Telegram Web Link
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 5ffaa Baankii Oromiyaa irraa!

Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 5ffaa badhaafamaa!

1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Mallattoo Share fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa!

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu.

5ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ!

መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ5ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!

1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ
https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ
5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት ያግኙ
6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ

መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!

አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 5ffaa Baankii Oromiyaa irraa!

Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 5ffaa badhaafamaa!

1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=5062635488
2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Mallattoo Share fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa!

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu.

5ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ!

መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ5ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!

1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ
https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=5062635488
2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ
5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት ያግኙ
6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ

መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!

አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
Itoophiyaan mootummaa Falasxiin deeggarte.

Kaleessa galgala Yaa'ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ameerikaa magaalaa Niwyoork keessatti geggeeffame irratti sirni sagalee walitti qabuu Falasxiin biyya haa taatu moo hin ta’inii geggeffamaa ture.

Kana waliinis Itiyoophiyaan biyya nagaa ta'uun akka isheef malu sagalee akka kennite marsariitii dhaabbatichaa irraa argameera.

Murtoon Itoophiyaa kunis Israa'el dallansiiseera jedhama.

Falasxiin gama isheetiin deebii kenniteetti, "Namoota bilisummaa Falasxiiniif sagalee kennan hundaan galatoomaa" jetteetti.

Itiyoophiyaa dabalatee biyyoonni 143 Falasxiin biyya ta’uun isheef mala jechuun sagalee kennaniiru.

Biyyoonni sagal Falasxiin biyya ta’uu hin qabdu jechuun kan sagalee kennan yommuu ta’u , biyyoonni 25 Ameerikaa dabalatee callisuu filataniiru.



📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
#KUTAA_12FFAA

Sagantaa guyyaa qormaata kutaa 12ffaa Kan bara 2016 ifoomee jira.

Haaluma kanaan

Qoramtoonni saayinsii hawaasaa

Roobii (03/11/2016)
      Ganama :- Afaan Ingiliffaa
      Guyyaa  :- Herregaa

Kamisa:- (04/11/2016)
      Ganama :- Aptituudii
      Guyyaa  :- Ji'oograafii

Jimaata:- (05/11/2016)
      Ganama :- History
      Guyyaa  :- Economics 

Qoramtoonni saayinsii uumamaa Adoolessa 9-11/2016 fudhatu.

Kibxata:- (09/11/2016)
      Ganama :- Afaan Ingiliffaa
      Guyyaa  :- Maths

Roobii (10/11/2016)
      Ganama :- Aptituudii
      Guyyaa  :- Physics

Kamisa:- (11/11/2016)
      Ganama :- Chemistry
      Guyyaa  :- Biology

Qoramaanni Bara 2016 magaalota filatamoo ta'an keessatti barattoonni filataman toora interneetii kan fudhatan yoo ta'u, barattoonni kan hafan Yuunivarsitiiwwan keessatti waraqaan ni fudhatu jedhameera.

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
#Kutaa_12ffaa

Manneen barumsaa qormaata xumura kutaa 12ffaa  kan bara 2016 toora interneetiin qoran ifoomeera.

Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 bifa waraqaa fi toora interneetiin akka kennamu ni beekama. Bu’uura kanaan barattoonni qormaata kana karaa interneetii fudhatan magaalota filatamoo kanneeniin qofatti kan fudhatan ta'a.

Haaluma kanaan, qoramtoonni qormaaticha fudhachuun dura  shaakala gahaa gochuun barbaachisaa waan ta'eef, guyyaa har'a Sanbata Caamsaa 10/2016 irraa eegalee naannoolee argamanitti waan ramadaniif shaakaluu ni danda'u jechuun ibsameera.

Qoramtoonni Maqaa Fayyadamaa(username) fi 'Password' manneen barnootaa isaanii irra fudhachuu ni danda'u.



📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
ABDII SABAA
Photo
Bakka helikooptarri Pirezidaantii Iraan Ibraahim Raayisii fe'ee ture kufetti mallattoon lubbuu namaa hin mul'anne.

👉 Namoonni siyaasaa Ameerikaa X irratti gammachuu isaanii ibsaa jiru

Televizhiniin mootummaa Iraan akka gabaasetti, bakka balaan helikooptarri Pirezidaantii Ibraahim Raayisii fi Ministira Dhimma Alaa Iraan Huseen Amiir Abdolayan fe’ee mudatetti mallattoon lubbuu namaa hin mul’anne.

Raayisiin naannoo daangaa Iraan fi Azarbaajaan irraa erga deebi'ee booda gara magaalaa Tabriiz deemaa ture. Balaan walfakkaataan kun kaaba dhiha Iraan keessatti kan mudateera., Hojiin barbaacha guddaan haala qilleensaa hamaadhaan kan gufate yoo ta’u, dirooniin Turkii barbaacha helikooptara Raisin irratti hirmaate marsariitiiwwan balalii hordofan irratti argamee jira.

Namoonni siyaasaa Ameerikaa balaa helikooptara kanaa irratti gammaduu isaanii ibsaa jiru. Dura taa'aan koree tajaajila hidhannoo mana maree paartii Rippabilikaan Maayikeel Waaltz, helikooptarri kun dhabamuu isaa ''kasaaraa gaarii'' jedhan. Rippabilikaan Filooriidaa Riik Iskootiin X irratti akkas jedhe, "Raisiin yoo du’e addunyaa kana caalaa bakka nageenya qabuu fi fooyya'aa ta'a."

Namoonni giddugala magaalaa Tehran keessatti addabaabayii Vali-Asur keessatti jilbeenfatanii kadhannaa taasisaa jiru, pirezidaantichi akka lubbuun jiraatan hawwaa jiru.



📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
TOORA PIREZIDAANTOOTA BALAA AVIYEESHINIIN DU'ANII:

🇵🇾 Pireezidaantii Paaraaguway (1940) 🛩️
🇵🇭 Pireezidaantii Filippiins (1957) 🛩️
🇧🇷 Pireezidaantii Biraazil (1958) 🛩️
🇮🇶 Pireezidaantii Iraaq (1966) 🛩️
🇧🇷 Pireezidaantii Biraazil (1967) 🛩️
🇧🇴 Pirezidaantii Booliiviyaa (1969) 🚁
🇪🇨 Pireezidaantii Ekuwaadoor (1981) 🛩️
🇲🇿 Pireezidaantii Moozaambiik (1986) 🛩️
🇵🇰 Pirezidaantii Paakistaan ​​(1988) 🛩️
🇷🇼 Pireezidaantii Ruwaandaa (1994) 🛩️
🇧🇮 Pirezidaantii Burundii (1994) 🛩️
🇲🇰 Pireezidaantii Kaaba Maqedooniyaa (2004) 🛩️
🇵🇱 Pireezidaantii Poolaandi (2010) 🛩️
🇨🇱 Pireezidaantii Chiilii duraanii (2024) 🚁
🇮🇷 Pirezidaantii Iraan (2024) 🚁

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 6ffaa Baankii Oromiyaa irraa!

Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 6ffaa badhaafamaa!

1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=921836857
2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Mallattoo Share fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa!

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu.

6ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ!

መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ6ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!

1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=921836857
2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ
5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት ያግኙ
6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ

መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!

አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
ABDII SABAA
Photo
Qormaata Kutaa 6ffaa, 8ffaa Fi Kutaa 12ffaaf Qophiin Xumurame – BBO

Qormaata sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa, 8ffaa fi kan biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaaf qophiin xumuramuu Biiroon Baarnootaa Naannoo Oromiyaa ibseera.

Qormaata kutaa 6ffaa, kutaa 8ffaa sadarkaa naannootti kennamuufi qormaata biyaaleessaa kutaa 12ffaaf qophiin kan xumurame ta’uu Hoogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr Tolaa Barisoo ibsaniiru.

Oromiyaatti bara kana barattootni kuma 246 ol qormaata kutaa 12ffaa kan fudhatan ta’uu eeraniiru.

Akka Naannoon Oromiyaatti bara kana qormaanni kutaa 6ffaa yeroo jalqabaaf kan kennamu yoo tahu, Barattoonni kutaa 6ffaa kumni dhibba 731 fi 955 kan qoraman ta’uu himaniiru.

Yeroo ammaa Qormaanni giddu gala wiirtuu qormataa hunda qaqqabee jiraachuu kaasuun qophiin qormaataaf taasifamu xumuramuu ibsaniiru.

Akka Oromiyaatti barattoonni miiliyoona 11.6 ta’an barnootaa irratti argamu jedhan.

Gama Onlaayiinin Magaalota Shaggar, Adaamaa, Bishooftuu fi Jimmaatti Barattoonni shaakala ga’aa taasisanii jiraachuus kaafameera.

Kanneen hafanis, Yuuniversitiiwwan Oromiyaa keessa jiranitti shaakaluun ga’umsi isaanii erga ilaalamee gama onlaayiniin kan qoraman ta’uu dubbataniiru.

Waliigala naannichatti barattoonni miiliyoonni1 fi 651 ol qoramaata sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa, 8ffaa fi kan biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf qophiin xumuramuu himaniiru.

Qormaanni kutaa 6ffaa Caamsaa 29 fi 30 akkasumas qormaanni kutaa 8ffaa waxabajjii 4 fi 5 akka kennamu ibsuu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 📡

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 6ffaa Baankii Oromiyaa irraa!

Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 6ffaa badhaafamaa!

1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=386095768https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=5062635488
2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Mallattoo Share fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa!

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu.

6ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ!

መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ6ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!

1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=5062635488
2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ
5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት ያግኙ
6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ

መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!

አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
2024/06/02 09:38:51
Back to Top
HTML Embed Code: