Telegram Web Link
🌹Way Osoon beekee!

🌱Namni waajibaataa fii sunnaalee soommana ramadaanaatiin dhaabbate eenyu akka ta'e?.

🌱Namni aafataa fii fitinaa soommanaa irraa qulqullaa'e Eenyu akka ta'e.

🌱Namni Yeroo zamana ramadaana isaa jajjaabaataa ture eenyu akka ta'e?

🌱Namni keessaa fii gubbaa isaa qulqulleesse eenyu akka ta'e.

🌱Namni isa keessa Balbalaa toowbaatti dhaqee isii rurrukute eenyu akka ta'e OSOON BEEKEE?.

◈Yaa ikhwatal iimaan Nutihoo akkami laata ?.

Wanti hiikamaa jiru kun immoo tokkoof tokkotti hiikuun Rakkisaadha. Hanguma irraa isiniif gale irraa fudhadhaa.



💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢
✪Muslim youth association✪

@ALNMYG®
@ALNMYG®
@ALNMYG®

Al-Nasr [نصر]🌟
As wr wb Nagenya fi Rahmani rabbi issinirra haa jiraatu jaallatamtoota hordoftoota jama'a kenya ....
Akkuma bekamu Jama'an kenya erga hundefame waggotan heddu lakkofsiseera yeroo kanarra kaasee:- da'awalee,sagantale barnoota garagara,qophilee nama bashanansisan fi bohaarsan akkasumas jechamoota waliin issinif dhihessuf qophi issaa xumurera! Kanaf namu akka subscribe godhun nu hordoftan kabajan issin gaafannaa!


▪️◾️◼️🔜 (Follow us ).👇👇👊🏻.....👉👉https://www.tg-me.com/ALNMYG
😍As wr wb😍

Rasuulli S.A.W Akkana jahan ''Muslimni Muskinaaf Obboleessa haaja obboollessa namni Guuteef Rabbiinis Haaja isaa ni guutaf.
Bukhari fi muslim

ረሱል(ሰለላሁ ዓለይሂ ወሰለም) እንዲህ ብለዋል፦"ሙስሊም ለሙስሊም ወንድሙ ነው፤
የወንድሙን ጉዳይ የፈፀመ አላህ የርሱን
ጉዳይ ይፈፅምለታል።"
(ቡኻሪና ሙስሊም

‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️
✪Muslim youth association✪

@ALNMYG®
@ALNMYG®
@ALNMYG®

Al-Nasr [نصر]🌟
💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢
Wantoota Torba Ilaali Wantoota Torba Raawwadhu

⓵Namni hunduu zamana jireenya isaa keessatti hiriyyoota qabaatu illee garuu qabrii yoo seenu akka isa dhiisan ilaaliitii gocha gaarii hiriyyaa kee godhi; maaliif yoo jedhame hojiin gaariin hanga yoomiyyuu sirraa addaan hin bayu.

⓶Jecha Allaahaa (S.W) ❝Nafsee isaa illee miira isaa irraa kan dhoorke dhugamaan Jannatni iddoo qubsuma isaati❞ Jedhu ilaaliitii miira kee karaa Allaahaa (S.W) irratti qajeelchi; Maaliif yoo jedhame miirri kee wanta badaa malee wanta gaarii si hin ajajju.

⓷Jecha Allaahaa (S.W) ❝Allaahaa biratti irra caalaan kan caalatti Allaahaa sodaatuu dha❞ Jedha ilaaliitii Allaahaa biratti bakkeen akka siif jiraatu nafsee tee sodaa Allaahaa (S.W) barsiisi.

⓸Jecha Allaahaa (S.W) ❝Nuti bifa Jireenyaa isaa adda adda goone (qabeenyaan adda adda goone)❞ jedhu ilaaliitii jireenyi kee illee kan Allaahaan (S.W) siif murtesse ta'uu isaa beekii waanyummaa irraa fagaadhu.

⓹Jecha Allaahaa (S.W) ❝Dhugamaan Shayxaanni diina keessan beekamaa dha❞ jedhu ilaaliitti namoota wajjiin walitti bu'uu dhiisii diina kee shayxaana qofa godhi.

⓺Jecha Allaahaa (S.W) ❝Dachee irra wanti sosocho'u (wanti lubbuu qabu) homaayyuu hin jiruu, hireen (rizqiin) isaa Allaahaa bira yoo ta'e malee❞ jedhu ilaalii wanti ati Allaahaa biraa qabdu Allaahaa (S.W) mataa Isaatiin akka sii kennu mirkannessuun adaraa (amaanaa) Inni sirraa qabuu (Seerota Diinii Isaa)






✪Muslim youth association✪

@ALNMYG®
@ALNMYG®
@ALNMYG®

Al-Nasr [نصر]🌟
🔹Follow us🔹
👇👇👇👇
@ALNMYG
@ALNMYG
(Al-Nasr Muslim youth Group)
🔹Follow us🔹
👇👇👇👇
@ALNMYG
@ALNMYG
(Al-Nasr Muslim youth Group)
_*📗DHAAMSA SHAN "5" ERGAMAA*_ RABBIITIRRAA💞[ﷺ ]💞
Heddduuuu si fayadaati dubisii share godhi

Gaaf tokko "Rasuulli "Rabbii {ﷺ}sahaabaa isaatiin wajjiin osoo taa'utti jiruu akkana ja'een_
mee eenyuutu isin keessaa jacha kana narraa fudhatee itti dalaga [hojitti hiika]
takkaa jacha kiyya kana narraa fuudhee nama itti dalagu barsiisa_

_■Hugguu kana "Abuu hureeyraan [R.A] isaan keessaa anaatuu sirraa barachuu barbaada yaa ergamaa Rabbii ja'een_

🔮Hugguu kana "Rasuulli ●Sallalahu Aleyhi wosallam harka [abuu hureeyraa] qabee waa shan👉 "5" lakkaawee itti hime_

_🔮1~Daangaa RABBII eeggadhu [tiiy fadhu] nama haalaan RABBI gabbaru taataa_

_🔮2~waan RABBIIN siif qoodee [siif murteeyse] jaaladhu irra dureeysa namaa taataa_

_🔮3~Ollaa keetiif tola oli [gaarii itti dalagi] nama dhugaan iimaana qabu [mu'umina] taataa_

_🔮4~Waan lubbuu teetiin jaalattu namaaniis jaaladhu nama qaalii RABBII jala butame [muslima] taataa_

_🔮5~Hedduu kofla hin baayyisin hedduu kofla baayyisuun qalbii ajjeeftii je'anii_

_🛒YAA RABBI WARRA DHAAMSA RASUULAA👉 ( ﷺ) 💝 HUJITTI HIIKEE ADDUNYAA FI AAKHIRATTI MILKII GAARII ARGATE NU TAASISI💗💐_


Join us) 🔌🔌
@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Al-Nasr Muslim youth Group:

🔹Follow us🔹
👇👇👇👇
@ALNMYG
@ALNMYG
*AS WR WB*

🎋Haalli ilma Namaa akka waraqaatii walfakkaatti🎋

* Ilmi namaa Gaafa dhalatu kophaa dhalata, gaafa du'uus kophuma du'a..
Yaa ilma namaa...
-> Gaafa dhalattu nama siif gammade hin beeytu!, akkasuma gaafa duutuus nama siif rifatu hin beeytu..
Yaa Ilma namaa...
-> Garaa haadha teetii keeysatti dukkana keeysa turte!, akkasuma
qabrii keeysattiis dukkana keeysa jiraatta! SUBHAANALLAH...
Yaa ilma Namaa
-> Garaa haadha keetii keeysatti rakkina(Bakka dhipoo) gadaameeysaa keeysa turte! akkasuma qabrii keeysattiis rakkina keeysa jiraatta!.

👉Nama lamaatu Haalaan na rifachiisa

1. Gurbaa hanga jiruu isaa masjiida hin seenin Eega inni du'ee Janaazaan (reefki) isaa masjida seenu.

2. Intala qaama isii osoo guyyaa takka hin sattaratin guyya duute Kafanaan
sattaramtu...

🌷Waaniin sijaaladhuuf jachaan Dhaamsa kana siif dhaama🌷
1. Yaroo azaana Dhageeyse mootii moototaatu siyaamutti jiraa ka'ii
salaati, tarii salaanni arra salaatte kun salaata irraa boodaa kan ati salaattu tahuutu malaa.
2. Osoo Addunyaarra jirtuu waan sifayyadu carraaqadhu.

👉Obbaleeyyan kiyya halkan salaata subhiitiif hin azaanamne nibeeytanii
laata?!...
🎈Halkan salaata subhiitiif hin azaanamne Halkan malaa'ikaan sitti
dhuftee akkana siin jattu...
- yaa ilma namaa gaafa dhalattu dilii hin qabdu turte, arra garuu qaamni
kee guutuun dilii qofa..
- yaa ilma namaa addunyaarratti rakkoo fi ballina keeysa turte arra
garuu rakkoo keeysa jirta....!
🎈Halkan san halkan aduun karaan duraan seenteen baatu, kan
ganama san ati qabrii keeysa ol baatu, gara dirree qiyaamaa deemtu Halkan sani.😭😭
👉 *Obbaleeyyan kiyya anaa fi isiniis dukkana qabrii rabbi nuuf haa ibsu*,
*azaaba, fitinaa fi rakkina qabrii jalaa najaa nuhaa baasu*, *qabrii teenya*
*caffee jannataa nuuf haa godhu*.
.
.
.
Laga jannata keessatti argamu kan Rabbiin (ﷻ) Nabi Muhammadi (ﷺ) kenne beektuu ?

Kowsar jedhama " Anas ibnu maalik (R.A) gaafa tokko osoo Raasuula Rabbii wajjiin teennu Rasuulli (ﷺ )hirriiba xiqqoo tokko rafee ykn shillim godhe eeganaa dammaqee seeqate ykn kofle maal garte ? yaa Ergamaa Rabbii jedhanii sahaabaan gaafatan "Ergamaan Rabbii (ﷺ) ammaan kana suuraan tokko na irratti buufame jedhanii suuratul kowsariin qara’an, Eegana akkana jedhanii sahaabaa gaafatan "kowsariin beektuu ? jennaan sahaabaan Rabbumaaf Rasuulattu beeka jedhan" Rasuulli Rabbii (ﷺ ) kowsar jechuun laga Rabbiin (ﷻ ) naa kenne kan Rabbiin naaf baallame santtu kana" kan ummati kiyya guyyaa qiyaamaa irraa dhugu namni kowsariin dhuge lamuu dheebuun wal hin argu jedhan.
"Yaa Rabbi gaafa dheebuun jabduu san laga kowsar irraa nu obaasi"
Aamiin !!

Join us 🔌
@AlNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG
Gaafiilee tana deebisaa sii ni beeyta??

G: 1.jannannii eysa jira?
D: samii torban gubba,garuu samiirra addaan bahe ji ra sababaan samiin guyyaa qiyaama waa dhabamtuuf jecha
Gombisaan jannataa arshii rabbiiti (sw).

G:ibiddi eysa jira?
D:bootaan inni itti arkamu dachii torban jala bakka maqaan isii : sijjiin ja'amtu jira
Dachiiniis akkasuma ibiddarraa addaan baafamteetii arkamti.

G:qurquraa gahiinsa ykn sadratul muntahaan maali??
D:muka tokko kan samii 6ffaa irraa hanga samii 7ffatti dheeratuu .
Kan hundeen isaa akkaan guddoo,baalli isaa akka gurra arbatti babal'adhaa.
Guyyuu isarra billaacha dahabarraa taheetu isarra dhufa
Jannataa alatti arkamti.
Rasuulli (saw) gaafa samii bahee jibriilii wajjiin arke yeroo lammaaffaatif .
Eega achiin durattii boota ajnaadin ja'amtutti makkatti arkeen booda.

G:huurul eyniin eenyuu??
D: jaartii dhiira mu'umintootaati
Kan namarrahis,jinnirraahis,
maleeykarraahis hin tahin .
Osoo duniyaa tanarratti as baate kan jidduu bahaa fi dhihaa ibsitu...

G:joolleen zalaalam ( wildaanul mukalladuun ) eenyuu?
D:warra nama jannataa tajaajiluudha.
Namarraahis ,jinnirraahis,
maleeykarraahis kan hin tahin,
Irra xiqqaan nama jannata
Joollee tana nama 10.000n ( kuma kudhan) qaba.

G: a"araaf ja"ee warri rabbiin qur'ana kessatti dubbatee San eenyuu??
D:gidaara ulfaadhama jannatarra tahe tokko.
Achirra tatta'an muslimni keeyriin isaaniti fi hamtuun isaanii wal qixxaatte zamana hanga tokkoo,
Achirratti nyaatanii dhugan
Eegas rabbiin jannata isaan seensisa.

G:guyyaan qiyaama zamana hangam takka??
D:amata kuma shantamii
Abdallah binu abbaas akkana ja"e:(Guyyaa qiyaama bootaa shantamiitu jira ,boota hundarra amata kuma takka dhaabbatan)

G: guyyaa dachiin maramtu eysa jirra nuti??
(يوم تبدل الأرض غير الأرض...)
Siraax irra jirra.
Yeroo siraax irra dabarru boota sadii qofaatu jira
Jannata،azaaba fi siraaxii.

Namni siraax irra dura dabaru
Rasuularra nabiyyii keenya .
Ummatarraa ammoo namni dura dabru uummata nabi muhammadi.


Join us
👇👇👇👇👇
@ALNMYG🌷
@ALNMYG🌷
@ALNMYG🌷

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Join us
👇👇👇👇👇
@ALNMYG🌷
@ALNMYG🌷
@ALNMYG🌷

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
.
.
.
Join Us 👇👇👇
@ALNMYG🍂
@ALNMYG🍂
@ALNMYG 🍂

#al_nasr_muslim_youth_jam'a
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Join_Our_Channel🌟
👇
━━━━•○•━━━━
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
@ALNMYG🌟
━━━━•○•━━━━

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
🍏yaa ilma namaa mootiin kee kasi uume haqa sirraa qaba🍓,suniis 🍓ati isa qofa gabbaruudha 🍒kashariika isaaf hin goone🍇kunis 🍒Dirqama raawwatuu qabdu🍓



👇👇👇👇👇👇👇
✪Muslim youth association✪

@ALNMYG®
@ALNMYG®
@ALNMYG®

Al-Nasr [نصر]🌟
Rabbiin mujaahiraa hin araaramu!

Hadiisa Abaa Hureeyraan odeeyseen Nabi Muhammad (ﷺ) akkana jedhan:- «Rabbiin ummata kiyya cufaaf ni araarama mujaahira malee, mujaahira jachuun nama halkan dilii takka dalagee osoo Rabbiin isa sattaree jiruu, ganama ka'ee 'Yaa abalu bar eda waan akkanaa waan akkasiitiin dalagee' jedhee waan Rabbiin isa sattare satrii ifirraa fuudhu"

حديث أبي هريرة  قال: سمعت رسول الله ﷺ يقول: كل أمتي معافى إلا المجاهرين، وإن من المجاهرة أن يعمل الرجل بالليل عملا، ثم يصبح وقد ستره الله عليه فيقول: يا فلان، عملت البارحة كذا وكذا، وقد بات يستره ربه، ويصبح يكشف ستر الله عنه[1]، متفق عليه.

Hadiisa Sahiiha, Bukhaarii fii Muslimtu irratti walii gale


Dargaggoota Muslimaa Jam'aa Nasrii
@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG
Dubbisii hiriyoota kee muslimaaf hanga dandesse ergiif


HADIISA AJAAYIBAATI
Guyyaa tokko Aa'ishaan akkana jachuun rasuula (SAW) gaafatte!
Yaa ergamaa rabbii! Guyyaa qiyaamaa dachiin yaroo baqeeyxee, harcaate Eysa geeyfamti ? Jannaan rasuul (SAW) akkana ja'een.
Guyyaa qiyaamaa dachiin yaroo baqeeyxee, harcaate SIRAAX gubbaadha geeyfamti.
Guyyaa qiyaamaa Iddoo sadi qofaatu jira.
1. Jannata.
2. Jahannam fi
3. Siraax..
Namni hundi jannata seenuuf dildila/riqicha RIRAAX gubbaa dabaruun dirqama. Siraax gubbaa yaroo dabru Yoo diliin isaa guddoo taate, Deemuu dadhabeeti hudduun shorroqa. Gariin osoo shorroquuti jahannam keysatti kufa. Gariin immoo eega qaamni isaa cicciramee booda jannata seena.
Namni dilii hin qabne (kan diliin isaa waa xiqqoo) Akka hangaasuutti, hanga libsuu ijaatti SIRAAX dabree jannata seena.
Rasuul (SAW) xarafa siraax dhaabbateeti Yaa rabbi ummata kiyya naaf baasi, Yaa rabbi ummata kiyya naaf baasi ja'a!
Nama hunda dura ummata isaatu siraax dabaree jannata seena.
Siraax Maal Fakkaata?
1. Jala isaa ibiddaatu jira..
2. Cuubeerra qara..
3. Shiggiree/haadduu rra qara..
4. Isa gubbaa hookkoo qaama namaa cirtuutu jira..
Anaa fi isiniis warra hanga libsuu ijaatti, akka hangaasuutti SIRAAX irra dabru RABBI nuhaa godhu..
Yaroo kana Aa'ishaan guyyaa qiyaamaa yaadattee booche!
Ergamaaniis (SAW) maaltu siboochisa ja'ee gaafate.
Isiiniis akkana jatteen
yaa ergamaa rabbii! Guyyaa qiyaamaa yaadadheetiin boohe!
Guyyaa san FIRRI, FIRA isaa niyaadataa ?! Jattee gaafannaan rasuul (SAW) akkana ja'een..
Eee wal yaadatan. Garuu iddoo 3tti namni tokko wal hin yaadatu.
1. Yaroo hojiin namaa madaalamtu.
2. Yaroo sartifikeetni namaaf hiramu.
3. Yaroo siraax gubbaa jiran..
Iddoo 3n tanatti namni tokko wal hin yaadatu!
Kanaaf addunyaarratti kheeyrii haa carraaqannuu..
Risaalaa bareedduu tana sadaqaadhatti niyyadhuu SHARE godhi. sababa ati SHARE gooteef obbaleeysi kee tokko qaceeluutu waa hundarra caaladha @SHARE godhu hin daagatin.

@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a
ألسلام عليكم ورحمةالله وبركا ته🎄ومرحبا بكم
(Kbjamtoota hordoftoota chanaala keenyaa....)
Assalaamu Aleeykum
warhmatullaahi wabara kaatuh.
Baga rabbiin nagayaan walitti nudeebise jecha.Gara sagantaa tenyaattiin isin dabarsa.\SAGANTAA .kutaa 4 ffaa 🛂🖊📚Sgantaan kutaa afraffa (Addiinu Annasiihatu)🌽🍓🍎بسم اللهارحمان الرجيم.{الحمد الله الصلاة والسلام علارسول لله صلي الله عليه والسلام اما بعد}االدين النصيحة 💙💚❤️❤️🍀🌿🌱🌴🌹🌺🌾🍁🌷🌺.عن تميم بن أوس الدارى أن النبي (صلي...)قال📖الدين النصيحة ثلاثا)قلنالمن يارسول الله ؟قال{١)لله (٢) 🍇ولكتابه (٣)🍡ولرسوله (٤) وللأئمةالمسلمين وعامتهم)انظروايهاالاخ والأخوات 🔦.واصل الصح فى الغة :الخلوص ونصح الشيء خلص .)النصيحة كلمةيعبربهاعن جملةهي إرادة الخير للمنصوحله (١)أماالنصيحة لله تعالى فقال الخطابي:معنى الصيحة لله سبحانه صحةالإعتقاد فى وحدانيته وإخلاص النية فى عبا دته)أماالنصيحةلله تعالى فمعناهامنصرف إلى اللإيمان به ونفي الشرك عنه وترك الإلحاد فى صفا ته ووصفه بصعات الكمال ولجلال كلهاوتنزيهه سبحانه وتعالى من جميع النقائص ولقيام بطاعته وجتناب معصيه والحب فيه والبغض فيه: وموالاة من اطاعه ومعاداةمن ععصاه وجهاد من كفر به.والإعتراف بنعمته وشكره عليها والتلطف فى جمع الناس أو من امكن منهم عليها ) النصيحة لله عز وجل المناضلة عن دينه والمدا فعة عن الإشراك به 💚💝💙💘💓وإن كان غنيا عن ذالك لكن نفعه عائد على العبد)))
Nasiihaa jechuun .jecha isiin hikamu walii galarra. Isiin keyri itti feedhuudha Namicha issa yadamu saniif .Amoo garii rabbi yaaduun (Tokkichummaa rabbi kessatti dhugomsuun kee sirri tahuudha Yaannike yokan. Niyyaatee .Qulqulleessuudha


Join us
👇👇👇👇👇
@ALNMYG🌷
@ALNMYG🌷
@ALNMYG🌷

#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
2025/06/27 20:02:06
Back to Top
HTML Embed Code: