoofsi namoota lubbuun darbanii 170 gaโ€™uu ibsameera. Keeniyaatti rooba cimaa walitti fufiinsaan roobaa jiruun lolaan lubbuu namoota hedduu galaafachuu hordofee Pireezidaantin biyyattii Wiiliyaam Ruutoon kaabineesaanii wal-gahii ariifachiisaa waamuu BBC, Al Jazeera fi Bloomberg gabaasaniiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 ๐Ÿ“ก
ABDII SABAA
Photo
Sammuu namtolcheen (AI) yeroo jalqabaaf xiyyaara waraanaa balaliise.

sammuu namtolchee guddachaa kan jiru yoo taโ€™u, amma balaliistota xiyyaara waraanaa bakka buusuuf yaaliin godhamaa jira.

Humni Qilleensaa Ameerikaa balalii yaalii xiyyaara waraanaa AI gaggeesse.

Hanga ammaatti teknooloojiin kun gargaarsa namaa malee ofuma isaatiin balalii yaalii 20 kan taasise yoo ta'u, ogeeyyiin hedduun qorannoo kana hordofuun balaaleffataniiru.

APn ogeeyyii AI wabeeffachuun AI xiyyaara waraanaa akka balali'u hayyamuun of eeggannoo akka barbaadu ibseera.

Boombii fi meeshaalee waraanaa biroo AI'f kennuunis akka tasaa bakka namoonni itti baay'atanitti boombii darbachuu fi namoonni miidhamuu akka danda'an ogeeyyiin kun akeekkachiisaniiru.

Humni Qilleensaa Ameerikaa yaalii kana gaggeesse balalii xiyyaara waraanaa AIn gargaaramtu yaaliin akka itti fufu beeksiseera.

Qormaanni balalii kun keessumaa naannoowwan dhala namaatiif balaa qaba jedhamee fudhatamu haleeluu, fi haleellaa mudaa hin qabne raawwachuuf akka fayyadu beeksiseera.

Dhaabbileen addunyaa hedduun sammuu namtolchee bal'inaan fayyadamaa kan jiran yoo ta'u, ogeeyyiin garuu teeknooloojii kana irratti to'annoo cimaa akka qabaatan gaafachaa jiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 ๐Ÿ“ก
Guyyaa har'aa balaliin Daandii Qilleensa Itoophiyaa lakkoofsi ET154 Hawaasaa irraa gara Finfinneetti imalaa kan ture yoo ta'u, aarri xiyyaaricha keessatti mul'ateera.

Haa ta'u malee, Daandiin Qilleensa Itoophiyaa xiyyaarri kun rakkina tokko malee buufata xiyyaaraa idil addunyaa Finfinnee Booleetti karra imaltootaaf murtaa'e irratti akka dhaabbate beeksiseera.

Imaltoonni xiyyaara irraa nagaan akka bu'an dubbateera.

"Yeroo ammaa kana sababni taatee kanaa qoratamaa jira," jechuun Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa taatee mudateef maamiltoota isaa dhiifama gaafateera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 ๐Ÿ“ก
Konkolaachiftoonni dhugaatii alkoolii dhuguun konkolaachisuun argaman 40 adabamaniiru

Abbaan Taayitaa Bulchiinsa Tiraafikaa Magaalaa Finfinnee tibbana konkolaachiftoota 638 irratti qorannoo afuuraa kan gaggeesse yoo ta'u, konkolaachiftoonni dhugaatii alkoolii dhuguun konkolaachisuun argaman 40 adabamuu beeksise.

Abbaan taayitichaa waajjirichi toโ€™annoo konkolaachisaa machaaโ€™ee oofuu cimsuu isaa kan beeksise yoo taโ€™u, toโ€™annoon kun karaa waajjiraalee damee Boolee, Lammii Kuraa, Aqaaqii Qaallittii fi Araadaatiin raawwatameera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 ๐Ÿ“ก
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 5ffaa Baankii Oromiyaa irraa!

Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 5ffaa badhaafamaa!

1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Mallattoo Share โคด fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa!

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu.

5แŠ›แ‹ แ‹จ1000.00 แˆฝแˆแˆ›แ‰ต แŠจแŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แ‰ฃแŠ•แŠญ!

แˆ˜แˆแ‹•แŠญแ‰ฑแŠ• แ‹ซแŒ‹แˆฉแฃ แ‹จ5แŠ› แ‹™แˆญ แ‹จ1000.00 แ‰ฅแˆญ แ‰ฐแˆธแˆ‹แˆš แ‹ญแˆแŠ‘!

1 - แ‰ แ‰…แ‹ตแˆšแ‹ซ แ‰€แŒฅแˆŽ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• แˆŠแŠ•แŠญ แ‹ญแŒซแŠ‘
https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2 - แ‰ แˆ˜แ‰€แŒ แˆ Start แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‹ญแŒซแŠ‘
3 - Join Channel แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‹ญแŒซแŠ‘
4 - แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฆแ‰ฑ แ‹ญแˆ˜แˆˆแˆฑ
5 - Continue แˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‰ฐแŒญแŠแ‹ แ‹จแˆ˜แŒ‹แ‰ แ‹ฃ แ‹จแˆผแˆญ แˆแˆแŠญแ‰ตโคด แ‹ซแŒแŠ™
6 - แˆ˜แˆแŠฅแŠญแ‰ฑแŠ• แˆˆแ‹ˆแ‹ณแŒ… แ‹˜แˆ˜แ‹ตแ‹Ž แ‹ซแŒ‹แˆฉ

แˆ˜แˆแ‹•แŠญแ‰ฑแŠ• แ‰ขแ‹ซแŠ•แˆต แˆˆ50 แŠฅแŠ“ แŠจแ‹šแ‹ซ แ‰ แˆ‹แ‹ญ แ‹ˆแ‹ณแŒ… แ‹˜แˆ˜แ‹ตแ‹Ž แˆผแˆญ แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‹จ1000.00 แ‰ฅแˆญ แ‰ฐแˆธแˆ‹แˆš แ‹ญแˆแŠ‘!

แŠ แˆแŠ‘แŠ‘ แˆผแˆญ แˆ›แ‹ตแˆจแŒแฃ แ‹ญแŒ€แˆแˆฉ แ‰€แ‹ตแˆ˜แ‹ แ‹ซแˆธแŠ•แ‰!
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 5ffaa Baankii Oromiyaa irraa!

Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 5ffaa badhaafamaa!

1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=5062635488
2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Mallattoo Share โคด fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa!

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu.

5แŠ›แ‹ แ‹จ1000.00 แˆฝแˆแˆ›แ‰ต แŠจแŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แ‰ฃแŠ•แŠญ!

แˆ˜แˆแ‹•แŠญแ‰ฑแŠ• แ‹ซแŒ‹แˆฉแฃ แ‹จ5แŠ› แ‹™แˆญ แ‹จ1000.00 แ‰ฅแˆญ แ‰ฐแˆธแˆ‹แˆš แ‹ญแˆแŠ‘!

1 - แ‰ แ‰…แ‹ตแˆšแ‹ซ แ‰€แŒฅแˆŽ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• แˆŠแŠ•แŠญ แ‹ญแŒซแŠ‘
https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=5062635488
2 - แ‰ แˆ˜แ‰€แŒ แˆ Start แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‹ญแŒซแŠ‘
3 - Join Channel แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‹ญแŒซแŠ‘
4 - แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฆแ‰ฑ แ‹ญแˆ˜แˆˆแˆฑ
5 - Continue แˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‰ฐแŒญแŠแ‹ แ‹จแˆ˜แŒ‹แ‰ แ‹ฃ แ‹จแˆผแˆญ แˆแˆแŠญแ‰ตโคด แ‹ซแŒแŠ™
6 - แˆ˜แˆแŠฅแŠญแ‰ฑแŠ• แˆˆแ‹ˆแ‹ณแŒ… แ‹˜แˆ˜แ‹ตแ‹Ž แ‹ซแŒ‹แˆฉ

แˆ˜แˆแ‹•แŠญแ‰ฑแŠ• แ‰ขแ‹ซแŠ•แˆต แˆˆ50 แŠฅแŠ“ แŠจแ‹šแ‹ซ แ‰ แˆ‹แ‹ญ แ‹ˆแ‹ณแŒ… แ‹˜แˆ˜แ‹ตแ‹Ž แˆผแˆญ แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‹จ1000.00 แ‰ฅแˆญ แ‰ฐแˆธแˆ‹แˆš แ‹ญแˆแŠ‘!

แŠ แˆแŠ‘แŠ‘ แˆผแˆญ แˆ›แ‹ตแˆจแŒแฃ แ‹ญแŒ€แˆแˆฉ แ‰€แ‹ตแˆ˜แ‹ แ‹ซแˆธแŠ•แ‰!
2024/05/10 01:56:20
Back to Top
HTML Embed Code: