#OLMAA_QORMAATA_KUTAA_8FFAA
BBO - 03/10/2017 Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa bara 2017 guutuu Oromiyaatti guyyaa jalqabaa kennamaa oole nagaafi tasgabbiin xumurameera.
Qormaatni guyyaa har'aa kennaman gosoota barnootaa;
- Afaan Oromoo
- Ingiliffa
- Herregaafi
- Gadaafi Lammummaa waaree duraafi waaree boodaan kennamaa kan oole yoo ta'u guyyaa boruu(04/10/2017) immoo, sa'aatuma walfakkaatutti kan itti fufu gosoota barnootaa;
-Saayinsii Waliigalaafi
- Barnoota Hawaasaa waaree dura kan kennaman yoota'u,
- Barnootni Afaan Amaaraa waaree booda kan kennamu ta'uu sagantaan bahe agarsiiseera.
Hubachiisa:- Barattootni barnoota Afaan Amaaraan barataa turan Afaanuma Amaaratiin kan kennamaafii kan jiru yoo ta'u, Afaan Oromoo/ Amaaraa afaan dhalootaa ykn akka Afaan 2ffaatti kennamuun ala gosa barnootaa walfakkaatu qoramaa kan jiran ta'uu wiirtuulee qormaataatti argamuun hubanneerra.
@barattootaoromo
@barattootaorom

#GALATA !
BBOn Milkaa'ina Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaafi Kutaa 6ffaa Bara 2017 irratti Galmaa'e Ilaalchisee Dhimmamtoota Barnootaa Galateeffate.
--------------------
BBO- Waxabajjii 04/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Nagaafi Tasgabbiin xumuramuu Qormaata Naannoo Xumura Barnootaa Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa har'a xumurameefi Qormaata Xumura Barnootaa Sad.1ffaa Kutaa 6ffaa torban darbe xumurame ilaalchisee qaama milkaa'ina kanaaf gahee olaanaa taphatan hunda galateeffateera.
Qormaatni kutaa 8ffaafi 6ffaa barattoota miliyoona 1.2 ol ta'an, buufata/wiirtuu 1305 keessatti marsaa lamaan kennamaa ture har'a 04/10/2017 milkaa'ina hunda galeessaa ta'e galmeessisuun #Nagaafi_Tasgabbiin xumurameera.
Galma gahiinsa kanaaf haawasa keenya dabaltee;
#Qaama Nageenyaa sadarkaan jru, keessattuu, #Komishiinii_Poolisii_Oromiyaa,
#Barsiisota, hoggansa MBfi Supparvaayizaroota,
#Gumii Tiraansifoormeshinii Barnootaa sadarkaan jiran hundi,
#Maatii barattootaa,
- Barattoota qormaata fudhatan hunda,
#Hawaasa barnootaa hunda,
#Hoggansaafi ogeessa barnootaa sadarkaa biiroo hanga aanaalee jiraniifi #qaama_qormaata_qopheesse_saamse_geejjibe_kuusee iccitii qormaatichaa eegee barattoota biraan gahan hundaa Biiroon Barnootaa Oromiyaa Galateeffateera. GALATOOMAA !!
Milkaa'ina qormaata Naannoo irratti galmeessifne kana qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2017 irrattis akka lammeeffannu ammas gurmuu tokkoon akka xumurre deeggarsi dhimmamtootaa akka itti qabu biiroon keenya dhaamsa dabarseera.
#Qormaatni Biyyoolessaa Xumura Barnoota Sad. 2ffaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 , #Waxabajjii 23 hanga #Adoolessa 08/207 Kan Kennamu Ta'uun Beekamaadha.
#Galatoomaa !

Maanguddoo ganna 60 olii 'narsii ta'uuf' qormaata kutaa 8ffaa qoraman
Maanguddoon umrii waggaa 60 qormaata naannoo kutaa 8ffaa fudhatan
Kallacha Oromiyaa: Waxabajjii 04, 2017- Godina Arsii Lixaa Aanaa Nageellee Arsiitti maanguddoon umriin waggaa 60 qormaata naannoo kutaa 8ffaa fudhataniiru.
Maanguddoon waggaa 60 Aadde Halkanee Shuuttoo jedhamtu Mana Barnootaa sadarkaa 1ffaa Daakaa Hora Qadhootti qormaata naannoo kutaa 8ffaa kan fudhatan yemmu ta'u, hanga kolleejjiifi Yuunivarsiitiitti barnootasaanii hordofuu akka barbaadan fedhii qabaachuus himaniiru.
Barnootni umriin kan hin daangeffamne ta'uu kan himan maanguddoon tun namoonni biroos fakkeenyummaasaanii hordofuun jabaatanii barachuu akka qaban dhaamaniiru.
Maddii Kominikeeshinii Godina Arsii Lixaa

Forwarded from Telega βοΈ Notifications
π PRIVATE CHANNEL now OPEN
+$154.382 per day raised by Jack subsβ‘οΈ
π https://www.tg-me.com/+qRKP9TmigCwxM2Iy
Donβt miss signals and start make money π₯

π¨ GRADE 12 STUDENTS β THIS IS FOR YOU! π¨
Want to PASS your exams with confidence? π―
π’ Learn everything in your native language β easier, faster, and smarter!
π₯ Top 3 Channels You MUST Follow:
π₯Barattoota oromoo
π₯ MONET ACADEMY
π₯ MONET QUIZ
π― Don't study hard β study smart.
β Join now. Learn better. Succeed faster.
π² Your success is one click away!

Forwarded from MONET ACADEMY (ππ²π΄π²π΅πͺ)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π¨ GRADE 12 STUDENTS β THIS IS FOR YOU! π¨
Want to PASS your exams with confidence? π―
π’ Learn everything in your native language β easier, faster, and smarter!
π₯ Top 3 Channels You MUST Follow:
π₯Barattoota oromoo
π₯ MONET ACADEMY
π₯ MONET QUIZ
π― Don't study hard β study smart.
β Join now. Learn better. Succeed faster.
π² Your success is one click away!
Want to PASS your exams with confidence? π―
π’ Learn everything in your native language β easier, faster, and smarter!
π₯ Top 3 Channels You MUST Follow:
π₯Barattoota oromoo
π₯ MONET ACADEMY
π₯ MONET QUIZ
π― Don't study hard β study smart.
β Join now. Learn better. Succeed faster.
π² Your success is one click away!
Sagantaa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 Kennamu Guyyoota 11 Qofatu Hafe
--------------------------
BBO- 09/10/2017 Qormaatni Biyyoolessaa Xumura Barnoota Sad. 2ffaa kutaa 12ffaa bara 2017 kennamu sagantaan isaa;
#Barattootni_Saayinsii_Uumamaa
A - Waraqaan Qoraman:-
- Guyyaa 21-22/10/2017 Gara Mooraa Yunivarsiitii Itti Ramadamaniitti Galuu Qabu.
- Guyyaa 22/10/2017 ibsi (Orientetion) haala walii galaa qormaataafi tajaajila Yunivarsiitii keessatti argachuu qabanii ni kennama.
- Guyyaa 23/10/2017 - 25/10/2017 Qormaatni ni kennama.
B - Marsariitiin(Online) kan Qoraman:-
Barattootni qormaata marsariitiin fudhatan bakka jiraatanii deddeebi'uun dhaabbata itti ramadamanitti qormaata kan fudhatan yoo ta'u,
1- Marsaa 1ffaa
- Guyyaa 23-25/10/2017 fi
2 - Marsaa 2ffaa
- Guyyaa 26-28/10/2017 Qormaata kan fudhatan ta'a.
Kanaafuu, #hoggansi_manneen_barnootaa_barsiisotnii, maatiin barattootaafi GTB barattoota gara giddu gala qormaataa(Yunivarsiitii) geejjibuuf gamanumaa qophii akka xumurtan isin yaadachiisaa,
#konkolaataafi_konkolaachisaa_filattan_irratti_fayyaafi_naamusa isaanii mirkaneeffachuu qabdu kan jedhu dhaamsa biiroo keenyaati.
Kunis, #nageenyaan_dhaquufi_galuu_akkasumas_tasgabbiin qormaata fudhachuu barattoota keenyaaf murteessaadha.
#Sagantaa_Qormaata_Saayinsii_Hawaasaa kutaa itti aanu keessatti qabannee dhihaanna!
#Carraa_Gaarii !
#guyyaa11 #qofa@barattootaoromo
#HUBACHIISA!
#Barattoota_Kutaa_12ffaa Bara 2017 Qormaata Biyyoolessaa Waraqaarratti Qoramaniif
----------------------
BBO- 10/10/2017 Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Itoophiyaa Waraqaa deebii qormaataa (Answer Sheet) haala kanaan dura turerraa bifa fooyya'aafi mijaa'aa ta'een qoratamtootaaf dhiheesseera.
Kanaafuu, Waraqaa deebii kana haala qajeelfama kennameen itti fayyadamuun bu'aa qabxii galmaa'uf murteessaadha.
Qajeelfama:-
#1_Qoratamtootni(Barattootni) Waan Raawwachuu Qaban
------------
- Maqaa Guutuu, Maqaa Gosa Barnoota Qoratamaniifi Maqaa Mana Barnootaa keessatti baratanii akka dubbifamuu danda'utti Qubee Gurguddaan (Capital Letters) bakka adii kenname irratti barreessuu,(Kaardii Galmee(Admission Card) irraa barreeffachuu danda'u.
- Lakkoofsa ittiin qoraman, lakk. Mana Barnoota , lakk. Waraqaa gaaffii qormaatichaa, lakk. Gosa barnootaa qoramanii iddoo kennamerratti qixa sirriin barreessuufi geengoo irraa gadee kennaman kallattiin irraan gadee gurraachessuu,
-Lakk. waraqaa deebii qorataan barreesseefi qoratamaan (barataa) harka jiru tokko ta'uu mirkaneeffachuu,
- Baay'ina Gaaffilee Gosa Barnootaa qormaata fudhataa jirtan irratti hundaa'uun, gaaffillee dhihaataniif qubee deebii sirriidha jettan filachuun geengoo kenname guutumaa guututti gurraachessaa,
-Geengoo tokko deebiidhav jettanii erga gurraachessitanii booda jijjiiruu yoo barbaaddan, guutumaan guututti haquun ykn qulqulleessuun geengoo filattan gurraachessuu qabdu,
-Waraqaan deebii (Answer Sheet) jiidha ykn dhangala'oo kamirraayyu bilsa ta'uu(tuqsiisuu irraa of eeggachuun dirqama ta'a)
#2_Qoratamtootni(barattootni) Kan #Irraa_Of_Eeguu_Qaban
---------------------
- Waraqaa deebii bishaaniifi dhangalaa kamiiyyuu tuqsiisuun ykn dafqa harkaan jiisuun dhoorkaadha.
-Waraqaa deebii irratti bakka itti fayyadamuuf ykn barreessuuf ykn guraachessuuf isiniif heyyamameen ala waraqaticha kobbeen tuttuquun dhoorkaadha.
- Geengoo deebii tokkoo ol gurraachessuun ykn tokkollee otuu hin gurrachessin dhiisuun qabxii hin argachiisu. Qormaata haqsiisuus ni danda'a.
- Qormaata walirraa garagalchuun ykn hatuun ykn hachisiisun qabxii qormaata ni haqsiisa.
#guyyaa11
#Carraa_Gaarii
#Galatoomaa
#barattootaoromo@barattootaoromo