Telegram Web Link
Hayyuu fi maanguddoo biyyaa kan ta'an Haaji Mohaammad Haaji Sa'id sirna umraatiif gara biyya Sa'ud Arabiyaa magaalaa Makkaa imalani achitti tasa guyyaa kaleessaa du'aan Addunyaa kanarraa boqatan.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡
Magaalaa Finfinneetti namoonni 10 qindaa'uun hiriyaa isaanii homaayyuu hin dhukkubsanne nama kaleen isaa lama miidhame fakkeessuun maallaqa namoota irraa walitti sassaabaa turan poolisiin magaalaa Finfinnee to'annoo jala oolchuu beeksise.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡
Oduu Ammee

Iraan ifaan ifatti Israa’el waliin waraana eegalte.

Gareen Saayibarii Iraan Raadaarii Israa’el haak taassisteetti.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡
Iraan yoo Israa'el haaloo baate haleellaa guddaatu eeggata jechuun akeekkachiifte

Iraan Dilbata har'aa Israa'elitti akeekkachiisa ergite.

Akkas jette Iraan, haleellaa kanaan dura ta'ee hin beekne daangaa Israa'el keessatti raawwanneef deebii kennuu hin qabdu.

Yoo kan deebii kennuuf yaaltu ta'e, tarkaanfiin itti aanu kana caalaa cimaa ta'a.

I/Gaafatamaan waajjira Ajajaa waraanaa Iraan M/J Mohaammad Baagerii miidiyaa mootummaa biyyattiif Israa’el yoo deebii kennite deebiin Iraan kan barii har’aa raawwaterra ‘’guddaa ta’a’’ jedhan.

Iraan dabalataan Waashingiteniinis kan akeekkachiifte yoo ta'u, Israa'el akka haaloo baatuuf deeggaruun buufataaleen US gara irratti xiyyeeffatamuutti geessa jette.

Madda:- BBC

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡
Lammiilee Iraan gammachuu ibsuuf daanditti bahan.

Iraan akkuma dhaadataa turtee Dilbata barii haleellaa danuu Israa’elitti raawwatteetti.

Haleellaan haaloo bahuu kuni eega Israa’el haleellaa Sooriyaatti raawwatteen qondaalota waraanaa Iraan ajjeeftee booda eegamaa ture.

Biyyoonni lamaan waggoota dheeraaf diina walii ta’anis kallattiin walitti bu’iinsa keessa yoo seenan kuni yeroo duraatiifi.

Israa’eliifi michoonnishee misaa’eliifi diroonii 300 ol Iraan dhukaaste dhahanii lafa buusuu ibsaniiru.

Iraan garuu haleellaan raawwatte ‘’kaayyoo isaa hunda galma gaheera’’ jechuun ibsite.

Madda:- BBC

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡
Namoonni akka Obbo Battee Urgeessaa ajjeefaman ajaja muummicha ministeeraan ala gonkummaa qaamni ajjeesu hin jiraatu jedhan qondaalli duraanii biltsiginnaa Dr. Milkeessaa Miidhagaa.

Ajjeechaa kanaafi kanneen kana fakkaatan kan raawwatan Koree nageenyaa jedhamanii namoota 7 of keessaa kan qabu ajajni muummicha ministeeraa irraa itti gadi kennamudha jedhe.

Kaayyoon ajjeechaa kanaa uummanni jiilee garbummaa tole jedhee fudhatee akka jiraatuuf jedha Dr. Milkeessaa Miidhagaa.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡
Eebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo Baga Geessan!

Irbuu Shinniggaa!

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             ⇣
Namoota hojii online hojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://www.tg-me.com/hulepay_official_bot?start=r0158985235

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «Check» kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
2024/06/02 13:24:27
Back to Top
HTML Embed Code: