Telegram Web Link
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡
Kbajamtoota jallatamtoota Hordoftoota chaanaala kenyaa...๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท

Sagantaan keenya kan arra wa'ee hin dallaninaati.)

ูƒู…ุงู‚ุงู„ ุงู„ู†ุจูŠ ุตู„ู‰ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุงู„ุณู„ู… ู‚ุงู„:(ู„ุงุชุบุถุจ ู„ุงุชุบุถุจ ู„ุงุชุบุถุจ ูุฑุฏุฏ ู…ุฑุงุฑุข)

Waan je'e nabiin rabbi๐Ÿ’– Nagaha rahmanni irra hajiraatu...(s.a.w)
Hin dallanina , Hin aarinaa maaliif Akkas je'ee yoo jattan:- Aarri dalagaa sheexaanaati. Namnii aaree waa heedduu balleessuu danda'a Namni Aaree waan dubbatullee hin laallatu. Saniifu mu'umina jechuun nama Aaree ifqabuu dandahu.
Kanaaf Yoo aarteellee ifqabuun barbaachisaadha.
Hadiisa rasuulaa itti dalaguun baay'ee barbaachisaadha.
(Yaa obbaleeyyan muslimaa Hadiisa kana keessatti if haa lallu of maraammara) Hagamtakka gizee aarree ifqabuu dandeenya...???? Namootan hin dubisinif share godha rabbif jacha ....
๐Ÿ’“Jzkl.โค
ุดูƒุฑุง ู„ูƒู…...
Ensha allah ...
Hanga saganta itti Aantuun walitti deebinuu Nagayaan nuf turaa.... heddu rabbif jacha issin jallanna...

ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ุฅู†ูŠ ุฃุญุจ ูƒู…...๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–


#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
Forwarded from Rahma_Chiro_DG๐Ÿ”‰๐Ÿ”Š
๐Ÿ˜As wr wb๐Ÿ˜
๐ŸŒฑ๐ŸŒฑ๐ŸŒฑ
Maqaa Rabbiitiinin jalqaba
โ—ˆOromummaan dhiiga dhalootaa keenyaa hin Mulqamu

โ—ˆIslaamummaan hafuura somba Keenyaati isii malee hin jiraannu Rabbii tokko malee hin gabbarruโ˜
โ—ˆNabi muhammad (saw)malee hin Hordofnu.๐Ÿ’“
โ—ˆQurโ€™aanaafi hadiisa malee hin
bullu๐ŸŒท
โ—ˆIslaamummaan sanyii nama hin Jijjiijisiiftu๐ŸŒพ
๐ŸŒฑ๐ŸŒฑ๐ŸŒฑ
''
Thereโ€™s No Racism in Islam''
โคIโ€™m proud to be Muslim!!!โค
&
If you proud to be A Muslim share this to ur friends

โ—ˆJoin Nowโ—ˆ
@Rahma_Chiro_DG
@Rahma_Chiro_DG
#Al-Nasr muslim youth jama'a

ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุช

๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด
๐Ÿ”ทobbaleewwan muslimaa mee sinqii guyyaa qiyaamaatiif maal qopheffanne?

โ—‡ gaafatamuun keenya hin oolu mee waan rabbi kaafiraan jedhu laalaa Hadiisa Qudusi keessatti

ใ€‹ ุนู† ุงู†ุณ ุงุจู† ู…ุงู„ูƒ ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ ุนู† ุงู„ู†ุจูŠ (ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡)ู‚ุงู„(ูŠู‚ูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ู„ุงุกู‡ูˆู† ุงู‡ู„ ุงู„ู†ุงุฑ ุนุฐุงุจุง ูŠูˆู… ุงู„ู‚ูŠุงู…ุฉ :
ใ€‹yaa irraxiqqaa warra ibiddaa
ใ€‹ู„ูˆุงู† ู„ูƒ ู…ุงูู‰ ุงู„ุงุกุฑุถ ู…ู† ุดูŠุก ุงูƒู†ุช ุชูุฏู‰ ุจู‡

ใ€‹wannii dachii keessaa hundi odoo
siilaatamee waasii ni godhatta
ใ€‹ููŠู‚ูˆู„:ู†ุนู…)
Akkana jedha Eeeyyeen yaagooftaa koo
ใ€‹ููŠู‚ูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุงุฑุฏุช ู…ู†ูƒ ุงู‡ูˆู† ู…ู† ู‡ุฐุง ูˆุงู†ุช ูู‰ ุตู„ุจ
ุงุฏู…: ุงู† ู„ุงุชุดุฑูƒ ุจู‰ ุดูŠุงุก ูุงุกุจูŠุช ุงู„ุงุงู† ุชุดุฑูƒ ุจูŠ)

ใ€‹yaa gabricha koo bar an waan kanaa
gadii si gaafadheetiin turee dugda Aadam yeroo Ati turtee Natti Akka hin shrrakne jennaaรฑ najalaa diddee natti sharraktee Azaabatti gubadhu jedhaan Rabbiin) obbaleewwan koo qaalii haa qophooynuu isiniin jedhaa galatoomaa .

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡
ุณุจุนุฉ ูŠุธู„ ู‡ู… ุงู„ู„ู‡ ูŠูˆู… ู„ุงุธู„ ุฅู„ุง ุธู„ู‡.ุดุงุจ ู†ุดุฃ ูู‰ ุนุจุง ุฏุงุช ุงู„ู„ู‡.ูˆุงุฑุฌู„ุงู† ุชุญุงุจุงูู‰ ุงู„ู„ู‡ ูˆุชูุฑู‚ุงุนู„ูŠู‡.ูˆ ุฅู…ุงู… ุนุงุฏู„.ูˆุฑุฌู„ ุฏุนุชู‡ ุฅู…ุฑุฃุฉุฐุงุฉุดุฑู ูู‚ุงู„ ุฅู†ูŠ ุงุฎุงู ู„ู„ู‡....ุฃูˆูƒู…ุง ู‚ุงู„ ุงู†ุจูŠ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุงู„ุณู„ุงู….๐Ÿ’โค๏ธุฅู†ูŠ ุฃุฐูƒุฑูƒู… ู…ู† ูŠุฌู„ุณ ูŠูˆู…ุงุงู„ู‚ูŠุงู…ุฉ ุชุญุช ุธู„ ุนุฑุด ุงู„ุฑุญู…ุงู†.๐ŸŒท
Arrantana wa'ee nama gaaddisa siree rahmaan jala guyyaa qiyaamaa taa'uutiin isiniif hima Inshaa'allah...๐ŸŽ„

๐Ÿ’•ุจุณู… ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ุงู† ุงู„ุฑุญูŠู… ๐ŸŒฟ๐ŸŒณ

Guyyaa qiyaamaa rabbiin nama toorba gaaddisa siree isaajala kaayata๐Ÿ€Warrasan rabbiin nuhaagodhu
๐ŸŒธ๐Ÿ’“๐Ÿ’”๐Ÿ’—๐Ÿ’•๐ŸŽ„๐ŸŒพ๐Ÿ๐Ÿ‚๐ŸŒท๐Ÿ„๐ŸŒณ๐Ÿ‘๐Ÿ’๐Ÿ“๐ŸŒปIsaaniis:-

(1)Dargaggoo karaa rabbi keessatti guddate irrstti dardaree irratti dulloomee irratti du'e ๐ŸŒท

(2)Imaama sirritti namaan deeme๐Ÿ‡

(3)Namalama kanrabbi jacha waljallatan sanumarratti addan bahan ๐Ÿ’

(4)Nama intalti sadarkaa qandu isayamtee badii natti dalagi jatteenii.Anii rabbiin sodaadha je'een๐Ÿ’žmeekeessa ttihaa'iflaalluga Atii warrakam keessatti ramadamta Galtooma waan hafee guyya biraatiin isinii hin ๐Ÿ’˜โค๏ธRabbi jachaa issin jaallana....
๐ŸŽ„๐Ÿƒ๐ŸŒด๐ŸŒฑโ˜˜๐ŸŒฟ๐Ÿ€๐ŸŽ„๐ŸŒฒ๐ŸŒณ๐Ÿพ๐Ÿ’


#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
Iyyu cufa saganta mari dr.qamer Hussen walin qaban sodatani didaan sound arman oli dgagefadha
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
แŠฅแ‹ฉ แŒฉแ‹ แแ‰ƒแ‹ฐแŠ› แŠ แˆแˆ†แАแˆ

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
Assalaamu Aleeykum warhmatullaah Wabarakaatuh
Akkam nagayaa Yaa'oobbaleeyyan kiyya ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Inshaa'allah Arraantana Sadarkaa Ulamaa'iitiin isiniif hima nuhoordoofaa.Jzk.

Umar ibni kaxxaab Rabbiin isarra haajallatu. Akki ja'e Gurbaan tokko ykn Intalti takka Nibaha iddoo qubsumarra nibaha Haala diliin gurguddoon Akka gaara isarra jirtuun Osoo deemu hoggaa nama waabeekurraa
Akka rabbiin je'edha gahe qixaaxa nama yakka dalagee hoggaa addaan bafate. Sodaanrrabbi ittidhagahmteeti. Dilii sanirra deebi'eeti. Towbaagara kaaliqaa deebi'a. Snbooda garaboota isaadhufa kadiliin takka isarra hinjirre iddoo irraadeemeetti debi'a. Maaliif yoojanne. Namawaabeekuun walqunnamee wanti kun yakka tahuu beekeetuma irraadeebi'uusaniif rabbiin Araarameef jachuudha. MASHAA'ALLAAH. Meelaala ulamaa'iiwaliin taa'uun sadarkaa isiinqabdu. Allaahu Akubar.Ulamaa'iidhaan Addanbahinaa. Yaa'ummata muslimaa. Biradheeyxeetuma ijaan arkuun dilii sirraa buufti. ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡ :ู‚ุงู„ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ุง .ุฅู† ุชู†ุตุฑุงู„ู„ู‡ ูŠู†ุตุฑูƒู… ...

Akkam nagayaami
Warreen chaanaala kana hordoftan....

Rabbiin issin haa jaalatu...

Insha'allah waa'ee diin @rabbiitii tumsuuti dubbanna. Nuhordofaa...
Rabbiin subahaana wata'aalaa Akki je'e:-
Yoo isin rabbiif tumsitan. Rabbiilleen isiniif tumsa. Yaaaa #allaah Diin rabbiiti tumsuun lakkaanu lubbuma ifiitii tumsuudha shuuf meekeessatti of haalaallu Sahaaboota rassuulaa. Sallallaahu aleyihi Wssallam Akkatti diiniiftumsan. Lubbuu ofii kennanii Qabeenya ofiikennanii. Ergamaa rabbiicinaa dhaabbataa turan. Kan Akka bilaalfaa ...
Tan Akka sumayyaa faa...
Yaa shabaaba keenya,Yaa shamarran keenya Mee anaa fi Ati Hagamtakka diiniif tumsaa jirra...? Obbaleeyyan muslimaa Diin simalee Eenyuu qaba?
Diin anamalee Eenyu qaba Kunoo muslima maqaa balleessuuf Warrii Amantaa Arabaa je'ee Amanttii islaamaa maqaa balleessu Baballachaa jira...Mee maal goodhuu qabna? oftaha ja'aniitii lafaa ka'anii Of tahuu jachuun maal jachuudha?
Hadaraa akkatanaan hin sobamneen isiniif dhaama Dhgahaatii waa'addaan bafadha oromuummaafi Amantiis irratti dhalanne.Waan arra nuqaraasisaniimiti Oromummaan qama keenya saba irratti dhalanne. Akka ittiin walbeeynuufi Rabbiin gosanuuf kaahe.Amntaa ammo Akka ittiin janata seennuufi.Rabbiin cufa ummataatti Ergaa ergeemalee Araba qofaaf hin'erginee. Nabi muhammad sallallahu aleyhi wassallam nu hundaaf ergamee
jala deemuun dirqama nurra jiru. Waanfadheetti amanuu namuu mirga qaba. Hadaraa diin rabbiitiif tumsaa. Yashamarran Yashababban muslimaa..
diin keessan irratti du'aa jannata seentanii ....
Ensha allah ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
https://m.youtube.com/channel/UCFB7QYK9Rdy6B05Sza5y7lQ
Watch "USTAAZ KADIIR HAMZAA KUTAA 1FFAA HAALA YEROO IRRATTI!" on YouTube
https://youtu.be/xXPpNgAh278
ู…ุง ุญุณู†ุชูƒ ุงู„ุชูŠ ู‚ุฏู…ุชู‡ุง ููŠ ู‡ุฐุง ุงู„ุนุงู… ุŸูˆู…ุงุฐุง ุงุฏุฎุฑุช ู„ุขุฎุฑุชูƒ ุŸุŸุŸ

ุฏุนูˆู†ุง ู†ุชูู‚ ุนู„ู‰ ู…ุนุงู†ูŠ ุนู†ุฏ ุฎุชุงู… ุนุงู… ูˆุจุฏุงูŠุฉ ุขุฎุฑ :

ุฃูˆู„ู‹ุง : " ุฅู†ู…ุง ุงู„ุฃุนู…ุงู„ ุจุงู„ุฎูˆุงุชูŠู… " ูˆุฅู† ุงู„ุฎูŠู„ ุฅุฐุง ู‚ุงุฑุจุช ู†ู‡ุงูŠุฉ ุงู„ุณุจุงู‚ ุฌุฏุช ูˆุฃุฎุฑุฌุช ุฃุญุณู† ู…ุง ุนู†ุฏู‡ุง ุŒ ูุฃุญุณู† ููŠู…ุง ุจู‚ูŠ ุนุณู‰ ุฃู† ูŠุบูุฑ ู„ูƒ ู…ุง ู‚ุฏ ู…ุถู‰ .

ุซุงู†ูŠู‹ุง : " ูˆู„ุง ูŠู„ุชูุช ู…ู†ูƒู… ุฃุญุฏ ูˆุงู…ุถูˆุง ุญูŠุซ ุชุคู…ุฑูˆู† " ู„ุง ุชู†ุธุฑ ู„ู„ูˆุฑุงุก ุŒ ุจู„ ุงู…ุชุซู„ ู„ู‚ูˆู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ : " ูˆู„ุชู†ุธุฑ ู†ูุณ ู…ุง ู‚ุฏู…ุช ู„ุบุฏู " ู…ุง ู…ุถู‰ ูุงุช ูˆู…ุงุช " ู„ูƒูŠู„ุง ุชุฃุณูˆุง ุนู„ู‰ ู…ุง ูุงุชูƒู… " ูููƒุฑ ู…ู† ุงู„ุขู† ูƒูŠู ุณุชุฎุชู… ู‡ุฐุง ุงู„ุนุงู… ุจู…ุง ูŠู…ุญูˆ ู…ู† ุงู„ุฐุงูƒุฑุฉ ู‡ููˆุงุช ูˆุฒู„ุงุช ุงู„ู…ุงุถูŠ .

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
As wr wb๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
Obbaleewwan Aakiraa gorsi arraa gaafiin Eegala ...๐ŸŒบ๐ŸŒบ
(toltuun Ati Aalama addunyaa kana keessatti hojjatte maali?)

(Aakiraafoo maal qusatte?)

Hayyee obbaleessa Aakiraa mee kan duraa bara kute maal irra turre kan dhufu hoo akkam itti qeeballe ?
Rasuulli๐ŸŒบ S A W Akkana jedha
ุงู† ู…ุงุงู„ุงุกุนู…ุงู„ ุจุงุงู„ุฎูˆุงุชู…
(hojiin namaa kan ilaalamtu xumura isiiti Atileetiin tokko dorgomaa isaabira yeroo gahu baayyee fiigee darba Atihoo Rabbin๐ŸŒบ akkana jedha :-
ูˆู„ุชู†ุธุฑ ู†ูุณ ู…ุงู‚ุฏู…ุช ู„ุบุฏ
(kan darbe dhiisaa kan boruu ilaalaa kaan due kaan darbe itti yaadi bara kana keyrii maal fakkaattuuniin xumuraa obbaleewwan zikrii istikfaar haa baayyifannuu ...๐ŸŒ…๐ŸŒ…๐ŸŒ…

#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
Forwarded from Al-Nasr Muslim youth jama (๐Ÿ’•Fira-Md-Ad (ahil)ยฎ)
https://m.youtube.com/channel/UCFB7QYK9Rdy6B05Sza5y7lQ
Watch "USTAAZ KADIIR HAMZAA KUTAA 1FFAA HAALA YEROO IRRATTI!" on YouTube
https://youtu.be/xXPpNgAh278
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡.ุนู† ุฃุจู‰ ุณุนูŠุฏุงู„ุฎุฏุฑูŠ ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ ู‚ุงู„ ุณู…ุนุช ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุตู„ูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… :ู…ู† ุฑุฃู‰ ู…ู†ูƒู… ู…ู†ูƒุฑุง ูู„ูŠุบูŠุฑู‡ ุจูŠุฏู‡ ูุฅู† ู„ู… ูŠุณุชุทุน ูุจู„ุณุงู†ู‡ ูุฅู† ู„ู… ูŠุณุชุทุน ูุจู‚ู„ุจู‡ ูˆุฐุงู„ูƒ ุฃุถุนู ุงู„ุฅูŠู…ุงู† .ุฑูˆุงู‡ ู…ุณู„ู….๐Ÿ’ฎ๐Ÿ’ฎ๐Ÿ’ฎ
Inshaa'allah Yoo rabbiin๐Ÿ’ฎ fedhe...Arraan tana waan jibbamaa waan shari'aa kilaafu waan Amantii falleessa Akkatti dhoorkan dubbanna nu wajjiin tura Yaa ummata muslima Jallatamtoota Hordoftoota. Kabajamtoota Amantii islaama Halli amma keessajirru maalfakkaata.?
Nabiraan fokkotaadha. Issin biraan ho maal fakkaata? Akkamitti irraadebisuu dandeenya ?
Akkamitti Amantii
teenyarra waan fokkootaa debisuu dandeenya?
Warra Amantii Araba ja'u san Warra qur'aanni gazeexaadha ja'u san.Akkamitti dura dhabbachuu dandeenya.?
๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–๐Ÿ“–
Dhagayaa isiniifiin hima. Nabiyyiin๐Ÿ’ฎrabbi sallallaahu aleyhi wssallam.
Akki je'e Namni munkara ykn waan shari'aa falleessu. Arge Harkaan haa balleessu ykn Ha'arihu. Ykn Ha'oofu Yoo Harkaan, dadhabe Arrabaan Haa'oofu ,Yoo arrabaan ofuu dadhabee ykn sodaate Qalbumaan haa jibbu Garu qalbbiin jibbuun kun irra dadhabaa Iimaanaati !

Shuuf mee keessatti haa oflaalluu...
Yoo sitehee Akkamitti oofta Harkkaanimo Qalbbiinimo Arrabaani...?
Warra harkkaan oofu nu haagodhu rabbiin imaana jabaasan nuuf haakeennu...

Balaa diin balleessu deemtu cilee bishaan buutee rabbiin haa godhu ...๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘


#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡

โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
#Join_Our_Channel๐ŸŒŸ

โ—On Tg ๐Ÿ‘‡

โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
@ALNMYG๐ŸŒŸ
โ”โ”โ”โ”โ€ขโ—‹โ€ขโ”โ”โ”โ”
2025/07/01 12:19:18
Back to Top
HTML Embed Code: