Join us
๐๐๐๐๐
@ALNMYG๐ท
@ALNMYG๐ท
@ALNMYG๐ท
#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a ๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท

https://m.facebook.com/ALNMYG/

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Join us
๐๐๐๐๐
@ALNMYG๐ท
@ALNMYG๐ท
@ALNMYG๐ท
#Al_Nasr_Muslim_Youth_Jam'a ๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท

As wr wb Nagenya fi Rahmani rabbi issinirra haa jiraatu jaallatamtoota hordoftoota jama'a kenya ....
Akkuma bekamu Jama'an kenya erga hundefame waggotan heddu lakkofsiseera yeroo kanarra kaasee:- da'awalee,sagantale barnoota garagara,qophilee nama bashanansisan fi bohaarsan akkasumas jechamoota waliin issinif dhihessuf qophi issaa xumurera! Kanaf namu akka subscribe godhun nu hordoftan kabajan issin gaafannaa!
โช๏ธโพ๏ธโผ๏ธ๐ (Follow us ).๐๐๐๐ป.....๐๐https://www.tg-me.com/ALNMYG

Telegram
Al-Nasr Muslim youth jama๐
โชMuslim youth associationโช
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
Al-Nasr [ูุตุฑ]๐
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
Al-Nasr [ูุตุฑ]๐
@AI-Nasr muslim youth Group โค๏ธ
_ใฐใฐใฐ____________
" As wr wb "
Bakka jirtanitti nageenyi rabbii isin haa dhaqqabun jechuu barbaada durarratti.
Bisimilaahi jenna maqaa rabbii guddaa
isatu addaan nuuf baase fokkotaa fi badaa
kan irra nukaa.e xariiqul hudaa
isa biraa argamti furmaanni waa hundaa
qabiyyeen har.aaf qabadhe maal seetan waa.ee uumamatootaa ilaalchisee haala fedhinnaa isaaniitifi hubannoo isaanii ilaalchisee qalbii qabaatuu fi fedhinnaa irratti hundaa.ee waan xiqqoo naaf ife irraan isiniin gahuu barbaade
ูุงู ุจุนุถ ุงูุณูู : ุฎูู ุงููู ุงูู ูุงุกฺฏุฉ ุนูููุง ุจูุง ุดููุฉ ูุฎูู ุงูุจูุงุกู ุดููุฉ ุจูุงุนูููุง ูุฎูู ุงุจู ุขุฏู ูุฑูุจ ููู ุงูุนูู ูุงูุดููุฉ ูู ู ุบูุจ ุนููู ุดููุชู ุงูุชุญู ุจุงุงูู ูุงุกูุฉ ูู ู ุบูุจุช ุดููุชู ุนููู ุงูุชุญู ุจุงุงูุจูุงุกู
ใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐ
๐๐ดSalftoota keessaa tokko akkana ja'e. rabbiin "malaaykoota" ni uume ja'e aqilii guutuu godhee fedhinnaan maletti uume .
malaaykoonni fedhinnaa hin qaban jechuudhu.
๐๐ด Ammas rabbiin beelladoota aqliin maletti uume garuu fedhinnaa ni qabu isaan kun faallaa malaaykootaati ilma namaa kana isaanin adda godhee uume fedhinnaas aqiliis guuteeti uume mee kanarraa maal hubattu ?
wantoota dachiirra jiran keessaa ilmi namaa isa tokko isaanis waa lamaan caala tokko aqilii qabaatuu lama fedhinnaa qabaatuu fi k k n dha. hanganuman irraa hubadhe yoonin dogoggores dhiifama .
rabbi isin haa milkeessu
bakka yaaddan sanis isi haa geessuu
jennata keessaa ollaa nabiyyii isin haa qubsiisuu
galatoomaa ammas galatoomaa
adduunyaaf aakhiraa bilisoomaa isiinin jannaa wantoota haariya arkachuf #channel Kenya join godha inshallah.
@ALNMYG ๐

https://fb.me/ALNMYG

๐ทุงูู
ุณูู
ุฃุฎ ุงูู
ุณูู
....๐ท
๐ท Muslimni obboleessa muslimaati...๐ท
Muslimni obboleessa muslimaati.
*Hadiisa kana abuu
hureyraaatu Rabbi isaraa haa
jaalatuu nuu odeesse
ุนููู ุฃุจู ููุฑููุฑูุฉู ๏น
*Wanni inni jee ูุงู
*Ergamaan Rabbii nabi
Muhammad rahmataafii
nageenyi ,isaafii ,aalii isarratti
haa jiraatu akki jee
ูุงูู ุฑูุณูููู
*Yaa gabroottan Rabbii wal hin
waanyinaa takkaa wal hin
hassadinaa qananiin obboleessa
keessani ,akka irraa deemtu ,
hin hawwinaa
ุงูู ุชุญุงุณูุฏููุง
*Wal
hin khaddainaa fakkeysaaaf
ูุงู ุชููุงุฌูุดููุง
nama waa bituuf ,waa gatii, godhuโutti jiru,kan abbaan meeshaadhaa,
dhibbattin sii gurgura jeuun,kan namichi bituuu deemu ,lakkii
shantaman sii kenna jeuunitti, dhuftee , nama gurguru, gargaaruuu
jecha, saddeettaman sii kenna , yoo jetteen , kan bitii garaadhaa hin
qabne , namicha bitu jaynoomsuuuf deemta malee , dalagaa tun {
najshii } jeamti , akkana jechuun: nama bitu san gowwuumsu jeamti
sun isa duchiiftee , waan bituu hin muratin bichisisuuuf deemta. kun
waan Rabbiifii namnilleen jibbuu , irraa fagaadhaa .
*Waliin hin oodinaa walirraa
hin citinaa
ููุงู ุชูุฏุงุจูุฑููุง
*Ammas bitii walirraan hin
bitinaa walirr aan
bituun , nama tokko kan
ููุงู ูุจุนู ุจูุนูุถูููู ู ุนูู
ุจูุนู ุจูุนูุตู
meeshaa takka gurguruuuf,nama bituun gatiirratti, wal tayaniin,
dhuftee nama bituuu deemu saniin naatu, meeshaa, akkanaa tana gatii
tanaa gaditti ,sii gurguraa dhiisi jettee, isarraan isaa gurguru jara wal
taye adda baaftee akkasuma walirraan bituun hin gayu naatu gatii
tanaa olitti sirraa bitaa hin gurguriniif jettee eega wal tayanii adda
baasun haraami ammoo odoo isaan gatiirratti wal hin tayin yoo taatee
haraamii miti bitiirraan waa bituun akka dabarsine kana .
*Yaa gabroota Rabbii
Obboleeyyan walii tayaa,akka
obboleeyyan wajji jiraatanitti
wajji jiraadhaa jaalalaan wal
tayuuun,garaa walitti
toluuun, wal gargaaruuun ,
waan gaariitti wal gorsuuun
, walii tumsuuun .
ููููููููุง ุนูุจุงุฏู ุงููููู
ุฅูุฎูููุงูุง
*Muslumni obboleessa
muslimaati
ุงูู ูุณูููู ู ุฃูุฎูู ุงูู ูุณูููู ู
*Muslimni muslima hin
miidhu hin cunqursu
ุงู ูุธูููู ููู
*Isaaf tumsuu dhiisee
,adawwiif isa hin kennu , yoo
gargaarsa isarra barbaade
,haa gargaaruu jechu
ูุงู ูุฎูุฐููููู
*Muslimni muslima hin
kijibsiisu ni dhugooomsa
jechu , ammallee muslimni
kijiba muslimatti hin odeessu
dhuguma itti odeessa jechu
ูู ุงู ูููุฐูุจููู
*Muslimni muslima hin
xiqqeessu hituffatu isarra ifin
guddisu muslimni an nama
biraa kan muslimarran caalaa
hin yaadu
ููุงู ูุญูููุฑููู
*Nabi Muhammad S.A.W.
akki jee isaa qoma ifitti
akeeku{sodaan Rabbii asi }
hoggaa sadii deddeebisanii
jean
ุงููุชูููููู ูุงููููุง
ุ ูููุดููุฑู ุฅูู ุตูุฏูุฑููู
ุซูุงูุซู ู ุฑุงุช
*Ammas akki jean
muslima xiq-qeessun
, balleessaa yookaa sharrii
guddoo diliin isiii nama isii
dalageef geessu ,kan
balleessuuuf geessu
ุจูุญูุณูุจู ุงู ูุฑููุกู ู ููู
ุงูุดูุฑู ุฃููู ูุญูููุฑู ุฃูุฎุงูู
ุงูู ูุณูููู
*Wanni namni islaamaa qabu
hundi, nama islaamarratti
haraami
ููููู ุงูู ูุณูููู ู ุนูู
ุงูู ุณูู ุญูุฑูุงู ู
*Dhiyni islaamaa ,nama
islaamarratti haraami,
ajjeessun, takkaa dhawuun
hin gayu
ุฏูู ููู
*Horiin
muslimaa muslimarratti
haraami nyaatun hin gayu ,
yoo inni garaa gaariiin isa
kenne malee.
ููู ุงูููู
*Ammallee gurri muslimaa
muslimarratti haraami
hamatuuufii , arrabsuun hin
gayu.
ููุนูุฑูุถููู
*Hadiisa kana muslimtu
odeesse
ุฑูููุงูู ู ูุณูููู ู .
Warra waa irraa hubatu nu haa godhu !
#Join_Our_Channel๐
๐
โโโโโขโโขโโโโ
@ALNMYG๐

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Waan Shammaran isa malee hin bareene
Akkasuma dhiiri dhiira hin taane Daqiiqa 2 kessatti...!
Dhageefadhaa share waliif godhaa jzkl.

แแฃแชแฌ แฃ แ แณแณแแฌ แซแ แ แแ
แญแ
แญ แ แแ
แแฌแต แแญ แฐแแ แญแญแฌ แแแ แจแตแ แฅแแแแแ แฃ
แ แแฐ แแแช แแ แฃ แ แแฐ แญแ แญ แฃแญ แแ แฃ
แตแแแ แแแแแต แตแ แฐแถแผ แญแ แญ แ แแ แฃ
แแฐ แ แจแฉแต แแแแต แแซแ แฃ แฅแฉ แตแแต แตแ แ แฃ
แ แแ แฅแแตแแญ แตแแจแตแ แฅแ แตแแแตแตแ แตแ แแข
แซ แ แแ ... แฅแฃแญแ แ แญแ แญ แ แแ ... แแแ แแตแแแฝ แ แแ
____________________________
แ แแฅแ แ แฅแแแต แซแแแแ แต แฅแ แแแ แจแแแแแ แ แแณแแ โผ๏ธ แตแตแณแ แ แแแ แซแแ แแแ แฅแแณแแ #แผแญ_แซแตแญแ

๐@Abbaa_Manaa_Gaarii!๐
Abbaan Manaa Gaariin, Faaya Jiruuti, Abbaan M G. Warqii Gaara Addunyaa Keessa Guute Hunda Caala! Abbaan M G Gaariin Jannata Dubartiiti! Abbaan M G Ifaa Dukkana Jiruu Keessa Ibsatani! Abbaan M G Magaalaa Qalbiin Dubartiin Keessa Galtuudha bar Abbaan Manaa Gaariin: Qabeenya Haadha Manaati!!!
๐Ukhtiiyye! Jalqaba Abbaa Irraa Dhalatte Wajjin Turta, Isa Ni Kabajja! Booda Obboleessa Wajjiin Dhalatte Wajjiin Jiraatta, San Ni Sodaatta! Xummura Irratti Abbaa Manaa Kee Wajjiin Imala Jiruu Eegalta,#San_Ni_Jaalatta! Lamaan Jalqabaa Osoo Hin Filatin Wajjiin Jiraatte! Inni Xummuraa (Abbaan Manaa) Ammoo Filannoo keeti! Hiriyyaan Imala Jiruu Yoo Gaarii Hin Taane; Bara Hundaa Gadda Ykn Taaziyaa Addaan Hin Galle Keessa Jiraatta!
๐Ammoo Abbaan Warraa Kuni; Research (Qorannoo) Kee Qofaan Hin Dhufu,Sodaa Rabbiiti Fi Isa Gaarii Barbaaddu San Dura Ati Gaarii Taatee Argamuu dha! Akkana Taanaan Waan Hawwite Goofticha Kee Irraa Hin Dhabdu!
Rabbiin Akkas Jedha; ๐
(( ูู ู ูุชู ุงููู ูุฌุนู ูู ู ุฎุฑุฌุงุููุฑุฒูู ู ู ุญูุซ ูุง ูุญุชุณุจ ))
โช๏ธ Nama Allaah Sodaate; Allaah Rakkoo kessaa Hulaa Ittiin Bahu Kaayaaf,Bakka Inni Hin Hamille ykn Hin Yaadne Irraahis Isaaf Hira ( Razzaqa ) โช๏ธ
Rizqiin Nyaataafi Uffata Qofaa Miti! Beekkumsi Rizqii Dha,iimaanni Rizqiidha,Abbaan Manaa Ykn Haati Manaa Rizqii dha! Rizqiin Gaariin Ammoo Namuma Gaariif Dhufti!
Abbaa Manaa Akka Aliyyii Argachuuf; Ati Dura Intala Akka Faaximaa Tahii Argami!
Abbaa Manaa :Michuu Waa Hundaa Kan Sunnaan Nabii Muhammad ๏ทบ Keessaa Isaa Dhunfate, Alasarra Calaqqisu,Rabbiin Qabee Isiin Biraan Haa Gahu!๐คฒ๐คฒ๐คฒ
โชMuslim youth associationโช
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
Al-Nasr [ูุตุฑ]๐
Abbaan Manaa Gaariin, Faaya Jiruuti, Abbaan M G. Warqii Gaara Addunyaa Keessa Guute Hunda Caala! Abbaan M G Gaariin Jannata Dubartiiti! Abbaan M G Ifaa Dukkana Jiruu Keessa Ibsatani! Abbaan M G Magaalaa Qalbiin Dubartiin Keessa Galtuudha bar Abbaan Manaa Gaariin: Qabeenya Haadha Manaati!!!
๐Ukhtiiyye! Jalqaba Abbaa Irraa Dhalatte Wajjin Turta, Isa Ni Kabajja! Booda Obboleessa Wajjiin Dhalatte Wajjiin Jiraatta, San Ni Sodaatta! Xummura Irratti Abbaa Manaa Kee Wajjiin Imala Jiruu Eegalta,#San_Ni_Jaalatta! Lamaan Jalqabaa Osoo Hin Filatin Wajjiin Jiraatte! Inni Xummuraa (Abbaan Manaa) Ammoo Filannoo keeti! Hiriyyaan Imala Jiruu Yoo Gaarii Hin Taane; Bara Hundaa Gadda Ykn Taaziyaa Addaan Hin Galle Keessa Jiraatta!
๐Ammoo Abbaan Warraa Kuni; Research (Qorannoo) Kee Qofaan Hin Dhufu,Sodaa Rabbiiti Fi Isa Gaarii Barbaaddu San Dura Ati Gaarii Taatee Argamuu dha! Akkana Taanaan Waan Hawwite Goofticha Kee Irraa Hin Dhabdu!
Rabbiin Akkas Jedha; ๐
(( ูู ู ูุชู ุงููู ูุฌุนู ูู ู ุฎุฑุฌุงุููุฑุฒูู ู ู ุญูุซ ูุง ูุญุชุณุจ ))
โช๏ธ Nama Allaah Sodaate; Allaah Rakkoo kessaa Hulaa Ittiin Bahu Kaayaaf,Bakka Inni Hin Hamille ykn Hin Yaadne Irraahis Isaaf Hira ( Razzaqa ) โช๏ธ
Rizqiin Nyaataafi Uffata Qofaa Miti! Beekkumsi Rizqii Dha,iimaanni Rizqiidha,Abbaan Manaa Ykn Haati Manaa Rizqii dha! Rizqiin Gaariin Ammoo Namuma Gaariif Dhufti!
Abbaa Manaa Akka Aliyyii Argachuuf; Ati Dura Intala Akka Faaximaa Tahii Argami!
Abbaa Manaa :Michuu Waa Hundaa Kan Sunnaan Nabii Muhammad ๏ทบ Keessaa Isaa Dhunfate, Alasarra Calaqqisu,Rabbiin Qabee Isiin Biraan Haa Gahu!๐คฒ๐คฒ๐คฒ
โชMuslim youth associationโช
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
Al-Nasr [ูุตุฑ]๐
As wr wb Nagenya fi Rahmani rabbi issinirra haa jiraatu jaallatamtoota hordoftoota jama'a kenya ....
Akkuma bekamu Jama'an kenya erga hundefame waggotan heddu lakkofsiseera yeroo kanarra kaasee:- da'awalee,sagantale barnoota garagara,qophilee nama bashanansisan fi bohaarsan akkasumas jechamoota waliin issinif dhihessuf qophi issaa xumurera! Kanaf namu akka subscribe godhun nu hordoftan kabajan issin gaafannaa!
โช๏ธโพ๏ธโผ๏ธ๐ (Follow us ).๐๐๐๐ป.....๐๐https://www.tg-me.com/ALNMYG
Akkuma bekamu Jama'an kenya erga hundefame waggotan heddu lakkofsiseera yeroo kanarra kaasee:- da'awalee,sagantale barnoota garagara,qophilee nama bashanansisan fi bohaarsan akkasumas jechamoota waliin issinif dhihessuf qophi issaa xumurera! Kanaf namu akka subscribe godhun nu hordoftan kabajan issin gaafannaa!
โช๏ธโพ๏ธโผ๏ธ๐ (Follow us ).๐๐๐๐ป.....๐๐https://www.tg-me.com/ALNMYG
Telegram
Al-Nasr Muslim youth jama๐
โชMuslim youth associationโช
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
Al-Nasr [ูุตุฑ]๐
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
Al-Nasr [ูุตุฑ]๐
ุนููู ุฃูู
ููุฑู ุงููู
ูุคูู
ูููููู ุฃูุจูู ุญูููุตู ุนูู
ูุฑู ุจููู ุงููุฎูุทููุงุจู ุฑูุถููู ุงูููู ุนููููู ููุงูู: ุณูู
ูุนูุชู ุฑูุณูููู ุงูููููู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู
ููููููู: " ุฅูููู
ูุง ุงููุฃูุนูู
ูุงูู ุจูุงูููููููุงุชูุ ููุฅููููู
ูุง ููููููู ุงู
ูุฑูุฆู ู
ูุง ูููููุ ููู
ููู ููุงููุชู ููุฌูุฑูุชููู ุฅููู ุงูููููู ููุฑูุณูููููู ููููุฌูุฑูุชููู ุฅููู ุงูููููู ููุฑูุณููููููุ ููู
ููู ููุงููุชู ููุฌูุฑูุชููู ููุฏูููููุง ููุตููุจูููุง ุฃููู ุงู
ูุฑูุฃูุฉู ููููููุญูููุง ููููุฌูุฑูุชููู ุฅููู ู
ูุง ููุงุฌูุฑู ุฅูููููู". ุฑูููุงูู ุฅูู
ูุงู
ูุง ุงููู
ูุญูุฏููุซูููู ุฃูุจูู ุนูุจูุฏู ุงูููู ู
ูุญูู
ููุฏู ุจูู ุฅูุณูู
ูุงุนููู ุจู ุฅูุจูุฑูุงูููู
ุจู ุงููู
ูุบููุฑูุฉ ุจู ุจูุฑูุฏูุฒุจูู ุงููุจูุฎูุงุฑูููู ุงููุฌูุนูููููู [ุฑูู
:1]ุ ููุฃูุจูู ุงููุญูุณููููู ู
ูุณูููู
ู ุจูู ุงููุญูุฌููุงุฌ ุจู ู
ูุณูููู
ุงููููุดูููุฑูููู ุงููููููุณูุงุจููุฑูููู [ุฑูู
:1907] ุฑูุถููู ุงูููู ุนูููููู
ูุง ููู "ุตูุญููุญูููููู
ูุง" ุงููุฐูููู ููู
ูุง ุฃูุตูุญูู ุงููููุชูุจู ุงููู
ูุตููููููุฉู
Ajajaa Muโuminaa, Abuu Hafs Umar bin Al-Khaxxaab irraa odeeffamee ni jedhe: Ergamaa Rabbiitii jedhanuun dhagaโe: โdalagaan kan sirrii taโee argamu niyyaadhaani. Nama hundaafuu wanta inni niyyatetu jira. Namni godaansi isaa (niyyaadhaan) gara Rabbiifi Ergamaa 11 isaa taโe, godaansi isaa (mindaadhaanis) garuma Rabbiitiifi Ergamaa Isaati. Namni godaansi isaa gara duniyaa ishee argatuu yookiin dubartii ishee fuudhuu taate godaansi isaa (mindaadhaanis) garuma waan itti godaaneeti

Carraa badaa tahu maliin beektani?
Maanguddoo farda jaalatan tokko qabantu ture. Guyya tokko fardi sun jalaa bade. Olloonni manguddoo sanii carraa badaa isa mudatee isa boharsuuf dhufan. Maanguddoonniis gadda tokko malee olloottan isaatiin โcarraa badaa tahu isaa akkamitti beektaan?โjedheen. Guyyaa xinnoon booda fardumaan suun faradoota diree keessaa kan hin lenjiiโin fidee dhufe. Ollonni isaa dhufaniiโ carraa gaarii si muudateef baga gammadeโ jedhaniin. Gammachuun baayโee osoo itti hin dhagahamiin โcarraa gaarii tahu isaa akkamiin beektaanii?โ Jedheen.
Guyyaa muraasa booda ilmii maanguddo sanii faradoota sanniin osomaa leenjisu kufee miilli isaa caphe. Ollonni isaas carraa badaa gadda isaa irraa dabarsuuf dhufaan. Haataโu malee manguddoon rifannota tokko maleeโ carraan kun badaa tahu isaa maaliin beektanii?โjedheen. Torbaan muraasa booda warranii labsamee dargaggoonni naannoo sani deemuun dargaggoon baayโeen waraana san keessatti wayta duโan ilmi isaa garuu miilli isaa cabaa tahuun waraanaaf osoo hin filamiin baraarame.

ุนููู ุนูู
ูุฑู ุฑูุถููู ุงูููู ุนููููู ุฃูููุถูุง ููุงูู: " ุจูููููู
ูุง ููุญููู ุฌููููุณู ุนูููุฏู ุฑูุณูููู ุงูููููู ุตูู ุงููู ุนููู ู ุณูู
ุฐูุงุชู ููููู
ูุ ุฅุฐู ุทูููุนู ุนูููููููุง ุฑูุฌููู ุดูุฏููุฏู ุจูููุงุถู ุงูุซููููุงุจูุ ุดูุฏููุฏู ุณูููุงุฏู ุงูุดููุนูุฑูุ ููุง ููุฑูู ุนููููููู ุฃูุซูุฑู ุงูุณููููุฑูุ ููููุง ููุนูุฑููููู ู
ููููุง ุฃูุญูุฏู. ุญูุชููู ุฌูููุณู ุฅููู ุงููููุจูููู ุตูู ุงููู ุนููู ู ุณูู
. ููุฃูุณูููุฏู ุฑูููุจูุชููููู ุฅููู ุฑูููุจูุชูููููุ ููููุถูุนู ููููููููู ุนูููู ููุฎูุฐูููููุ ููููุงูู: ููุง ู
ูุญูู
ููุฏู ุฃูุฎูุจูุฑูููู ุนููู ุงููุฅูุณูููุงู
ู. ููููุงูู ุฑูุณูููู ุงูููููู ุตูู ุงููู ุนููู ู ุณูู
ุงููุฅูุณูููุงู
ู ุฃููู ุชูุดูููุฏู ุฃููู ููุง ุฅูููู ุฅูููุง ุงูููููู ููุฃูููู ู
ูุญูู
ููุฏูุง ุฑูุณูููู ุงููููููุ ููุชููููู
ู ุงูุตููููุงุฉูุ ููุชูุคูุชููู ุงูุฒููููุงุฉูุ ููุชูุตููู
ู ุฑูู
ูุถูุงููุ ููุชูุญูุฌูู 8ุงููุจูููุชู ุฅูู ุงุณูุชูุทูุนูุช ุฅูููููู ุณูุจููููุง. ููุงูู: ุตูุฏูููุช . ููุนูุฌูุจูููุง ูููู ููุณูุฃููููู ููููุตูุฏูููููู! ููุงูู: ููุฃูุฎูุจูุฑูููู ุนููู ุงููุฅููู
ูุงูู. ููุงูู: ุฃููู ุชูุคูู
ููู ุจูุงููููููู ููู
ูููุงุฆูููุชููู ููููุชูุจููู ููุฑูุณููููู ููุงููููููู
ู ุงููุขุฎูุฑูุ ููุชูุคูู
ููู ุจูุงููููุฏูุฑู ุฎูููุฑููู ููุดูุฑูููู. ููุงูู: ุตูุฏูููุช. ููุงูู: ููุฃูุฎูุจูุฑูููู ุนููู ุงููุฅูุญูุณูุงูู. ููุงูู: ุฃููู ุชูุนูุจูุฏู ุงูููููู ููุฃููููู ุชูุฑูุงููุ ููุฅููู ููู
ู ุชููููู ุชูุฑูุงูู ููุฅูููููู ููุฑูุงู. ููุงูู: ููุฃูุฎูุจูุฑูููู ุนููู ุงูุณููุงุนูุฉู. ููุงูู: ู
ูุง ุงููู
ูุณูุฆูููู ุนูููููุง ุจูุฃูุนูููู
ู ู
ููู ุงูุณููุงุฆููู. ููุงูู: ููุฃูุฎูุจูุฑูููู ุนููู ุฃูู
ูุงุฑูุงุชูููุงุ ููุงูู: ุฃููู ุชูููุฏู ุงููุฃูู
ูุฉู ุฑูุจููุชูููุงุ ููุฃููู ุชูุฑูู ุงููุญูููุงุฉู ุงููุนูุฑูุงุฉู ุงููุนูุงููุฉู ุฑูุนูุงุกู ุงูุดููุงุกู ููุชูุทูุงููููููู ููู ุงููุจูููููุงูู. ุซูู
ูู ุงููุทูููููุ ููููุจูุซูููุง ู
ููููููุงุ ุซูู
ูู ููุงูู: ููุง ุนูู
ูุฑู ุฃูุชูุฏูุฑูู ู
ููู ุงูุณููุงุฆูููุ. ููููุชู: ุงูููููู ููุฑูุณูููููู ุฃูุนูููู
ู. ููุงูู: ููุฅูููููู ุฌูุจูุฑูููู ุฃูุชูุงููู
ู ููุนููููู
ูููู
ู ุฏููููููู
ู ".
Ammas Umar bin Al-Khaxxaab irraa odeeffamee (R.A) ni jedhe: โGuyyaa tokko odoo nuti Ergamaa Rabbii (S.A.W) bira teenyuu namni tokko kan uffanni isaa akkaan adiifi rifeensi isaa akkaan gurraacha taโe kan mallattoon imalaa isa irratti hin mulโanneefi nurraa namni tokkollee isa hin beekin tokko dhufee Nabiyyii (S.A.W)bira taaโe. Jilba isaa gara jilba isaaniitti hirkisee ganaa harka isaa sarbaa isaanii irra kaaโee โyaa Muhammad! Waaโee Islaamaa irraa natti himiโ jedhe. Ergamaan Rabbii (S.A.W) โIslaamni dhugaan gabbaramaan Rabbiin malee akka hin jirre, Muhammad immoo Ergamaa Rabbii akka taโe ragaa bahuu, salaata sirnaan salaatuu, Zakaa kennuu, Ramadaana soomuu, yoo (Kaโabaa dhaquuf) karaa gara isaa dandeesse manicha hajjaโuudhaโ jedhaniin. โDhugaa jetteโ jedheen. Dubbiin isaa nu dinqisiise; gaafatee kaโee dhugaa jette jedha. โWaaโee Iimaanaa irraas naaf himiโ jedheen. โRabbiifi maleeykota Isaatti, kitaabota Isaatti, ergamoota Isaatti, guyyaa dhumaatti, qadara (murtii Rabbiitti) gaariis taโee hamaatti amanuu dhaโ jedhaniin. โDhugaa jetteโ jedheen. โWaaโee Ihsaanaa (toltuu) naaf himiโ jedheen. โAkka waan argituutti Rabbiin gabbaruu dha. Yoo ati Isa arguu baattellee, Inni si argaโ jedhaniin. โWaaโee Guyyaa Qiyaamaa naaf himiโ jedheen. โWaaโee ishee irraa gaafatamaan gaafataa caalaa wanti inni beeku hin jiruโ jedhaniin. โWaaโee mallattoowwan ishee naaf himiโ jedheen. โGabrittiin gooftaa ishee daโuu, hiyyeeyyiin kopheefi uffata hin qabne kan tiksee reโootaa turan ijaarsa gamoo keessatti kan wal dorgoman arguu keetiโ jedhaniin. Ergasii ni deeme. Nutis yeroo hanga taโe ni turre. Sana booda (Nabiyyiin SAW) โyaa Umar! Namni na gaafataa ture eenyuun akka taโe beektaa?โ naan jedhan. โRabbiifi ergamaa Isaatu beekaโn jedheen. โInni Jibriil ture. Dhimma amantii (diinii) keessanii isin barsiisuuf isin bira dhufeโ naan jedhan. Muslimtu gabaase.
muslim youth association โ
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
Al-nasr[ูุตุฑ]๐ฅ
2

แแแ
แจแแแฑ
แฅแตแช แฅแแแแจแต แฅแแตแฅ แจแฅแแฑแ
แแแแฅแ แแ แ แญแแต แจแฐแกแตแ
แฅแแ แแแแแฝ แฅแแแตแแแน
แ แ แแ แแแแต แแญ แแแฃแญ แแฐแแน
แฅแแฒแ แฅแแฐ แแแ แฒแแ แแแตแแญแต
แจแแฃแแตแ แแ แฐแแ แแตแต
แแ แตแแแ แฅแตแแแ แญแฅแฌ
แแแ แแ แซแแฅแ แแฒแ แ แแญแฌ
แฒแ แ แญแแด แแ แฅแตแตแแแด แแ
แแ แ แ แ แแฅแ แแแแ แ แแ
แฅแ แธแแต แแแ แขแตแแแ แฐแจแฅแฎ
แจแฐแแฆแฝแ แณแชแญ แฅแแฐแแ แแแตแฎ
Follow us on ||
๐๐๐๐๐
โชMuslim youth associationโช
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
Al-Nasr [ูุตุฑ]๐
แฅแตแช แฅแแแแจแต แฅแแตแฅ แจแฅแแฑแ
แแแแฅแ แแ แ แญแแต แจแฐแกแตแ
แฅแแ แแแแแฝ แฅแแแตแแแน
แ แ แแ แแแแต แแญ แแแฃแญ แแฐแแน
แฅแแฒแ แฅแแฐ แแแ แฒแแ แแแตแแญแต
แจแแฃแแตแ แแ แฐแแ แแตแต
แแ แตแแแ แฅแตแแแ แญแฅแฌ
แแแ แแ แซแแฅแ แแฒแ แ แแญแฌ
แฒแ แ แญแแด แแ แฅแตแตแแแด แแ
แแ แ แ แ แแฅแ แแแแ แ แแ
แฅแ แธแแต แแแ แขแตแแแ แฐแจแฅแฎ
แจแฐแแฆแฝแ แณแชแญ แฅแแฐแแ แแแตแฎ
Follow us on ||
๐๐๐๐๐
โชMuslim youth associationโช
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
@ALNMYGยฎ
Al-Nasr [ูุตุฑ]๐
ramadan
rahma group