Telegram Web Link
Audio
Barnoota babbareedaa isiniif dabarsinaa waan jirruuf
Chaanaal keenya join godhachuu hin dagatinaa
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Forwarded from Mujahid Habo Official (1stly)
💚➢Soorata qalbii💚


Bishaan birciqqoon tokko
Qaamaa guutuuf soorataa
Xiqqaa haa fakkaatu male
Du'a oolchuuf furmaataa

Gorsis xiqqaa fakkaatu
Daandii dabe hoogganaa
Hulaa seensaaf cufame
Salphaatti saaqee banaa

Seenaan qara baasee
Albee kee siif moroda
Sibiilli qara baanaan
Waan kutu ofiif gaadaa

Kanaaf salphaa fakkaatus
Yaadni soorata qalbii
Garuu qoosa akka hin goone
Naaf akeekkadhu dubbii

➢➤ Mujahid Habo

Chaanelii kanatti seenaa baradhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA
Forwarded from 🔊HARARGEE MEDIA
Watch "NEW QAMAR YUSUF 2021" on YouTube
https://youtu.be/Lbn8Yg1dBeY
☁️🌟🌟🌟☁️

◎Ibnul Jawziin Rahimahullaahu Akkana jedha:
◉Yoo ji'a kana keessa kasaarte ji'a kam keessa milkoofta?!
◉Yoo ji'a kana keessa waan kayirii hin bobbooji'anne (hin saammanne) ji'a kam keessa Saammatta?!

◎Zuhariin Rahimahullaahu Akkana jedhe:
💎Subhaanallaah tokkittiin Ramadaana keessa jedhamutu

Subhaanallaah yeroo biraa kuma tokko jedhamu caala jedhu

Kanaafuu Obboleewwaniifi Obboleettowwan koo jajjabaachuu qabna

📚 فضائل رمضان لابن أبي الدنيا (٢٣)

☁️🌟🌟🌟☁️

◉Barnoota babbareedaa isiniif dabarsinaa waan jirruuf
Chaanaal keenya join godhachuu hin dagatinaa 👌
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Forwarded from Mujahid Habo Official (1stly)
Dharatu gamoo ijaarraan
Manni dhugaatti jigee
Raada hormaataa binnaan
Jibichoomee bijige

Hurriin argaa nu jaamsee
Karaan dabaan qajeelee
Jaarsi miila sadi'ii
Durba qarree kajeele

☞︎︎︎Itti seenaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA
Sin taajjabe dache!
Mujahid Habo
Sagalee Ajaa'ibaafi ergaa haalaan qabu kana dhaggeeffadhaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA
Guyyoonni Ramadaanaa daddafee dhumaa jira

➭Ramadaanni dhumuuf dhihaate jennee dubbanna

➙Garuu Kan dhumuu dhihaate nu ta'uusaa erraanfanne😥

➭Ramadaanni barana yoo dhumes bara dhufu deebi'a
➨Namni Rabbiin umriisaa dheeresse jiraatee niqaqqabata
➠Garuu umriin keenya barana dhumti yoota'e
➝Lamuu Nu'iifi Ramadaanni wol arguun hin jiru

🤲Yaarabbi Ramadaana hamma afe kana Nama ittiin sitti dhihaatu Nama ittiin Araaramakee argatu Nama ittiin jaalalakee argatu Nuuf taasisi🤲

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Forwarded from ISIILAAM HAYYATI channel ❣️ (Abđeta Øbborra)
Baga gammadani baga gamnee!!!

Waaroota channel beeysiifachuu barbaddan hundaaf channel keessaa gatti maddalawwaadhaan kan issiinf hojjannu ta'a.

Kanaafuu warrooni #Creator tataan hundaaf waamichaa goonaa namni channel gattii maddalawwan beeysifachuu barbaddan hundii keessaan kara @ABDETUOR naan gahu danddeetu.

Akkasuma Namoon Channel Bittachu barbadaan hundaaf Channel Missensa

Memabrsa 5k
Memabrsa 1k

Waan qabnuuf akka dafttaanii Nuu qunamattaan Waamichaa goona.


Channel keessaan yeroo dhihoot hordoftoota bayyee issiinf argatta.

@ABDETUOR
@ABDETUOR
@ABDETUOR quunama.
𝑵𝒂𝒋𝒋𝒂𝒂𝒔𝒉 𝒏𝒆𝒘 𝒏𝒆𝒔𝒉𝒊𝒅𝒂 2021 𝒂𝒇𝒂𝒏 𝒐𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑺𝒆𝒆𝒏𝒂𝒂 𝑵𝒂𝒋𝒋𝒂𝒂𝒔𝒉𝒊𝒊
🎙Najjaashii Mohamed 2021 Nashiidaa.

Seenaa Ahmed-Najjaashii part 1ffaa.

🧩
@B_Islaamummaa

෴෴෴෴෴෴෴෴෴
Hammi 6.5 MB
🎵 Daqiiqaa 10
෴෴෴෴෴෴෴෴෴


◎Nashiidaaleefi
Barnoota babbareedaa isiniif dabarsinaa waan jirruuf
Chaanaal keenya join godhachuu hin dagatinaa
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Forwarded from Mujahid Habo Official (1stly)
#ji'a_keyrii_kana
hin rafin hirribaa
kadhaa heddummeessi
jiruun siif dirribaa

of qofaaf hin joorin
beela'aa qallabii
qoma dhiibuu dhiisii
rabbiif gad of qabii

furtuun balbala hundaa
harkuma rabbii jiraa
ibaadaa baayyisuun
haa milkoofnu firaa

qananii har'aa boriif
galaa haa qopheessinuu
Amrii jabaate jalaa
rabbitti haa dheessinuu

qaamaaf qalbiin soomnee
kurkumnaan balbala
zikrii daneessinaan
ganamaaf galgala

inni nurraa dhiqaa
badii keenya hundaa
gaafasuu milkoofnee
taana nama guddaa

baatii sheyxaanni hidhamtee
banamu ulaan jennataa
eenyutu tattaaffatee
waa boriif ol kennataa?

ji'a rahmataaf nagaa
kan magfiraaf araaraa
meeqat tola kajeelee
gubachuu of baraaraa?

ergaa rasuula keenyaa
qalbii guutuun dhaga'ee
eenyu galateeffate
nagaadhaan woggaa ga'ee

namni har'a hojjatee
bor al-rayyaaniin dhugaa
gariin obbolaa keenyaa
maaf Yeroo kana mugaa?

baatii kennaa kenname
kan zanbii qulqulleessu
maaf hamii dadhabanii
taa'uun oduu bulleessuu?

lakki an dammaqeeraa
borii koo ofan shakkaa
erga baatiin kun galee
rafee hin bulle takkaa

anoo jennata keessaa
gamoo tokko hin ijaarree
fuudhees ilmoo hin dhalchine
umuriidhaan hin jaarree

akkamittan rafaree
bor bakkan dhaqu beekaa
waanan haamu facaaseen
galma kiyya akeekaa

haa mil'annu obbolee
ollaa keenya isa deegaa
yoo nu jara yaadanne
nuun immoo rabbit eegaa

badii isa daangaa dhabee
tuulame akka gaaraa
hundumaa nurraa haqee
argamsiisa araara

ibaadaan jajjabaannee
keyrii wol haa saammannuu
fitnaa guyyaa boriillee
shafa'aa haa dhaammannuu

irraa baraaramuudhaaf
ibidda jahannamaa
yeroon kun nudabartii
dadammaqaa yaa namaa

galaan koo kanumadha
kanan siif kudhaamee
fazakkir waan jedheef
yaadannoo siif dhaamee!
👓👓👓👓👓👓👓👓👓👓
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA
Forwarded from Asad Official
➤Breaking News

Ibsa qorannoo Addeessaagalgala
kanaatiin baatiin Shawaal waan
hin mul'atiniif guyyaan iidaa kamisa
dhufu akka raawwatu ibsameera.
➤Baga jala bultii Ayyaana sooma
hiikkaatiin isin ga'e.
➤BKT Mujaahid Haboo

Chaanelii armaan gadiitti yoo
seentan odeeffannoo ho'aafi qulqulluu
argachuu dandeessu.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA
Forwarded from Øbbõĺâ Ťûbâ
Oduu Ho'aafi Ajaa'ibsiisaa
➢➤➢➤➢➤➢➤➢➤➢➤
Seenaa Ifxaaraa Addababaayiitti
ummata Islaamaa faxarsiisuutiin
Jalqaba irra kan turte biyya Egyptii
yemmuu taatu Rikeerdiin kun galagala
Seena qabeettii 3/9/13 Itoophiyaadhaan
cabuun mirkanaa'eera.Galagla kana
Magaalaa finfinneetyi sagantaan
Ifxaaraa godhame namoota miiliyoona
tokkoo ol kan hirmaacj'hise yemmuu ta'u Itoophiyaa Mi'uslimoota
Faxarsiisuudhaan Addunyaa irraa
Sadarkaa jalqabaatti rekerdii of
harka galfatteetti.

➢➤BKT Mujaahid Haboo
Caamsaa 3/9/13
Liinkii kana gadii tuquun odeeffannoo ho'aa argachuu dandeessu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA
ℕ𝕒𝕤𝕙𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 𝕒𝕗𝕒𝕒𝕟 𝕠𝕣𝕠𝕞𝕠 𝕟𝕖𝕨 2021 ℕ𝕒𝕛𝕛𝕒𝕒𝕤𝕙 𝕄𝕠𝕙𝕒𝕞𝕞𝕒𝕕 𝕤𝕖𝕖𝕟𝕒𝕒 𝕟𝕒𝕛𝕛𝕒𝕒𝕤𝕙𝕚𝕚…
🎙Najjaashii Mohamed 2021 Nashiidaa.

Seenaa Ahmed-Najjaashii part 2ffaa.

🧩@B_Islaamummaa

෴෴෴෴෴෴෴෴෴
Hammi 6.6 MB
🎵 Daqiiqaa 10
෴෴෴෴෴෴෴෴෴

Parti 3ffaas yeroo dhihootti isin biraan geenya
Chaanal keenya kana👇 join godhaatii nu'eeggadhaa

◎Nashiidaaleefi
Barnoota babbareedaa isiniif dabarsinaa waan jirruuf
Chaanaal keenya join godhachuu hin dagatinaa
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
◉Naamuusa guyyaa iidaa.◉

⓵ - faxaranii ka'anii gara iidaa deemuu.

⓶ - qaama guutuu dhiqatanii waan urgaahaa dibatanii dhaquu.

⓷ - irra gaarii uffata qabanuu uffachuu.

⓸ - wal eebbisuufii walgammachiisuu.

⓹ - waan eeyyamamaa ta'e yooqabaatan maatiidhaaf baldhisanii kennuu itti arjoomuu.

⓺ - hanga salaata iidaatti takbiiraa heddummeessuu.

⓻ - yoo iida dhaqan karaa tokkoon yoota'e yoodeebi'anii galan daandii biraatiin galuu.

⓼ - iddoon ittisalaatan yoo masjida hinta'in salaata iidaa dura salaatuu dhabuu.

⓽ - eega salaata iidaa salaatanii galanii manatti raka'aa 2 salaatuu.

Iid mubaarak

Sayfuddiin


Barnoota Amantii islaamaa fi Nashiidaa Babbareedaa Argachuu yoo Barbaaddan Chaanaal kiyya kana Join godhadhaa Baarakallaahu Fiikum

👇👇👇
https://www.tg-me.com/shekseefuddiin
2024/06/03 12:29:27
Back to Top
HTML Embed Code: