Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 6ffaa Baankii Oromiyaa irraa!

Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 6ffaa badhaafamaa!

1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Mallattoo Share fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa!

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu.

6ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ!

መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ6ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!

1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ
5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት ያግኙ
6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ

መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!

አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
Wanti hunduu ni darba
Garuu....
Wanti hundi hin dagatamu .
Jireenyi eenyufillee barnoota bilisaa hin kennitu.Jireenyi na barsiiste namni jedhu gatii hedduu kaffalee jira jechuudha.
#Nagib_mahfouz
Maaddii sobaa irraa nyaattee quufuu irra
Dirree dhugaa irratti beela'uu filadhu.

@A4mulaa_jireenyaa
Of wajjin yeroo fudhachuun
Tarkaanfii #moo'ichaa isa jalqabaati.

@A4mulaa_jireenyaa
Dibattee miidhagdee
Yoo gad baatu manaa
Kan miidhagu si'i
Kan maraatu Anaa 🥸
An Ammas waanuma keen Yaada 😳
🌿 💚 Yaa Ergamaa Rabbii
Hedduun SI Jaaladha
Jaalalaan Siif Qabu
Maaliiniin Ibsadha

Atiis Na Jaalatta
Habiibii Na Caalaa
Ergamaa Rahmataa
Yaa Bareedaa Haalaa


💚🌴 💚


🌴Soora Qalbii 🌴
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Walaloo 🫶🏼
:¨·.·¨: 
 `·.   @Jaalala_qulqulluu ❤️
Forwarded from Jaalala♡Qulqulluu💖
:¨·.·¨: 
 `·.   @Jaalala_qulqulluu ❤️
Natti haa hafu!
~
Jaalalli kee yeroof taanaan
Bulee oolee kan cabbaa'u
Miira faana xaaraa tuqee
Miira faanas tasgabbaa'uu

Qalbii kanke eeggachuudhaf
Soqxee imalte natti dhufnaan
Onnee kan kee feetu bantee
Feetu ammoo natti cufnaan

Miidhamuurra madaa'urraa
Qalbii guutuun akkan rafuu
Kan summiidhan makame sun
Jaalalli kee natti haa hafuu...!

@A4mulaa_jireenyaa
Uffata qarshii guddaa
Keessaa filtee uffatta
Hiyyeessa jalaan duudda
Saree caalaa tuffatta!

Aalbee jechaan kukkuttee
Boossiftee gadoochita
Xiinsammuusaa rukuttee
Jechootaan hadoochita

Kan jibbif of tuulummaan
Sammuu keerraa wal morku
Hin dagattemoo laata
Foon kee rimmi akka qorqu...?

@A4mulaa_jireenyaa
Sin Jaaladha
.
Akka kophee Haaraa
Hunduu Bituu Fedhuu
Akka Lafa Warqee
Namni Marti Haadhuu
Sin Jaaladha

Akka Karaa Haaraa
Akka Jiruu Faaraa
Akka Sammuu Qaraa
Akka Aangoo Jaraa
Sin Jaaladha

Akka Ilmoo Ofii
Akka Wayyaa Suuufii
Sin Jaaladha

Akka Piizaa Kaaffeee
Akka Marga Caffee
Akka Shayii Danfee
Akka Birraan Dhufee
Sin Jaaladha

Akka Mana Viillaa
Konkolaataa koroollaa
Akka Warshaa Biqilaa
Akka Gaara Hilaalaa
Sin Jaaladha

Akka isteetii Laas Veegaas
Akka Fincaa'a Laga Hawaas

Sin Jaaladha

Akka Qabeenya Daangotee
Akka Facaafannaa Ateetee
Sin Jaaladha

Sin jaaladha Anii
Akka Hundaatittuu
Tarii Tokkoon Gammadda
Garaa hin Jabaattuu 😉

@A4mulaa_jireenyaa
Waa'ee Kee

Si dhabe jedheetoo
Onneen nan gaddine
Nama waliin taatus
Si yaaduu hin dhiifne

Ittuu ni dabale
Isa duraarrayyuu
Dhiisuu hin dandeenye
Si yaaduu yoomiyyuu

Akkan taane taanee
Qaata adda baane
kiyyan taatu jedhee
Si yaaduu hin dhiisne

Waa'ee kee yoon yaadu
Waan gaarin yaadadha
Akkatti adda baane
Hunda nan dagadha

Waan gaarii kaleessan
Onneen koo si yaada
Garuu sin jaaladhuum
Seenaa keen araada

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
Yoo mo'amuu sodaatta ta'e
injifachuun siif hin malu.

@A4mulaa_jireenyaa
Eeyyee kanin jaalladh
Abdiin onneeko suma
Imaanaa kee dagadhee
Hin seenu mana gumaa
~
Anoo sirran fagaadhu
Yeroo kamuu yoo ta'e
Si faana kanin kaadhu
Iddoo ati geessu ga'ee..
~
An dhiisee si barbaaduu
Gonkumaa garaan hiruu
Gaafan waa'eeke yaaduu
Na gammachiisa tiruu.🫶

@A4mulaa_jireenyaa
Maqaa kee yoo kaasan
Onneen koo na dhahata
Habiibii Yaa Rasuul
Yaa Abbaa Rahmataa 💚

Sin jaalladha An
Hadhaaf kaleessallee
Maqaa keen dagadhu
Tasuma Yoomillee 💚

Nagaaf Rahmanni
Dhuma-n qabne Dachaa
Sirraa haa jiraatu
Yaa ergamaa Rabbichaa 💚

. #صلى_الله_عليه_وسلم


🌴Soora Qalbii 🌴
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
🌴Soora Qalbii 🌴
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
#Dhaloota #Zahmaa
Fuudhaa fi Heeruma

Dhalootni zahmaa dhaloota hiriyyoonni isaa waan fuudhaniif ykn heeruman qofaaf fuudhu ykn heerumtu.

● Kanaafi eega wal fuudhanis, Jaalalaa fi jibbansi isaan jidduu jiruus akka haala qilleensa finfinneetti amma amma jijjiirama.

● Gaafa intala fuudhaaf lallaallatu jalqabu, ta deemtu hunda ija itti babaasee hoggaa laalu Raajiinu akka isaa kanatti 'Scan' hin godhu.

● Ka fuudhus osoo diyaasbooraa haadha qabeenyaa taatef hawwa. Hawwiin kun namoota muraasa qofaaf milkaawa. Rabbiin muraasa san keessaa isin haa godhu. Isinis hangasuu Jaartummaaf if qopheessaa.

● Jiran shamarranis osoo abbaa qabeenyaa eeyduu, qabeenya isii guddaa #umrii qisaasti.

● Duuba wanni isin raaju yeroo jarri kun wal-fuudhanii wal-quufanii hiikkaaf mana murtii wal -dhaaban kanatti; Imaltuun finfinneerraa ka'e Adaamaa hin gahu.

.
.
.
Kitaaba Dhaloota Zahmaa keessaa kan qicame.

@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Dhiiraaf durbaan; xiqqaaf guddaan; biyya keessaaf biyyaan alaa; HUNDI keessan obboloonni Muslimaa martuu baga Rabbiin ayyaana iid al-adahaa kan bara 1445H dhaan iain ga'e: nu ga'e.

Inni "warra baranaa" nuun jedhe "warra egeree" nuun haa jedhu.

Eid-Mubarek!
2024/06/16 03:22:17
Back to Top
HTML Embed Code: