Amanamummaa fi amanamaa ta’i: Hariiroo fayya qabeessa ta’eef amanamummaa fi wal amanuun murteessaadha.πŸ‘‡πŸΎ
https://sifanoro.com/2023/06/09/hariiroo-fayya-qabeessa-taeef-amanamummaa-fi-wal-amanuun-murteessaadha/
𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚 𝐈𝐧𝐣𝐒𝐟𝐚𝐭𝐚𝐚𝐧 πƒπ’π«π«πžπž π“πšπ©π‘πšπš π’πžπžπ§π’!
Jireenyi bu’aa bahiidha. Mijatee akka garaa namaaf hinta’u. Badhaasni fiigicha booda mormatti namaaf godhama. Jiraachuuf kaachuun dirqama. πŸ‘‡πŸΎ
https://sifanoro.com/2023/03/07/yaada-injifataan-dirree-taphaa-seeni/
Warra si miidhaniif dhiifama godhi (kun gammachuu dhokataa kan namni keessa isaa hin beeknee fi ati qofti beektudha.πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘Œ
https://obsii.com/2024/04/18/dont-just-believe-in-being-an-adult-to-think-big-ideas/
β™‘Amalli gaariin obsa qabaachuu si barsiisa.
β™‘ Amalli gaariin waan si hin madaalle si tuffachiisa.
β™‘Amalli gaariin gorsee si deebifata.
β™‘ Amalli gaariin milkaa’ina biraan si gaha.
β™‘ Amalli gaariin akka ati of sirreessitu sitti hima. Beekumsi qabaa barbaada. Beekumsi akkaataa qabataa wallaalan burqaa oftuulummaan irraa maddu ta’a.πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘Œ
https://sifanoro.com/2023/06/03/amalli-gaariin-waan-si-hin-madaalle-si-tuffachiisa/
Namoonni gatii gaarii ofiif kennan yeroo hundaa addunyaa mataa isaanii keessa jiraatu. Waan isaan biratti fudhatama argate jajanii jaallachuun, wanta isaan biratti kiiloo hin kaafne tuffatanii dhiisu.
πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘ŒπŸ’
https://shorturl.at/cMPST
https://shorturl.at/cMPST
Karoorakeetti daangaa godhi!
β™‘Kaayyookee amala mul’ata keetiitti hidhi!
β™‘Dogoggorri jireenyakeetti yoo dhufe haaraa akka sitti hin taanetti of qopheessi.
β™‘ Mul’ata gurguddaatti ce’uuf karoorota xixiqqoo milkeessi!πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘Œ
https://obsii.com/2024/04/20/lets-get-to-know-the-truth/
Isa 'kan kooti' jettuunuu ni dagatamta. Calliftee karaa naaf wayya jettu irratti nama cichu ta'uun ofitti amanamummaa gogaaf humnaa olii( over confidence ) miti.πŸ‘‡πŸΎπŸ‘Œ 
https://obsii.com/2024/04/21/you-will-be-forgotten-by-the-one-you-call-mine/
namoota sammuu dhiphoo qaban irraa fagaachuu akka qabnuu fi hiriyaa filachuu dha. Namni dhaabbata inni qabateen beekama. Yeroo hunda mo’attoota waliin taa’i! Bakka si madaalutti argami!πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘Œ
https://sifanoro.com/2023/08/07/jireenya-kee-keessatti-akka-joobiraa-tai/?mibextid=oEMz7o
Dhiheenya kana Bizinesii Toora Interneetii Irra Caalu Itoophiyaa Keessatti
Dhaabbileen toora interneetii irratti namootaaf kaffaltii kennan hedduutu jiru.  Isaan keessaa kanneen beekamoo ta’an dhaabbilee gurguddoo akka Google, Facebook, Tiktok, Telegram, Youtube, fi kkf dhaabbilee kanneen irratti hojiiwwan walitti fufiinsa qaban kan akka viidiyoo hojjechuu, barruu barreessuu, beeksisa hojjechuu fi kkf ni jiru.
Hojii jalqabuf appy kana buufadhaa link isa barreeffama kana jala jira πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘Œ
https://obsii.com/2024/04/22/it-is-easy-to-know-and-identify-the-right-paying-companies/
Hojii tuffachuu dhiisuu πŸ™„
Hojii xiqqoof gudda, baredaaf fokkisaa, jaallatamaa, jibbamaa hin qabu akkaa hojii tuffannu kan godhu Ilaalchaa/abbaadha malee hojii miti. Soba jechuu dhiisii hojii jalqabiiπŸ‘‡πŸΎπŸ‘Œ
https://sifanoro.com/2023/02/13/website-youtube-caalaati-akka-gatii-kennuu-eenyuu-beeka/
Yoo jabaachuu barbaaddee, kophaa kee qabsaa'uu baradhu
Kaleessa kee sirreessuuf deemta yoo ta'e boruu kee balleessaa akka jirtu hin dagatin, addunyaa kana irraa namni kaleessa isaa jijjire hin jiruπŸ‘‡πŸΎπŸ‘Œ
https://obsii.com/there-is-nothing-on-it-the-land-is-disgusting-to-look-at-let-alone/
Forwarded from OTS ELSAY (Elsay Daniel)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Video kun bayyee isin fayyadaa πŸ₯°sitting barbaachisa fi sireesu qabdan.πŸ‘‹πŸ‘‹
Yeroo hunda haala jireenyaa hunda keessatti si mudatu hunda keessatti barumsa argachuuf of eeggadhu.
Safuu, tasgabbaa'aa, lallaafaa fi Waaqayyoon galateeffadhu sababni isaas inni hanga dhumaatti si waliin ta'a. Jireenyi barumsa na barsiisee ture. πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘Œ
https://obsii.com/2024/04/28/you-cant-get-everyone-to-love-you-think-like-you-or-behave-like-you/
Ganama yeroo hirribaa kaatu carraa lama qabda.
1) Abjuu kee waliin hirriba itti fufuu
2) kaatee abjuukee dhugoomsuudha!
Sammuun jecha "him danda'u jedhuun garboome gonkuma karoori hin milkeessuu! Namoota akkas irraas fagaadhuπŸ‘‡πŸΎπŸ‘Œ
https://obsii.com/there-is-nothing-on-it-the-land-is-disgusting-to-look-at-let-alone/
Forwarded from OTS ELSAY (Elsay Daniel)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
πŸ™„πŸ™„πŸ™„
Dhiheenya kana Bizinesii Toora Interneetii Irra Caalu Itoophiyaa Keessatti
Dhaabbileen toora interneetii irratti namootaaf kaffaltii kennan hedduutu jiru.  Isaan keessaa kanneen beekamoo ta’an dhaabbilee gurguddoo akkaπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘Œ
https://obsii.com/2024/04/22/it-is-easy-to-know-and-identify-the-right-paying-companies/
dhimmakee qabu malee Dhimma mul'ata ati qabattee baate hin qaban. Warri kunis mul'atakee sikeessatti ajjesuuf warra sodaachisan dha. Murtoo ati ofiikee irratti akka jijjirtu si godhu
Namni ogeessi garuu warra kana irraa of eeggata mul'ata isaatti jabaate Lafa yaade ga'aa.πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘Œ
https://sifanoro.com/2024/04/30/you-will-see-warm-love-from-him-not-hatred/
2024/05/02 02:36:37
Back to Top
HTML Embed Code: