Telegram Web Link
#Join_Our_Channel🌟

●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━
@Insha_allah❤️

#Join_Our_Channel🌟

●On Tg 👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━

●On Fb 👇
https://fb.me/ALNMYJ
Jiraattota muslimaa magaalaa ciroo hundaaf

Guyyaa boruu salaata jummaarratti hiriirri mormii majlisa seeraan ala filamanirratti waan godhamuuf masjiida Nuuritti akka nuuf argamtan kabajaan isin gaafanna


#Join_Our_Channel🌟

●On Tg 👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━

●On Fb 👇
https://fb.me/ALNMYJ
Forwarded from Rahma_Chiro_DG🔉🔊
AS WR WB
Guyyaa harraa kan kabajama akkasumas guyyaa juma'a

Akkuma Arman olitti argitanitti ⬆️⬆️⬆️⬆️ Hiriraa nageyaa bahuudhaan sagalee dhageessisaa turan
Hiriirri kun magaalaa ciroo naannoo masjiidu nuuritti gaggeefameera

Sagaleen dhageessisaa turaniis "Majlisni Itiyoophiya Muslimoota Itiyoophiyaa bakka hin bu'u kanaafuu filannoon haqa qabeessa tahe nuuf haa godhamu" jechaa tokkummaa cimaadhan sagalee isaanii salaata juma'a haala miidhagaa akkana fakkaatuun erga salaatan booda dhageessisaa turan.
@Rahma_Chiro_DG
@Rahma_Chiro_DG
Forwarded from Rahma_Chiro_DG🔉🔊
Forwarded from Rahma_Chiro_DG🔉🔊
Holy Quran, Fussilat (41:34)

وَلَا تَسْتَوِي الْحَسَنَةُ وَلَا السَّيِّئَةُ ۚ ادْفَعْ بِالَّتِي هِيَ أَحْسَنُ فَإِذَا الَّذِي بَيْنَكَ وَبَيْنَهُ عَدَاوَةٌ كَأَنَّهُ وَلِيٌّ حَمِيمٌ

Wala tastawee alhasanatu wala alssayyiatu idfaAA biallatee hiya ahsanu faitha allathee baynaka wabaynahu AAadawatun kaannahu waliyyun hameemun

The good deed and the evil deed are not alike. Repel the evil deed
with one which is better, then lo! he, between whom and thee there was enmity (will become) as though he was a bosom friend.

#Join_Our_Channel🌟

●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━
Al-Nasr Muslim youth association

*Gorsa Hayootaa fi ulama'aotaa
*Haadisa
*Qura'anaa fi hiikaa isaa
*suuraalee fi vidiyoolee gara garaa
*jachamootaa fi oddefanno shari'awaa ta'e argachuudhaaf...
#Nu_Hordofaa
●Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━

Al-Nasr Muslim youth association

*የአዋቂዎች እና የኡለማ ምክር
*ሃዲስ
*ቁርአንና ትርጉሙ
*አስተማሪ የሆኑ ምስሎች እና ቪዲዮዎች
*የተለያዩ ሸሪዐዊ መረጃዎች ለማግኘት
●Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━
ይቀላቀሉን
Holy Quran, Al-Baqara (2:255)

اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ الْحَيُّ الْقَيُّومُ ۚ لَا تَأْخُذُهُ سِنَةٌ وَلَا نَوْمٌ ۚ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۗ مَنْ ذَا الَّذِي يَشْفَعُ عِنْدَهُ إِلَّا بِإِذْنِهِ ۚ يَعْلَمُ مَا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُمْ ۖ وَلَا يُحِيطُونَ بِشَيْءٍ مِنْ عِلْمِهِ إِلَّا بِمَا شَاءَ ۚ وَسِعَ كُرْسِيُّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ ۖ وَلَا يَئُودُهُ حِفْظُهُمَا ۚ وَهُوَ الْعَلِيُّ الْعَظِيمُ

Allahu la ilaha illa huwa alhayyu alqayyoomu la takhuthuhu sinatun wala nawmun lahu ma fee alssamawati wama fee alardi man tha allathee yashfaAAu AAindahu illa biithnihi yaAAlamu ma bayna aydeehim wama khalfahum wala yuheetoona bishayin min AAilmihi illa bima shaa wasiAAa kursiyyuhu alssamawati waalarda wala yaooduhu hifthuhuma wahuwa alAAaliyyu alAAatheemu

Allah! There is no deity save Him, the Alive, the Eternal. Neither slumber nor sleep overtaketh Him. Unto Him belongeth whatsoever is in the heavens and whatsoever is in the earth. Who is he that intercedeth with Him save by His leave? He knoweth that which is in front of them and that which is behind them, while they encompass nothing of His knowledge save what He will. His throne includeth the heavens and the earth, and He us never weary of preserving them. He is the Sublime, the Tremendous.

#Join_Our_Channel🌟

●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━
Xiinxali dubbisi eega dubbistees share
godhi jzk

Calculation Herreegaa Akkaan Hamaafi
Balaafamaa Tahe

Wallaahii Hedduu Na Sodaachisee Hanga
Booyutti Dhihaadhetti

Sirriidha Umriin Jiruu Ilma Namaa Harka
Rabbiiti Jirtii

*Mee Osoo Tilmaamnee Waggaa 60
jiraattee Haa jennuu

*Yoo Guyyatti saa'aa 8 Rafte Waggaa 60
Keessaa Ati Waggaa 20 Hirriibaan
Dabarsite.

*Yoo Guyyatti Hojii saa'aa 8 Kan Hojjattu
tahees waggoota 20 Hojiini Dabarsite

*Waggaa 15 joollummaa Keetiin kuchiiste

*Yoo Guyyatti al-lama nyyaataaf walakkaa
saa'aa( 0:30 daqiiqaa)Kan teettu Taate
Waggaa 3Guutuu Nyaataaf taa'uudhaan
Dabarsite

Ida'amaan waggoottan Hojii, +Hirriibaa,
+Yeroo nyaataafi +joollummaa keetin
Darbanii Waggaa 58Umrii keetirraa
Waggaa 2Qofatu Siif Hafe

Yaa Nama Waa Argitu ibaadaadhaan Hoo
Saa'aa meeqa Dabarsite Umrii Kee Guutuu
Irraa

Mee Maalumaa Jetta Rabbiin Gaafa inni Si
Herregee Umrii Kee Maal Keessatti Fixxee
Siin jedhe

Dubbii Dhugaa 100%100

Qur'aanni Khabajamaan Fuula 600 ykn
(604) Hin Caalu ..Akkasii mitii

Yoo Na Hin Dhugoomsin Dafii laalii
Koottuu

Argitee ree Fuula meeqa Akka tahe

Hayyee Koottu Haasawa Keenya Itti
Guutannaa kaa

Qur'aanni Fuula 600 Yoo Guyyaa 30
Hirree meeqa ta'a?

Baay'ee herreguun Uf Hin rakkisin Dubbiin
Salphaadha

Fuula 600÷30=20

Calculationii Baayyee Salphaadha
Tole Guyyatti fuula20 Tahuu saati

Nuti Guyyatti al-5 Salaataa jirra

Fuula 20÷5=4

Amma Qaceellotti Hubattee..

Ati Guyyatti Fuula Qur'aana 4 Yoo
Qabaate Salaata Waajibaa boodaan
Hoggas Ati Guyyatti Fuula 20 Qaraate
Kana Jechuun Ati baatii Keessatti Qur'aana
Guutuu Qaraate Rakkoo Tokko Malee
mee Na Wajjiin Turi

Dhaamsi Hin xumaramneetii Garuu Waan
jarjartu Fakkaattaa

Hanga xumuraatti Faana bu'i Waa Hedduu
mitii Kan Nuuf Hafe

Osoo Ati Risaalaa Tana Obboleeyyan
keetiifi addunyaa maraaf Akkasuma

Hiriyyoota Kee cufaaf ergitee

Hundumtuu Sababaa Keetiin Qur'aana
Qara'anii Khattamanii /xumuranii
Mindaan Ati Rabbiin biraa Argattu meeqaa
Ni Beeytaa??

Yaa Allaaaaaaaah lakkuma /adaduma
Tokkoon Isaanii Qur'aana Qara'ee
khattamuun Siifillee Ajriin Katabamaa
Bara kana Maaliif projektii Bu'a Qabeessa

Hin hojjanne...?

Maaliifi Akka Namni Hunduu Qur'aana
Sirritti Qara'ee Akka Khattamuu Hin
taasisnee

Si Ammallee Shakkii Hin dhiifnee ...!!!
Namni Kheyritti Nama Qajeelche Akkuma
Nama Dalageeti

Namni Garee Qabu Itti Haa Ergatuu Akka
Mindaan Dacha Dachaa ta'uuf
inshaa'allaah

Gosti nyaataa8 Akkaan Cimtuudha Humna
Ittisa Qaama Namaa jabeessuufi

Dhukkuboota Gargaaraa Barbadeessuuf

Rummaana
Roob
Qullubbii Adii
Shunkurtii
Shaayii Magariisa
Dhuunfaa/feexoo
??
??
:

WaaSadii Qaama Dhukkubsachiifti

1Haasawa Baayyee

2Hirriiba Baayyee

3nyaata baayyee

Waa afur Qaama Namaa Diigdi:

1. Yaaddoo

2. Naasuu

3. Beela

4.Gurzaa/Qaaxiraa

Waa afur Bareedina fuulaa fi tolinna Isaa
dabalti

1. Rabbi Sodaachuu.

2. Waadaa Guutuu

3. Arjummaa

4. Naamusa Ufii eeggachuu

WaaAfur Sababaa Rizqiiti

1. HalkanSalaatuu

2. wayta Hiraabaa/obboroo Araara Rabbii
Khadhachiisaa heddummeeysuu

3. Sadaqaa Toohachuu Itti yaaduu

4. Rabbi Faarsuu Ganamaafi Galgala

Waa afur Sababaa Rizqiiti Dhoorgiti:

1. Subhii Booda Rafuu.

2. Salaata Xiqqeessuu.

3. Ceem'aa .

4Gantummaa./Ganuu

Yoo Dilii Hojjechuu Yaadde Aayata sadihii
Yaadadhu

1. si Namni Dilii Dalagu Rabbiin Isa Argaa
Hin Beekhuu"

2. Nama Fuuldura Rabbii Isaa
Dhaabbachuu Sodaatee Dilii Dalagu
Dhiisef Jannata lamatu jiraaf

3. NamaRabbii Isaa Sodaatee Dilii Irraa
Fagaateef Rabbiin Rakkoo Keessaa Isa
baasa Haala mijeessaaf

Dubbiin tun Yoo Si Gammachiistee
Osoo Torarraa Hin bahin tamsaasin
Namni Waan Takkattii Nama Qaceelche
Akkuma Nama Dalageetii

Ani Waan Si khabajuuf Siif Ergee
Atillee Nama jaalattutti Hin don'oominii
Share godhif jzkl

#Join_Our_Channel🌟

●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━
As wr wb
Arrantana hadisa mata duren isaa
حديث جبرائيل في بيان الإسلام والإيمان

Hadiisa jibriil kan barnoota islaamaafii iimaanaa uf keessaa qabu. Jedhu qabane isinif dhihanerraa ....

*Hadiisa kana asaab umartu Rabb irraa haa jaalatuu odeesse  . Wanni jee
عَن عُمَرَ بْنِ الخَطَّابِ أَيضا

*Guyyaa tokko odoo nuti nabi Muhammad bira tatteenyuu nageenyi isarratti haa jiraatuu
قالَ:بَينَما نَحْنُ عِنْدَ رَسُولِ الله  (ص) ذَاتَ يوْمٍ

*Namni tokko kan hoccuun isaa akkaan adi
ii
إذْ طَلَعَ عَلَينَا رَجُل شَدِيدُ بياضِ الثِّيابِ

*Kan rifeensi isaa akkaan gurraachumu
شَدِيدُ سَوَادِ الشَّعَرِ

*Kan asxaan nama imaltuurra jiruu irraa hin mulanne
لا يرَى عَلَيه أَثَرُ السَّفَرِ

*Kan nurraa nam tokkolleen isa hin beyne nutti as baye
ولا يعْرِفُهُ مِنَّا أَحَدٌ

*Hanga dhufee Nabi Muham-mad bira taa`etti
حتى جَلَسَ إلى النبي (ص)


*Jilba isaa lamaan jilba nabi Muh-ammaditti irkisee
فأَسْنَدَ رُكْبَتَيهِ إلى رُكْبَتَيهِ

e
عَن عُمَرَ بْنِ الخَطَّابِ أَيضا

*Guyyaa tokko odoo nuti nabi Muhammad bira tatteenyuu nageenyi isarratti haa jiraatuu
قالَ:بَينَما نَحْنُ عِنْدَ رَسُولِ الله  (ص) ذَاتَ يوْمٍ

*Namni tokko kan hoccuun isaa akkaan adi

*Shanacha isaa lamaan gudeeda Nabi Muhammad lamaanirra ka-ayee
وَوَضَعَ كَفَّيهِ على فَخِذَيهِ
*Namichi kun eega akkasitti taaee wanni jee
وَقالَ
*Yaa Muhammad waan islaa-mni taye mee naa himi takkaa naa odeessi.
يا محمدُ أَخْبِرْنِي عَنِ الإِسْلامِ ؟
*Jennaanin nabi Muhammad akki jeeen nageenyi isarratti haa jiraatuu 
فَقالَ رَسُولُ الله  (ص)
*Islaama jechuun shahaadaa la-maan qabatuu keeti sun‎ {Ashhadu an laa    ilaaha   illallaahu wa ashhadu annaMu-hammadan  rasuulullaahi } jeu’ manaan isaa '' Rabbii tokkicha malee Rabbiin biraa akka hin jirree raga ninbaha Muhammad erg-amaa isaa tayuu ragaa nin baya, nin dhuga'oomsa"
أَن تشهد أنْ لا إِله إِلا الله، وأَنَّ مُحَمَّدا رَسُولُ الله،
*Salaata shanan salaatuu keeti.
وَتُقِيمَ الصَّلاةَ
*Ammas zakaa baafatuu keeti zakaa horiii tayuu kan qaamaa tayuu
وَتُؤْتِي الزَّكاةَ
*Ammas soomana ramadaanaa soomanukeeti.
وَتَصُومَ رَمضَانَ
*Ammas yoo dandeesse Makka dhayxee hajjii godhuu keeti jeeen, nabi Muhammad
وَتحُجَّ البَيتَ إِنِ اسْتَطَعْتَ إِلَيهِ سَبِيلا
*Jennaanin namichi sun dhugaa jette jeeen
قال : صَدَقْتَ
*Ammas Umar akki  jee si na-michi kun ifumaa  gaafateeti ammas ifuma nabi Muhammad dhugaoomsaa akka nama waan san beekutti jennee ajaaiba goone jee
قالَ : فَعَجِبْنا لَهُ يسأَلُهُ وَيصَدِّقُهُ
*Ammas  namichi sun nabi Muhammadiin wanni jee mee iimaanarraa waa naa odeessi waan iimaanni taye naa himi?
قالَ : فأَخْبِرْنِي عَنِ الإِيمَانِ ؟
*Jennaani   nabi  Muhammad wanni jeeen iimaana jechuun Rabbitti amanuu goytaan waan guu-tuuun wassafamu, kan waan iruu taye hundarraa qulqullaaye ni jiraa dhug-ooomsu 
قالَ أَنْ تُؤْمِنَ بالله
*Malaaykaa Rabbii   dhugaoomsuu
وَمَلائكَتِه
*Kitaabban Rabbitti amanu‎ dhugaoomsu}
وكتبه
 
*Ergamoota Rabbii  hundatti amanu isaan hunda dhugooomsu , jaalatu, adda babaasuu dhabu.
وَرُسُلِهِ
*Guyyaa boodatti amanu.guyyaan qiyaamaaa ni dhufaa dhugooomsuu
واليوْمِ الآخِر،


Ensha Allah kutaa itti aanuu qabane isinif dhiyaanaa !

#Join_Our_Channel🌟

●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━
@Insha_allah❤️

#Join_Our_Channel🌟

●On Tg 👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━

●On Fb 👇
https://fb.me/ALNMYJ
Al-Nasr®Muslim youth Jama🌟:
#Join_Our_Channel🌟

●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━
Kutaa 2ffaa

حديث جبرائيل في بيان الإسلام والإيمان

Hadiisa jibriil kan barnoota islaamaafii iimaanaa uf keessaa qabu.

*Qadaratti amanu kheyriiifii sharriin Rabbirraayi waan inni muree dabarsee, dhugooomsuu jeeen nabi Muhammad na-geenyi isarratti haa jiraatuu
وَتُؤْمِنَ بالقَدَرِ خَيرِه وَشَرِّهِ
*Jennaanin dhugaa jette jeeen namichi sun
قالَ : صَدَقْتَ
*Ammas namichi sun wanni nabi Muhammadiin jee : mee tolarraa naa odeessi takkaa ihsaanarraa naa dubbadhu? jeeen
. قالَ : فأَخْبِرْنِي عَنِ الإِحْسانِ؟
*Jennaanin nabi  Muhammad S.A.W. akki jeeen ‎ tolli‎ takkaa ‎{‎ihsaanni‎}‎Rabbii kee akka waan ijaan gartutti ibaaduu gabbaruu .
قالَ : أَنْ تَعْبُدَ الله كأَنَّكَ تَرَاهُ
*Maalif yoo atilleen arguu baatte inni si argaa jeeen nabi Mu-hammad  Nageenyi isarratti haa jiraatuu
فإِنْ لم تَكُنْ تَرَاهُ فإِنَّهُ يرَاكَ
*Jennaanin namichi sun ammas akki jeeen mee guyyaa qiyaamaarraa waa naa odeessi ?
قال صَدَقْتَ.قالَ فأَخْبِرْنِي عَنِ السَّاعَةِ؟
*Jennaanin Nabi Muhammad S.A.W. namni gaafatamu ifitti akheekhee nama  gaafaturra sun jibriilii gaafa qiyaaman dhaabbattu hin beekhu jeeen
قالَ: ما المَسْئُولُ عَنْها بأَعْلَمَ مِنَ السَّائِلِ
*Jennaanin hayya,mee asxaa ta-kkaa alaamaa guyyaa qiyaamaarraa naa odeessi jeeen 
قال : فأَخْبِرْنِي عَنْ أَمارَاتِها
*Jennaanin akki  jeeen asxaan qiyaaman dhiyaatuuu gabrittiin go-oftitti isiii, ifitti dhalu. maanaan haati goftittii dhaluuu ilmaan haadhatti hammaatanii akka gooftittiin gabrittii isiii bulchitutti haadha isaanii bulchuu, arrabaafii, xiqqeessuun kun alaamaa qiyaaman dhiyaatu'uti
قالَ : أَنْ تَلِدَ الأَمَةُ رَبَّتَها
*Ammas  alaaman qiyaaman dhiyaatu'u  warra homaan qabne , kan qullaa khophee malee yaaan, kanneen reee tiiyfatanii jiraatuu turan
وأَنْ تَرَي الحُفاةَ العُراةَ العالَةَ رِعاءَ الشَّاءِ
*Kanneen quufanii, manneen fooqiii dhadheeraa jaaratanii, walittiin dhaaddatanarguu‎ keeti. {‎ Hufaat‎}‎khophee malee ‎{‎uraat‎}‎ huccuu malee ‎{‎alkg-aalah‎}‎ hiyyeeyyii homaan qabne ‎{‎riaaa-shaai‎}‎ warra reee tiyfatu jechu
يتَطاوَلونَ في البنيان.
*Duuba namichi sun eega ak-kasitti gaafatee kaee kute . kan nurraa nam tokko isan beekhin
ثمَّ انْطَلَقَ
*Asaab Umar R.A. akki  jee eega dubbiin tun argamtee ,hanga guyyaa sadiyiitan taae kan an namni sun nama inni taye hin beekhin 
فَلَبِثَ مَلِيا،
*Duuba nabi Muhammad S.A.W. eega guyyaa sadiyiitii , wanni naan je`e : nama waa na gaggaafate san beytaa yaa umar ?
ثمَّ قالَ لي: يا عمرُ  أَتَدْرِي مَنِ السَّائل؟  


Ensha Allah kutaa itti aanuu qabane issinif dhihana

Al-Nasr®Muslim youth Jama🌟:
#Join_Our_Channel🌟

●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━
Al-Nasr®Muslim youth Jama🌟:
#Join_Our_Channel🌟

●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━
Al-Nasr®Muslim youth Jama🌟:
#Join_Our_Channel🌟

●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━
Forwarded from Rahma_Chiro_DG🔉🔊
😍AS WR WB😍
🌿🌿🌿
Jaalatamoo Fi Kabajamo Hordoftoota Keenya Jam'aan Rahmaadha Neshida Haaraya qophesse yeroo Dhiho booda isinin biraan gahudhaaf Hojilee isaa xumuree jira #Insha Allah
#Coming soon
#as_wr_wb

حديث جبرائيل في بيان الإسلام والإيمان
Hadiisa jibriil kan barnoota islaamaafii iimaanaa uf keessaa qabu.
Kutaa 3ffaa

*Jennaan Rabbiifii rasuula
isaatitu beeka malee, an hin beeku jeeen
قُلْتُ الله وَرَسُولُهُ أَعْلَمُ،

*Jennaan: namni sun jibriili
قالَ : هَذا جِبْريلُ

*Diin keessan isin barsiisuuf dhufee waan na gaafatu san na gaafatee jeeen
أَتاكُمْ يعَلِّمُكُمْ دِينَكُمْ  

*Hadiisa kana muslimiitu odeesse .
رَوَاهُ مُسْلِمٌ

Eega manaa hadiisa kanaa karaa gabaaba'an barree, ammas itti deebinee dubbii garii addaan sassaynee keessa barra.
Iimaanafii Islaama
Iimaana jechuun afaan Arabatti : waa dhugooomsuu waanuma tayee haa tayuu
Ammoo iimaana jechuun akka shariatti waa jaha dhu-gooomsuu takkaa amanuu jahan sun: Rabbi , Malaaykaa isaa , kitaabban isaa ,ergamtoota isaa, guyyaa qiyaamaaa ,firdii isaa  dhugooomsuu .
Iimaanni dalagaa qalbiitii, waan namaa mulatuu miti .
Ammoo islaamni: dalagaa mulisanii dalagan kan akka shahaadaa lamaan qabatuuu salaatuuu, zakaa baafatuuu, soomanuuu , hajjii godhuuu. tanaaf jecha iimaana jechuun qalbiiin dubbii Rabbii dhagayanii dhugooomsuu.ammoo islaamni humna qaamatiin, waan qalbiin dhugooomsite san dalaganii mulisuu .
Ihsaana
Nabi Muhammad akki jee : ihsaana jechuun akka waan Rabbii kee ijaan gartutti , ibaadaa Rabbii godhuhoggaa salaattu akka waan ijaan gartutti salaati atilleen isa arguu baattu inni si argaa yoo Rabbiin na argaa yaadaaa , sa-laatatti seente salaata keessatti qalbii teetiin olii gad ded-deemu`urraa ni fagaatta .

Jzkl

Al-Nasr®Muslim youth Jama🌟:
#Join_Our_Channel🌟

●On Tg®👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━
Forwarded from Rahma_Chiro_DG🔉🔊
😍As wr wb😍
.........#COMING_SOON......

@Rahma_Chiro_DG
@Rahma_Chiro_DG
2025/06/29 17:30:43
Back to Top
HTML Embed Code: