Telegram Web Link
๐Ÿyaa ilma namaa mootiin kee kasi uume haqa sirraa qaba๐Ÿ“,suniis ๐Ÿ“ati isa qofa gabbaruudha ๐Ÿ’kashariika isaaf hin goone๐Ÿ‡kunis ๐Ÿ’Dirqama raawwatuu qabdu๐Ÿ“
@ALNMYG
JAALALA RASUULAA
----------------------------------------

Dubbisii #SHARE Godhi

Mucaa Reefuu Ganna 12 Dha Ijoollummaa Isaa Kanaan Kan Taphatee Hin Quufne Garuu Daa'imummaa Isaatii Eegalee Kaayyoo Jabaan Haguugamee Ergama Guddaa Kan Umurii Isaa Waliin Wal Hin Madaalle Baatee Haalaa Fi Amala Addaatiin Ijoollummaa Isaa Kan Dabarse Mucaa Ajaayibaa Dha
Amantii Islaamaa Kan Fudhate Umurii Isaa Ganna 8 'tti Ta'uutu Himama
Mucaan Abdii Boruu Kun Umurii Isaa Ganna 8 Eegaleeti Kan Inni Kunuunsa Guddisa Nabi Muhammad (S.A.W) Argate
Guyyaa Tokko Mucaan Kun Osoo Magaalaa Makkaa Keessa Taphachaa Jiruu Oduu "Nabi Muhammad Mushrikoota Makkaan Qabaman" Jedhu Dhaga'e
Battaluma Kanatti Mucaa Kana Qaamni Isaa Rommuu Eegale Fuulli Isaa Aarii Irraan Itti Diimate Iji Isaa Dallansuudhaan Dhiiga Fakkaate
Mucaan Dallansuun Guutame Kun Mana Seenee Seeyfii Abbaa Isaa Mandhee Keessaa Baafachuun Gara Bakka Nabi Muhammad (S.A.W) Itti Qabamanii Jiru Jedhame Sanatti Fuula Isaa Qajeelchee Deemsa Eegale
Jiraattonni Makkaa Mucaa Kana Karaa Irratti Argan "Mucaa Seeyfii Baatu" Jedhanii Dinqisiifachuun Ajaayibsiifatan
Mucaan Kun Garuu Haasawa Namaatti Dantaa Osoo Hin Kenniin Callisaan Bakka Akeekaa Fi Kaayyoo Isaa Kan Ta'e Birmannaa Nabi Muhammadiif Hanga Dandeettii Isaa Dirqama Isaa Ba'uuf Imala Isaa Akkuma Itti Fufetti Jira
Bakka Jedhame Sana Yeroo Ga'u Nabi Muhammadiin (S.A.W) Argate
Garuu Oduu Inni Dhaga'ee Dallansuun Guutamee Dhufe Sun Soba Ta'uu Erga Baree Booda Mucaan Kun Fuula Isaa Gammachuun Ibse
Nabi Muhammad (S.A.W)
Mucaa Kana Harkatti Seeyfii Arganii Ajaayibamanii "Maal Taatee Seeyfii Qabatte?" Jedhanii Gaafatan
"Mushrikoota 'tu Isin Qabe Oduu Jettu Dhaga'eeni" Jedhee Mucaan Kun Deebiseef
Nabi Muhammad 'is "Osoon Qabamee Maal Goota Turte?" Jedhanii Gaafatan
Mucaan Kunis "Seeyfii 'n Harkaa Qabu Kanaan Nama Isin Qabe Sana Cicciruuf Ka" Jedhee Qoma Isaa Dhiibee Deebiseef
Nabi Muhammad 'is Gootummaa Mucaa Kanaatiin Booji'amanii Aantummaa Isaaf Qabaniin Du'aa'ii Godhaniifii Isa Jajjabeessan
Mucaan Kun Goota Isin Beektan Sana Zubeyr Ibnu Awwaam Dha
Goota Dirree Waraanaa
Kurnan Addunyaa Irratti Jannataan Gammachiifaman Keessaa Isa Tokko Dha

Kan Nabi Muhammad (S.A.W) Hawaariyyii Kiyya Jedhanii Isa Leellisan

Isin Kabajamtoota Dubbistoota Kiyyaa Zubeeyr Ibn Awwaamin Maaliin Beektu?
#Hero

๐Ÿ‘Œ Yoo Si Gammachiise SHARE Godhi

Join us) ๐Ÿ”Œ๐Ÿ”Œ
@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG
โœGorsa Hayyoota islaamaa kan gorsa qabu.
๐Ÿ‘‰sodaa Rabbii keetii uffata godhadhu.
๐Ÿ‘‰waan balleessiite tawbachuuf jarjarfadhu.
๐Ÿ‘‰zikrii baay'isuun fedhii lubbuu keetii injifadhu.
๐Ÿ‘‰An maaliifin Uumame jedhii of gaafadhu.
๐Ÿ‘‰Naamusaa fi kabaja kee tikfadhu.
๐Ÿ‘‰zikriin maleetti salaata dabarsuu fi dhiisuu irraa of qusadhu.
๐Ÿ‘‰Yeroo baay'ee Rabbii kadhatuu(du'aa'ii) amala taasifadhu.
๐Ÿ‘‰Rizqii yoo argatuu barbaadde fira kee maxxanfadhu.
๐Ÿ‘‰Obboleewwan keetiif yaada gaarii qabaadhu.
๐Ÿ‘‰Haadhaa fi Abbaa keetiif kabaja qabaadhu
๐Ÿ‘‰Barnoota Amantaa keetii xiqqoollee ta'u baradhu.
โ˜๏ธ Inshaa'allaah itti fufa....

(Join us) ๐Ÿ”Œ๐Ÿ”Œ
@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG
Maaltu hulaa"Rizqii"cufaa jira๐ŸŽ??
Ulamaaiin islaamaa akka lafa kessetti waa 8ti ja'an innis:-
โ‘  Zinaan baballachuu
โ‘ก mizaana namaa irrisiu
โ‘ข Zakaa dhorkachuu
โ‘ฃ Ribaa nyaachuu
โ‘ค kijibaan kakkachuu
โ‘ฅ nama ganuu
โ‘ฆ waan haraamiin daldaluu
โ‘ง Ragaa kijibaa na irratti bahu.
duuba obboleyyan dhukkubni kun hundi dhukkuba dawaa qabu maalif duuba hulaa rizqii ifitti cufna? Deebiin si bira haa teessuu...

Join us) ๐Ÿ”Œ๐Ÿ”Œ
@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG
"Akkamitti afaan Nama irraa fayyuu dandenya?"Jechudhaan namni tokko haakima gaafate haakimtichis "(Nama kheyrinis sharinis jala Hin mul'ane fi jala Hin dhagayamin tu afaan Nama irra Nama fayyisa"jedhanin.gaafataanis "akkamitti?"jechuudhan debisee gaafate haakimtichis :-
โ˜‘๏ธyoo kheyrii hojjate warri Shari hojatu si jibba
โ˜‘๏ธyoo shari hojjate warra kheyri hojatu si jibba kanaafi jechun debisanif ...
Warra wa irra hubbatu rabbi nu haa godhu ...๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ”นFollow us๐Ÿ”น
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG
@ALNMYG
(Al-Nasr Muslim youth Group)
MURTEE SEENA QABEESSA
-------------------------------------------------
DUBBISII #SHARE GODHI

Manni Murtii Awuroppaa Guyyaa Kaleessaa Murtee Seena Qabeessa Raggaasise

"Freedom Expression" Jechuun Ibsa Kan Kenne Manni Murtii Awuroppaa Namoota Asiin Dura Nabi Muhammad S. A.W Irratti Arrabsoo Fi Qeeqa Karaa Barruu Kitaabaa,Gaazexaa Fi K.k.f Kabajaa Nabi Muhammadiin Xiqqeessan Akka Hin Barreessinee Seera Dhorku Tumachuun Raggaasisanii Jiru

Manni Murtii Olaanaa Awuroppaa Kun Namoota Nabi Muhammadin Arrabsuun Maqaa Balleessuun Yaada Ofii Bilisaan Ibsachuu Dha Jedhanii Lallabaa Turan Gochi Kun Yaada Ofii Bilisa Tahanii Ibsachuu Osoo Hin Taane Seer-Maleessummaa Akka Tahe Cimsee Beeksisee Jira

Yeroo Darbe Dubartiin Lammii Owustiriyaa Taate Tokko Dirreetti Baatee Nabi Muhammad S.A.W Sababa Arrabisteef Manni Murtii Biyyichaa Badii Itti Muree Murtee Irratti Dabarsus Dubartiin Kun Yaada Kiyya Bilisaan Ibsachuun Mirga Kiyya Na Dhorkuu Hin Dandeessan Jettee Mana Murtii Olaanaa Awuroppaatti Ol Iyyannoo Fudhattee Turte Kana Bu'uura Godhachuun Dhimma Kana Kan Qorachaa Ture Manni Murtii Olaanaa Awuroppaa Guyyaa Kaleessaa Murtee Dabarseen Gochi Kun Seeraan Ala Jechuun Deemsi Kun Uummata Gidduutti Jibbaa Facaasa Jechuun Manni Murtii Awostiraa Murtii Inni Dubartii Kana Irratti Dabarse Murtee Sirrii Fi Deeggaramu Qabu Dha Jedhee Beeksise

โˆš Yoo Si Gammachiise #MaashaAllah Jedhi #LikeShare Godhii Facaasi

โ€ขโ€ข Yaa Rabbi Ergamaa Kabajamaa Nabi Muhammadiin Nama Kabaju Nu Taasisi
#Aamiin

ยฎBarruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isiin biraa gahuf channel kana join godha Insha Allah
@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG
Waa afur "4" Rabbi siif haa kennu.
๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด
1. Iimaana guutuu
2. Rabbi sodaatuu
3. Qananiin jiraatuu
4. Umrii dheeratuu...

๐Ÿ‘‰Waa afur rabbi siif haa laaffisu.

1. Kheeyrii hojjachuu
2. Haraam eegachuu
3. Dilii rraa towbachuu
4. Ibaadaa hojjachuu...

๐Ÿ‘‰Nama waa afur qabu rabbi. sihaa godhu

1. Kabajamaa namaa
2. Jaalala namaa
3. Quuqama sabaa
4. Farra kijibaa...

๐Ÿ‘‰Waa afuriin rabbi sihaa shallamu.

1. Aalima saahibuun
2. Haadha fi abbaa kabajuun
3. Kheeyritti nama ajajuun
4. Hamtuu rraa nama dhoorkuun...
Rabbi siif haa kennu
- BALLOO isii booda RAKKOON hin jirre
- GAMMACHUU isii booda GADDI hin jirre.
- ARKATA isa booda DHABNI hin jirre
- JAALALA isa booda JIBBAAN hin jirre...

๐Ÿ‘‰Du'a afur Rabbi sirraa haa qabu.

1. Dargagummaan du'uu
2. Dingatatti du'uu
3. Konkolaataan du'uu
4. Haraam Irratti du'uu.
Ya Rabbi nama Aamiiiin ja'e cufaafuu qeebali.
Aamiiiin allaahumma Aamiiin...

Share godhuu hin dagatin JZK....
Gorsii babaredan akka isiin gaahu yoo barbaddan @Channel kana Join godha insha allah.

@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG

[#Al-Nasr Muslim Youth Group]
๐Ÿ‘‰Hordoftoota @Channel kenyaa wantooni Hangaa amma gadhisutti jiruu yoo isiin gammachise .Like godha insha allah
๐Ÿ”นFollow us๐Ÿ”น
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG
@ALNMYG
(Al-Nasr Muslim youth Group)
->Ni duutaโ€ฆ
Haya San booda hoo ?
Maal hojjate ?
Maal qopheefate ?
Sinqin te ho ?
Essa senu demta ?
San booda ho ?


Adunya tannarati qalbi te akkami tisite ?
Janata haala kamiin senta ?
Yaa Rabb warra gaaffi hunda jala najaa bahu nu taasisi ....๐Ÿ‘
.
.
.
๐Ÿ”นFollow us๐Ÿ”น
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG
@ALNMYG
(Al-Nasr Muslim youth Group)
๐Ÿ”นFollow us๐Ÿ”น
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG
@ALNMYG
(Al-Nasr Muslim youth Group)
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡.ุฃู„ุฏูŠู† ุฃู†ุตูŠุญุฉ
@As.wr.wb.
Nabiyyiin rabbi sllallaahu aleyhi wssallam โค๏ธ
Diin jeechuun ๐Ÿ’Gaari wali yadudha je''e ๐Ÿ’žDhugaadubbataadhasi dhugoonfammaadhasi( ู‡ูˆ ุตุงุฏู‚ ุงู„ู…ุตุฏูˆู‚)๐Ÿ’•
Saniifu cufti ilmaan namaatu gaari waliif yaduun barbachisaadha ๐Ÿ’™Akkamitti gaarii waliif yaadan yoojattan:-


(1)gaarii waliif yaduun โค๏ธ๐Ÿ’•๐Ÿ’ž๐Ÿ’“๐Ÿ’—Hamturra waldhoorkani garitti wal ajajuudha )Akkuma rabbiin dubbateeti qur'aana isakeessatti ( ูƒู…ุง ู‚ุงู„ ุชุนุงู„ุง ูƒู†ุชู… ุฎูŠุฑุง ุฃู…ุช ุงุฎุฑุฌุฉ ู„ู†ุงุณ ุชุงู…ุฑูˆู† ุจู„ู…ุนุฑูˆู ูˆุชู†ู‡ูˆ ู† ุนู† ุงู„ู…ู†ูƒุงุฑ ุงู„ุงุกูŠุฉ)
Jabadhati garitti wal ajaja hamturra waldhorka ๐Ÿ’˜
.
.
๐Ÿ”นFollow us๐Ÿ”น
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG
@ALNMYG
(Al-Nasr Muslim youth Group)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ”นFollow us๐Ÿ”น
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG
@ALNMYG
(Al-Nasr Muslim youth Group)
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡ ู…ู† ูŠู‡ุฏุงู„ู„ู‡ ูู„ุง ู…ุถู„ุงู„ู‡ ูˆู…ู† ูŠุถู„ ุงู„ู„ู‡ ูู„ุงู‡ุงุฏูŠ ู„ู‡ ) ุดูƒุฑุงู„ูƒู…...

(kanaaf rabbi nu haa qacelchuu!) ๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ”นFollow us๐Ÿ”น
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG
@ALNMYG
(Al-Nasr Muslim youth Group)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Al-Nasr Muslim youth Group:

๐Ÿ”นFollow us๐Ÿ”น
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG
@ALNMYG
โ›…๏ธโ›…๏ธโ›…๏ธโ›…๏ธโ›…๏ธโ›…๏ธโ›…๏ธโ›…๏ธโ›…๏ธ
SALAATA JABEESSI
ใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐ

*salaanni : rizqii siif argamsiisaa
*salaanni:fayyaa kee siif tiysaa
*salaanni:cinqii sirraa deebisaa
*salaanni:dhukkuba sirraa deebisaa
*salaanni:fuula kee sii ibsaa
*salaanni:Rahaa qalbii teetif buusaa
Kanaaf obboleeyyaan kiyya faayidaa salaataa ammaaf xumuruu waanin hin dandahiniifin karatti dhaabee itti deebi'een barreessaa waa hunda caalaa salaata kana irratti akka jabaannee wahillaan keenyaafis akka dhaamnuun isiniin jedhaa
jazaakallaahu kheyran

@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG
[AL-NASR MUSLIM YOUTH GROUP]
Q A J E E L F A M A J I R U U
1 0
------------------------

๐Ÿ‘‰Jireenya Gammachuu Yoo Feete Dubbisii #Share Godhi

1. WAAN QABDUUN GAMMADAA TA'I
Xiyyeefannan Kee Waan Hin Qabne Irratti Osoo Hin Tahin Waan Qabdu Irratti Haa tahu
Ati Nama Gammadaa Tahuuf Waan Hunda Qabaachuun Sirraa Hin Eegamu Yoo Sirriitti Hubatte Wanti Ati Amma Qabdu Kun
Gammadaa Si Taasisuuf Gahaa Dha Waan Ati Qabdu Kana Warren Hawwan Hedduudhaati.
2.OF TAHI JIRAADHU
Addunyaa Kana Irratti Wanti Akka Nama Fakkaachuu Ulfaatu Maaltu Jira?
Warreen Dhugaan Si Jaallatan Eenyummaa Keetin Si Qeebalu... Eaa Hunda Caalaa Of Tahuudhaan
Nageenya Lubbuu Kee Wajjiin Uumi.
3. NAMA HUNDA GAMMACHIISUF HIN YAALIN
Waan Tokko Hoggaa Hojjattu Akka Namni Gammaduuf Oso Hin Tahiini Fi Waan Itti Amante Tahu Qaba.
4. GAMMACHUU KIJIBAA HIN BARBAADIN
Gammachuu Kijibaa Fi Dhugaa Gidduu Garaa Garummaa Guddaatu jira. Gammachuun Kijibaa Gammachuu Yerooti Kana Akka Paarastamoolitti Dhukkuba Nurraa Qabanii Booda Nutti Deebi'uuti, Gammachuun Dhugaa Garuu Yaada, Kaayyoo Fi Hojiin Keenya Hoggaa Wal Argatu Kan Uumamuu Dha
5. WANTOOTA JIJJIIRUU HIN DANDEENYE QEEBALI FUDHU!
Waan Humna Keetii Ol Ta'een Of Hin Dhiphisiin
Waan Humna Keetiin Olii Rabbitti{s.w} Kenni.
6. JAALALLEE DHUGAA OFIIF TAHI!
Namooni Kan Si Jaallatan Ati Dura Yoo Of Jaallattee Dha
7. GAARII YAADI GAARII DUBBADHU!
Namni Bu'aa Waan Yaaduu Kan Argatu Tahuu Beeki!
8.MAALIF AKKA JIRAATTU BEEKI!
Jiruu Jechuun Yeroo Dirqamoota Sitti Kennamee Raawwachuuf
Siif Kennamee Dha! Firqamni Kee Maali? Jiruu Kee Keessatti Wanti Gochuu Feetu Maali?
Deebiisaa Wantoota Kanaa Yoo Beekte iIlaalchi Ati Jiruuf Qabdu Nii Jijjiirama.
9. NAMA HUNDAAF GAARII TAHI!
Eenyu Akka Si Quunnamu Hin Beektuu Nama Hundaaf Gaarii Tahi
Nama Hin Tuffatin
Namoota Adda Addaa Kan Quunnamtu Hundaaf Waan Sirrii Tahe Tokko Isaanif Hojjadhu
10. NAMAAN OF HIN DORGOMSIISIN
Akkuma Ashaaran Quba Keenyaatti Haala Amala Fi Fedhiin Keenya Wal Dhaba Waan Ta'eef Nama Wajjiin
Of Hin Dorgomsiisin
Wanti Gammachuu Si Dhorku Tokko Lubbuu Kee Namaan Wal Dorgomssifte Waan Isaan Qaban Yaadaa Waan Ofiif Dhabde Yaaduu Dha.

โ€ขRabbi Warra Itti Fayyadamu Nu Haa Taasisu
#Aamiin

ยฎBarruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif #Like_Share join Godhaa

@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Join Us ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG

[AL-NASR MUSLIM YOUTH GROUP]
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡

*ู‚ุงู„ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุง ู„ุง:-
(ูˆุนุชุตู…ูˆ ุจุญุจู„ ุงู„ู„ู‡ ุฌู…ูŠุนุงูˆู„ุงุชูุฑุงู‚ูˆ)

#As #wr #wb
wa'ee tokkummarra issinif haasoynaa:-
KUTAA 1FFAA

#Rabbiin subhana wat'aalaa Akkana je'e โ˜๏ธโค๏ธ (Haada- #Rabbi qabadha funyoo #Rabbii tana qabadhaa tokko taha Addaan hin bahina je'e.)
Jallatamtoota kabjamtoota ummata muslima hundinu wal haa jabeeffannu tokko haataanu faca'iinsi nurra hin barbaachisu kessattu yeroo ammaatana waa hedduutu dema jira...

Kanaaf hundi keenyaahu bakka jiru funyoo Rabbii qabanne diin irratti wal jaalanne haa wal jajabbeesinuu firqafirqan wal qooduu haa dhiifnu sababnis guyyaa booru irraa gaaffatamnaati.

@Kabajamtootaa๐Ÿ‘ filmaattoota ๐ŸŒท๐ŸŒทobboleyyan Muslimaa Barnnootaa fi Gorsa gara gara,Sagantaalee waytawaa akkasumas haadisaa fi seenaalee Gara gara fi k.k.f oddeffannoo argachuuf chaanaala keenya join godha akkasumas share walif godha walif dabarsa Rabbif jecha! jzkl ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘


๐ŸŒทAl-Nasr Muslim youth Jam'a
Join Us ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG
.
.
KUTAA 2 FFAA

Fesbukiifi midiyaalee gragraarratti wan amantii tenya balleessatu deemaa jira tokkummaa teenyadiiguuf socha'aa jiran saniifu jabaannee tokkumma uumuun bayyedha nurra eegama Ergamaan rabbilleen๐ŸŒท Akkana je'e:-
(ูƒูˆู†ูˆ ุนุจุงุฏุงู„ู„ู‡ ุฅุฎูˆุงู†ุง):-
(Gabrootan rabbi kan akka obbaleeyyanii santaha ๐Ÿ’žmu'uminni akka kanniissaati )

fakkenyaaf kanniisa lalamee tokkummaa kanniisa laalame akkatti waljallatu akkatti waliif ajajamu lalame ๐Ÿ’š๐Ÿ’˜

Obbaleeyyan kiyya wal jalladha wal hin jibbina Tokko taha wal hin facaasinaa gargar hin deemina tokkummaa umaa wal dhagaha Yaa jama'a muslimaa yaawarra chaanaala kana hordoftan tokko taha addaan hinba hina ) dogongari yoo jiraates afwenlillah )

(HEDDUU ISSIN JAALANAA๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท )Galatooma๐Ÿ’•๐Ÿ’“๐Ÿ’˜



๐ŸŒทAl-Nasr Muslim youth Jam'a
Join Us ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ALNMYG
@ALNMYG
@ALNMYG
2025/07/04 23:03:58
Back to Top
HTML Embed Code: