Telegram Web Link
Fiigicha Maaratonii
Atileet Taamiraat Tolaa
Carraa gaarii.......
@ABBAA_BIYYAAF
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             β‡£
Namoota hojii online hojjettan maraaf!


Step 1 :- Start tuqaa!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/hulepay_official_bot?start=r0681439283

Step 2 :-Channel join taasisaa! Sana booda Β«βœ…CheckΒ» kan jedhu tuqaa!
Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/hulepay_official_bot?start=r0681439283
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu
⚠️  Eeggannoo❗

Link hiriyootaan isiniif ergamu calliftanii banuun
1. Hackeridhaaf isin saaxila
2. Yakki account keessaniin hojjetamnaan dhaabbanni telegram banned akka taatan godha!

Account keessan eeggachuuf:
1. Two-step verification code fayyadamaa!
2. Security management keessan yeroo hundumaa ceck godhaa!
3. Link adda addaa isiniif ergamu, adda baaftanii utuu hin hubatin hin tuqinaa!
Join and share πŸ‘‰ @ABBAA_BIYYAAF
Gaaffii kana irratti deebii kennu dandessa 😳
"#Warqeen ibiddaan qorama,
#Dubartiin warqeen qoramti,
#Dhiirri dubartiin qorama"
dubbii hayyuu kami..?
dhugaa dha..?πŸ™„πŸ™„πŸ™„
Join and share✍️ @ABBAA_BIYYAAF
Baga geessan Irreechaa Hora Finfinnee Irreechi kan milkii fi gammachuu nuuf haa ta'u!β€οΈβ€οΈβ€οΈπŸ™πŸ™πŸ™
Forwarded from JΓΈnΓ­ N Z
Forwarded from JΓΈnΓ­ N Z
Forwarded from πŸ‘«ABBAA BIYYAA ❀❀ (𝕽𝑬𝑡𝑡𝒀(π’“π’†π’Žπ’ƒπ’) 𝑴𝑨𝑡)
⚠️  Eeggannoo❗

Link hiriyootaan isiniif ergamu calliftanii banuun
1. Hackeridhaaf isin saaxila
2. Yakki account keessaniin hojjetamnaan dhaabbanni telegram banned akka taatan godha!

Account keessan eeggachuuf:
1. Two-step verification code fayyadamaa!
2. Security management keessan yeroo hundumaa ceck godhaa!
3. Link adda addaa isiniif ergamu, adda baaftanii utuu hin hubatin hin tuqinaa!
Join and share πŸ‘‰ @ABBAA_BIYYAAF
πŸ₯€Β°Qoophaa ta'i:
Of ijaari, abjuu kee irratti xiyyeeffadhu Rabbi nama qabatamaan siif malu siif erga.Β°

━━━━━━━━━━━
πŸ–‹οΈ
@hiriyyaaa πŸ–ŒοΈ
Nama hundumaa safuu fi gaarummaadhaan ilaali, sababiin isaas isaan gaarii waan taΚΌaniif utuu hin taΚΌin, ati waan gaarii taateef.


━━━━━━━━━━━
πŸ–‹οΈ
@hirriyyaaa πŸ–ŒοΈ
Onneekoo qabattee
Keessakoo dhuunfatta
Akka tasaatti seentee
Qaama koo to'atta

Anis siif bitameen
Jaalala keen qabame
Lubbuu ko jedheen
Jaalalaan si waame

Nama jabduu kooti ati
Gorsituu waan hundaa
Simbookoo bareedduu
Takkaan qabdu mudaa

Gaafa gadda kootii
Na waliin gadditee
Nama tokko miti
Nama hunda naaf taatee

Jaalatamtuu kiyya
Ibsituu karaa koo
Si waliin jiraadhaa
Siif kennee barakoo


♻️Join & πŸ”—SHARE
╔════════════╗
@hiriyyaaa
β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•
............Jabaadhu.........
Kan qamadiif akeeku
Ingirdaada hin biqilchu
Namni waan guddaa beeku
Waan xiqqoof hin ililchu.

Miilla bitaa kaasanii
Adeemuuf mirgas kaasu
Yaada malee raasanii
Dhamarraa maal baasu

Eelaa malee horanii;
Boriif waan horatani
Kooraa malee koranii
Farda maaf komatani

Albee mormashee qale
Lukkuun baasuuf haati
Dooniin kompaasii qabne
Galaa galaanaa taati

Dhagaan tumameen cabne
Ogeessa dadhabsiisa
Namni mul'atan qabne
Jireenya of dhabsiisa

Mul'anni re'ee miti
Hin bitatan gabaadhaa
Namni qixa jirutti
Dhiibbaa uume jabaadha

Jabaadhu jabaa-dhuutii
Waanuma yaadde argatta
Abjuu keef hojjedhuutii
Mul'ata keenis mul'atta



πŸ’―πŸ’―πŸ’―πŸ’―πŸ’―πŸ’―πŸ’―πŸ’―πŸ’―
╔════════════╗
➑️
@hiriyyaaa πŸ’Œ
β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•
♻️Join & πŸ”—SHARE
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@hiriyyaaa
Kuulleeko  mudhii sonsaa   .................. Maal godheen si obsaa
Magaallee arraba toltuu
Ishee lapheekoo keessaa
Yaada xiqqoon qaba.     ............                          Yoo feetes sittan odeessaa
Qalbii kootu si hawwe,............... kanaafan ofitti oddeessa
Jibbiif hololli namaa
Ittuu walitti nu jabeessa
Yoo argiteef jedheen
Ergaa kana siif barreessa
Hireekee Koottuu buufadhu
Laphee Koo keessa.
Anoo yandoo jaalalaa
Shurrubbaa keettan dheessa

@hiriyyaaa
Nama jalaa dhokachuu dandeenya, dhukkubbii keenya jalaa dhokachuu dandeenya garuu ofii keenyaa fi waan nutti dhagahamu jalaa dhokachuu hin dandeenyu.

Sababni gidiraa fi kophummaa guddaan miira keenya ukkaamsuu, dhoksuu ykn baqachuu filachuudha.  Namoonni jaalala hin sodaatan, miidhamuu sodaatu.

Garuu akka jaallannu taasifamne: namni hundi jaallatamuu barbaada.  Hanga miira jaalala namootaaf qabnutti immoo lubbuun jirra .✨

━━━━━━━━━━━
πŸ–‹οΈ
@hiriyyaaa πŸ–ŒοΈ
Money can buy a house;
           but not home.
Money can buy a bed;
           but not sleep.
Money can buy clock;
           but not time.
Money can buy a book;
      but not knowledge.
Money can buy food;
       but not appetite.
Money can buy your friends;
         but not love.
@hiriyyaaa
Forwarded from JΓΈnΓ­ N Z
Hello and welcome Everyone.I'm welcoming you to the class of forex which will start soon.Meanwhile you can add your friends to this group those who have passion to learn forex and trade in dolar with forex.The class of forex we are going to have does not take long time to complete the course for the first batch. I will complete the course in one month and after you study I will show you how to borrow money from company and start trading.The payment for the beginner class is only 2500 Ethiopian Birr for one month.And the teaching and learning method can be offline and online as your wish so you can contact me for more info. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

πŸ‘‰ Telegram @yonienz
πŸ‘‰Phone number +251996494339
πŸ‘‰Email:
[email protected].
πŸ‘‰To join my trade channel: https://www.tg-me.com/Goldtradesignaljoni
.......Thanks
π—£π—Όπ˜„π—²π—Ώ 𝗼𝗳 π˜„π—Όπ—Ώπ—±.
#Nama tokko faara tolaa itti agarsiiftee,kabajjee,ulfina laatteefi walumaa galatti π—¦π—œπ—‘ π—π—”π—”π—Ÿπ—Ÿπ—”π——π—›π—” yommuu jettuun;miira gammachuutu itti dhagahama ,si simata,of kabaja sis kabaja ,miira simannaa keessa isaatii baasee even waan gaarii osoo siif godhee si gammachisee itti tola

#Namuma sanaan immoo fokkisaa/tuu, faaraa,kun namaayii? jetteenii arrabsoo akkasii yoo arrabsite, isuma sila nagaa ture miira qaamni isaa sila keessa hin turiin gad baasee aaree,boba'ee miira isaa sana tasgabbeessuuf siyyuu rukutuu,waraanuu or ajjeesuuf yaala. Waan nama dhibu garuu kan nama kanaan jedhame garuu sadarkaa jechaatti malee qaama nama kanaatti hin buune. Namni sun garuu arrabsoos akkasumallee Jajuu sana gara keessa namummaa isaatti liqimsee output result (bu'aa) miirasaa as baasa.kanaafuu jireenya wajjiin jiraatamu keessatti namni power of word kana beekee qixa gaariin itti yoo fayyadame in buufata malee itti hin miidhamu.

waan hundumaa keessaa nama taayitaa,barnoota,dhabuu,qabaachuu gulantaa jireenyaa kam iyyuu osoo adda hin baasiin kabajuun immoo namoota wajjiin hariiroo fayya buleessa akka qabaatan nama godha. Yaadi kee olmaakee murteessiti,Olmaankee amalakee murteessiti amallikee eenyummaa kee cimsiti kanaafuu yaadakee kabaji kunuunfadhu.

✍Yonas Nagasa ZawudeπŸ₯°
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@ABBAA_BIYYAAF
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
JOIN AND SHARE
Dubbiin Galatee Burqaa wal-fakkatu kun mana atileetota baay'ee waan turee fi waan jiru fakkaata!

"Walakkaa yoo fudhatte si gaha. Garuu walakkaa deebisiif" Melles Zeenaawii.

Abbaan warraa duraanii Atileet Daraartuu Tulluu wol hiikuu isaanii dura qabeenna duraa saamuun harka duwwaa hambisee ture. Daraartuunis rakkoo hammaa keessatti kuftee turte.

Haa ta'uu malee Daraartuun akka ministirri muummee yeroo sanii Melles isii dhaqqabuuf, "Melles Zeenaawii na dhaqqabi!" jechuun itti hin iyyanne ture.

Melles garuu dhimmicha dursee waan dhagaheef bilbilee yaamuun, "Ani Melles, si barbaadee jiraa amumma tana birootti koottu!" jechuun yaame.

Rakkoo isii qunname tokko tokkoon akka itti himtu gaafate. Haa ta'uu malee Daraartuun, "Abbaan worraa kiyya na yakkee jira!" jechutti qaanahuun badii dhirsi isii irraan gahe kukki didde.

Haa ta'uu malee Melles dhimmicha kana torbaan dura akka irra gahee ture itti himuun akka isiin waan ta'e hunda takka lamaan itti himtu gaafate.

Dhugaa inni dhaga'ee dubbate sana takka lamaan irra deebitee itti himte. Adoo isaan kanarra jiranii abbaan warraa kun Daraartuudhaaf bilbila.

Melles erga abbaa warraa Daraartuu ta'uu mirkaneeffateen duuba bilbila harka Daraartuu irraa fuudhuun, "Ani Melles, muummicha ministeraa Melles Zeenaawii jedhama!" jedheen. Abbaan warraa rifuun bilbila gate.

Xiqqoo erga turanii booda bilbilli deebi'ee bilbilama. "Ani Melles, hin rifatinii suuta jedhi. Dhimma walxaxaa Daraartuu fi si'i jidduu jiru irratti akka haasofnuuf si barbaadee ture. Karaa nageyaatiin adoo mari'attanee waan san fixxanee woyya. Deemee deemee mana murtiittis 50/50 waan isin dhaqqabuuf, walakkaa osoo deebisteef dansa. Biirotti si barbaada waan ta'eef akkamitti akka biiroo koo dhuftu nama sitti erga!" jedheen.

Yeroo kanatti dhirsi Daraartuu, "Lakkii hunda isaa haa fudhattuu, hunda isaa ammuma deebisaaf. Ani aaree waan woldhabeef malee waan biraatiifii moti." jedheen.

Melles yeroo kana,"Lakkii hundaa miti, walakkaan siifis ni mala. Walakkaa deebisiif. Deeggarsa keetiin ala kun hin argamu ture. Waan maraafuu biiroo koottu ni mari'annaa!" jedheen.

"Konkolaataa tokkochaan ala qabeenya koo hundumasaa naaf deebise!" jechuun dubbatte Atileet Daraartuu Tulluu gafa sirna awwalcha Melles Zeenaawii irratti.

Dhugaa Media
Gaaddisa dhugaa!

@ABBAA_BIYYAAF
2025/06/28 00:51:14
Back to Top
HTML Embed Code: