ባለፈው ዓመት 'የመደመር ትውልድ' መፅሃፍን በመረቅንበት ወቅት በኦሮምያ ክልል የሚሸጡ መጽሐፎች ገቢውን የሶፍ ኡመር አካባቢን ለማልማት እንዲውል አበርክተን ነበር። ዛሬ ስራው የደረሰበትን አስደናቂ ርምጃ ተመልክተናል። ባሌ ካለው ሰፊ የታሪክ ሃብት እና የተፈጥሮ ስጦታ አንፃር እምቅ ሀብት ያለበት አካባቢ ነው። ድንቅ መስህብ ያላቸው መልክዓ ምድሮች ከመሰረተ ልማት እና የመገናኛ ማሳለጫዎች መሻሻል ጋር ለአካባቢው የበለጠ እድገት ሊያስገኙ ይችላሉ። በአቅራቢያ የሚገኘው የዲንሾ ፓርክ የአካባቢውን ሳቢነት የበለጠ የሚጨምር ነው።

የሶፍ ኡመር ፕሮጀክት አመርቂ አጀማመር የጠንካራ ፕሮጀክት አመራርን ጠቀሜታ የሚያጎላ ሲሆን የስራው ሂደት ባለበት ደረጃ እንኳ ሰፊ የስራ እድል የፈጠረ የማኅበረሰቡን የኑሮ ደረጃም በእጅጉ የሚያሻሻል ይሆናል።

Bara darbe wayita kitaaba 'Dhaloota Ida’amuu' eebbifne galiin kitaabota Naannoo Oromiyaatti gurguramanirraa argamu naannawaa Holqa Soof Umar misoomsuuf akka oolu gumaachinee turre. Har'a sadarkaa dinqisiisaa hojichi irratti argamu daawwanneerra. Qabeenya bal'aa seenaafi kennaa uumamaa Baleen qabu yoo ilaalle naannawaa qabeenyi guddaan jirudha. Teessumni lafaa hawwata ajaa’ibsiisaa qabu misooma bu'uraafi mala walqunnamtii fooyya'aa qabaannaan guddina caalmaa qabu argamsiisuu ni danda’u. Paarkiin Dinshoo naannichatti argamu hawwattummaa naannawaa sanaa kan dabaludha.

Jalqabbiin ajaa’ibsiisaa piroojaktii Soof Umar faayidaa hooggansa piroojaktii cimaa kan sirriitti agarsiisu yoo ta’u, adeemsi hojichaa sadarkaa amma irra jiruttillee carraa hojii bal'aa kan uumeefi sadarkaa jireenya hawaasichaa kan baay’ee fooyyessudha.

Last year, when we launched the book "Generation Medemer," we dedicated the proceeds from sales in the Oromia Region to developing the Sof Omar area. Today, we witnessed the remarkable progress made. Bale, with its rich history and natural endowments, is a high-potential area. Its attractive landscapes, coupled with infrastructure development and improved connectivity, can catalyze further growth. Nearby Dinsho Park adds to the area's appeal.

The inspiring start of the Sof Omar project underscores the importance of strong project management. This progress is already boosting employment and will accelerate living standards in the community.
2024/05/22 01:48:43
Back to Top
HTML Embed Code: