Telegram Web Link
Beeksisa qaxarrii

Ministeera Galiiwwanitti Waajjira Damee Adamaa gitaawwan hojjii Banaa armaan gadi tuqaman irratti gahuumsa kan qaban namoota hojii barbaadan wal-dorgomsiisee dhaabbiidhaan qacarraruu ni barbaadaa. Waan kana ta'eefu iyyatonni ulaagicha guttan ragaa barumsaa barbaachiisaa ta'ee fi muxannoo hojii rogummaa qabuu qabatanii dhiyaachuudhaan galmaa'uu kan dandeetan ta'uusaa ni beeksiisnaa
2025/06/27 15:22:03
Back to Top
HTML Embed Code: