Rogeeyyonni ittisa balaa tasaas falli inni dhumaa fi falli amansiisaa dha jedhanii itti of abdatan; yaalii isa dhumaa teeknooloojii haada elektiriika harkisu fayyadamuudhaan (system) jalqaban. Kana dura system kanaan yeroo hedduu dhimmoota gara garaaf irratti milkaa'anis; inni isa hardhaa kun baayyee isaa qormaateera. (System) haadni isaan fayyadamanii miila (John Edward) tti hidhan ni cite. Sababni isaas (John Edward) bakka fi haala akka malee keessatti rarra'ee hafeera.! Qaamoleen (John Edward) yeroo dheeraa danqamee waan tureef haala rakkisaarra jiru. Rogeeyyoonni ittisa balaa tasaas lubbuu isaa baraaruuf dhiphina keessa jiraatanis ammas hamma dandeettii isaanii yaaluu isaanii itti fufan. Haati warraa isaas bira imaluudhaan isa jajjabeessaa turte. Ammas yaalii isa dhumaa rogeeyyota ittisa balaa tasaa keessaa namtichi muuxannoo dheeraa dhimma holqaa irratti qaba jedhanis ofitti amanamummaadhaan holqicha keessa bira deeme. (John Edward) sa'aatota kudha sagaliif (19'f) haala rakkisa kana keessa ture. Rogeeyyonni ammas irra deebi'uudhaan system fayyadamanii isa baasuuf falli mul'ate, miila isaa rarra'ee ol hafe sana muruu dha jedhan. Malicha fayyadamanii wayita yaalii isaanii itti fufan dhukkubbiin cimaan itti dhagahamuudhaan (John Edward) qaamni isaa guutuun of wallaale. (System) fayyadamanii miila isaatti hidhanis haadni (system) icha cituudhaan (John Edward) mataan gadi lafatti kufe. Miilonni isaa dhiiguudhaan miidhaan cimaan qaama isaarra qaqqabe. Yaaliin isa baasuudhaaf yeroo dhumaa taasisanis osoo hin milkaa'in hafe.
Nama Gaddisiisa.!
Rogeeyyiin ittisa balaa tasaa gola holqa keessatti wal gahuudhaan qorannoo taasisaniin (John Edward) bakka danqamee gadi rarra'ee hafe sanatti akkuma tasaa salphisee jalqaba holqatti seeneen lubbuun darbuu isaa irra gahan. Rogeeyyiin ittisa balaa tasaa (John Edward) lubbuun darbuu isaa erga irra gahan booda, holqichuma sana keessatti reeffi isaa akka hafu; akka hin baane; akkasumas namni kamuu kana booda holqa kana daawwachuu akka hin dandeenyee fii holqichi akka duudu taasisuudhaan bakka kana siidaa (John Edward) dhaan yaadannoodhaaf gadi dhaaban.
Maddi;- Barruulee marsaalee hawaasaa gara garaa irraa.
Horaa Bulaa Deebanaa.
Ebla 2016/2024 © Muhadin Hassen
Ardii kitaabota
Photo

የጽናት መርሆዎችን
እችላለሁ ካልክ ትችላለህ
አስተሳሰብን በመቀየር ዓለምህን ትቀይራለህ።

1. ችግርን ለመፍታት ቀዳሚው ነገር ችግሩን መጋፈጥ አለማቆም ነው፡፡ ሁልጊዜም የጽናት መርሕን ተጠቀሙ፡፡

2. የተራራ ያህል የገዘፉባችሁን ችግሮች ከእነርሱ በላይ በማሰብ ልትፈቷቸው እንደምትችሉ አስታውሱ፡፡

3. ‹‹ምንጊዜም ለማቆም ጊዜው ገና ነው›› የሚለውን መፈክር አጥብቃችሁ ያዙ፡፡

4. መንፈሳችሁን የሚያሞቁ ቃላትን ተጠቀሙ፡፡ ራሳችሁን ዝቅ አታድርጉ፡፡ መልካም ቃልን ተናገሩ፡፡

5. በርትቶ መሥራት አሸናፊ ያደርጋል፡፡

6. የማስተዋል መርሕን በሚገባ ተግብሩ፡፡ ራሳችሁን ዕወቁ፡፡ በውስጣችሁ ያለውን ሰው በትክክል ማንነቱን ዕወቁ፡፡

7. በመጀመሪያ ባይሳካልህ ሞክር ፣ በድጋሚ ሞክር፡፡

8. ሁናቴዎች እንዲያሸንፏችሁ አትፍቀዱ፡፡ ተቆጣጠሩ፡፡ እንደምትችሉ ካሰባችሁ ትችላላችሁ፡፡ በአእምሯችሁ ሁናቴውን

9. ሙከራችሁን ቀጥሉ፡፡ በመጨረሻ ይሳካላችኋል፡፡

10. እንዲሁም በመንገዳችሁ በሙሉ ይባርካችኋል፡፡
NEW ARRIVAL
///ቀላሉሉን ነገር አታካብድ!!!

ሲፈለግ የነበረው የሥነ ልቡና መጽሐፍ በገበያ ላይ።

ጸሐፊ፦ ሪቻርድ ካንሰን
ትርጉም፦ ዶ/ር ዮናስ ላቀው

በሰው ጉዳይ ጣልቃ አለመግባት ችግሮች ሲፈጠሩ ዘው ብሎ ለመርዳት ከመሞከር ባለፈ ሌሎች ነገሮችንም ያጠቃልላል፡፡ ሀሜት፣ ስለሰዎች መጠየቅ፣ የሰዎችን ወሬ ማዳመጥ . . . ወዘተ:: አብዛኞቻችን የሌሎች ሰዎች ችግርና ድክመት ላይ የምናተኩረው ከራሳችን ችግርና ድክመት ለመሸሽ ነው፡፡

የማያገባህ ሁኔታ ውስጥ ልትገባ ስትል ራስህን ስትገታ ብስለት የተሞላበት ነገር ስላደረግክ ራስህን ልትሸልም ይገባል። እንደዛ ሲሆን በሚያገባህ ጉዳይ ላይ ልታውለው የምትችለው ብዙ ጊዜ ብዙ ጉልበት ይኖርሃል፡፡
2024/05/02 09:03:10
Back to Top
HTML Embed Code: