π¨ GRADE 12 STUDENTS β THIS IS FOR YOU! π¨
Want to PASS your exams with confidence? π―
π’ Learn everything in your native language β easier, faster, and smarter!
π₯ Top 3 Channels You MUST Follow:
π₯Barattoota oromoo
π₯ MONET ACADEMY
π₯ MONET QUIZ
π― Don't study hard β study smart.
β Join now. Learn better. Succeed faster.
π² Your success is one click away!

Forwarded from MONET ACADEMY (ππ²π΄π²π΅πͺ)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM

Sagantaa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 Kennamu Guyyoota 11 Qofatu Hafe
--------------------------
BBO- 09/10/2017 Qormaatni Biyyoolessaa Xumura Barnoota Sad. 2ffaa kutaa 12ffaa bara 2017 kennamu sagantaan isaa;
#Barattootni_Saayinsii_Uumamaa
A - Waraqaan Qoraman:-
- Guyyaa 21-22/10/2017 Gara Mooraa Yunivarsiitii Itti Ramadamaniitti Galuu Qabu.
- Guyyaa 22/10/2017 ibsi (Orientetion) haala walii galaa qormaataafi tajaajila Yunivarsiitii keessatti argachuu qabanii ni kennama.
- Guyyaa 23/10/2017 - 25/10/2017 Qormaatni ni kennama.
B - Marsariitiin(Online) kan Qoraman:-
Barattootni qormaata marsariitiin fudhatan bakka jiraatanii deddeebi'uun dhaabbata itti ramadamanitti qormaata kan fudhatan yoo ta'u,
1- Marsaa 1ffaa
- Guyyaa 23-25/10/2017 fi
2 - Marsaa 2ffaa
- Guyyaa 26-28/10/2017 Qormaata kan fudhatan ta'a.
Kanaafuu, #hoggansi_manneen_barnootaa_barsiisotnii, maatiin barattootaafi GTB barattoota gara giddu gala qormaataa(Yunivarsiitii) geejjibuuf gamanumaa qophii akka xumurtan isin yaadachiisaa,
#konkolaataafi_konkolaachisaa_filattan_irratti_fayyaafi_naamusa isaanii mirkaneeffachuu qabdu kan jedhu dhaamsa biiroo keenyaati.
Kunis, #nageenyaan_dhaquufi_galuu_akkasumas_tasgabbiin qormaata fudhachuu barattoota keenyaaf murteessaadha.
#Sagantaa_Qormaata_Saayinsii_Hawaasaa kutaa itti aanu keessatti qabannee dhihaanna!
#Carraa_Gaarii !
#guyyaa11 #qofa@barattootaoromo
#HUBACHIISA!
#Barattoota_Kutaa_12ffaa Bara 2017 Qormaata Biyyoolessaa Waraqaarratti Qoramaniif
----------------------
BBO- 10/10/2017 Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Itoophiyaa Waraqaa deebii qormaataa (Answer Sheet) haala kanaan dura turerraa bifa fooyya'aafi mijaa'aa ta'een qoratamtootaaf dhiheesseera.
Kanaafuu, Waraqaa deebii kana haala qajeelfama kennameen itti fayyadamuun bu'aa qabxii galmaa'uf murteessaadha.
Qajeelfama:-
#1_Qoratamtootni(Barattootni) Waan Raawwachuu Qaban
------------
- Maqaa Guutuu, Maqaa Gosa Barnoota Qoratamaniifi Maqaa Mana Barnootaa keessatti baratanii akka dubbifamuu danda'utti Qubee Gurguddaan (Capital Letters) bakka adii kenname irratti barreessuu,(Kaardii Galmee(Admission Card) irraa barreeffachuu danda'u.
- Lakkoofsa ittiin qoraman, lakk. Mana Barnoota , lakk. Waraqaa gaaffii qormaatichaa, lakk. Gosa barnootaa qoramanii iddoo kennamerratti qixa sirriin barreessuufi geengoo irraa gadee kennaman kallattiin irraan gadee gurraachessuu,
-Lakk. waraqaa deebii qorataan barreesseefi qoratamaan (barataa) harka jiru tokko ta'uu mirkaneeffachuu,
- Baay'ina Gaaffilee Gosa Barnootaa qormaata fudhataa jirtan irratti hundaa'uun, gaaffillee dhihaataniif qubee deebii sirriidha jettan filachuun geengoo kenname guutumaa guututti gurraachessaa,
-Geengoo tokko deebiidhav jettanii erga gurraachessitanii booda jijjiiruu yoo barbaaddan, guutumaan guututti haquun ykn qulqulleessuun geengoo filattan gurraachessuu qabdu,
-Waraqaan deebii (Answer Sheet) jiidha ykn dhangala'oo kamirraayyu bilsa ta'uu(tuqsiisuu irraa of eeggachuun dirqama ta'a)
#2_Qoratamtootni(barattootni) Kan #Irraa_Of_Eeguu_Qaban
---------------------
- Waraqaa deebii bishaaniifi dhangalaa kamiiyyuu tuqsiisuun ykn dafqa harkaan jiisuun dhoorkaadha.
-Waraqaa deebii irratti bakka itti fayyadamuuf ykn barreessuuf ykn guraachessuuf isiniif heyyamameen ala waraqaticha kobbeen tuttuquun dhoorkaadha.
- Geengoo deebii tokkoo ol gurraachessuun ykn tokkollee otuu hin gurrachessin dhiisuun qabxii hin argachiisu. Qormaata haqsiisuus ni danda'a.
- Qormaata walirraa garagalchuun ykn hatuun ykn hachisiisun qabxii qormaata ni haqsiisa.
#guyyaa11
#Carraa_Gaarii
#Galatoomaa
#barattootaoromo@barattootaoromo

Pluton dwarf planet dha
Namooonni hedduun akkasumas kitaabonni hedduun kan mana barnoota barannu
baayβeen isaanii pilaaneetota sagaltu jiru jedhu, garuu sababa kitaabonnii mana
barumsaatti barannu keenya haaroomsu irratti rakkoo waan jiruuf baayβeen keenya
pilaaneetii sagaltu jira jennee yaadna; taβus pilaaneetii sagal jennu keessaa piluutoon
bara 2006 A.L.A pilaaneetii keessa haqamuun garuu βdwarfβ planeet jalat ramadamte jirti.
π°Kanaafuu sirna aduu (solar system) keessa pilaaneetiiwwan saddeetitu
argama.
π°Qaamni hawaa tokko pilaaneetii jedhamuuf seerota sadii kan βInternational
astronomical unitβ baase guutee argamuu qaba. Sanaan ala pilaaneetii jedhamee
waamamuu hin dandaβu; seeronni kanniin immoo:-
β Orbiitii pilaanetichaa aduu irra naannaβuu qaba.
(inni kun kan hojjetu
pilaaneetiiwwan sirna aduu keessa jiran qofaafidha sababa
pilaaneetiiwwan biroo kan βexoplanetsβ jedhaman sirna aduun ala
jiraniif)
β Hanga gahaa taβe kan βhydrostatic equilibrumβ irra isa teessisu
qabaachuu qaba.
β Naannoo isaa sirritti qulqulleessutu irra jiraata.
(cleared the
neighbourhood) kana jechuunis wantoonni naannoo isaatti argaman
hundi humna harkisaa (gravity) isaa gad taβe qabachuu qabu jechuudha.
β .piluutoon yeroo ilaalamtu ulaagaa isa 3ffaa kana guutuu hin dandeessu. Sababni isaas
orbiitiin piluutoo orbiitii piluutoo orbiitii neeptiyuuniifi qaamolee biroo neeptuunii
duubatti argaman waliin walirra oola. Kanaafis pilaanetii taβuu keessa haqamtee jirti.
πYeroo kanatti pilaaneetiiwwan saddeetu jira. Tartiibaan yoo ilaalle:-
o Pilaaneetiiwwan lafaaβoo (terrestrial planets)
Meerkurii
Veenusii
Lafa
Maarsii
Pilaaneetiiwwan gurguddaa (giant planets)
Juuppitarii
Saatarnii
Yuuraanasiifi
Neptiyuunidha

π’ Today's Special Alert!
Weβve got 50 EUEE Biology Questions waiting for you!
π§¬π₯ Get ready to test your knowledge and boost your prep!
π Time: 3:30 LT
π Don't miss it!
π Be there, challenge yourself, and level up! πͺ
Join Now π
@monetacademy

Yeroo amma kana namoonn channel telegram gurguddda qaban qarshii kara addan argata jiru ach keessa tokko beekaman kara beeksisan
1. Kan dhabbaann telegram channel keesaan irratr beeksiisa gad lakkise ton isinif kennudha
2. https://telega.io/c/Barattootaoromo link kanan seentan yoo galmooftan dhabbanni kunis kan telegram olitti kaffala . Creteria isa miseensi channel ykn group sana 3000 fi achi ol tauu dha
Kanaaf namoonn channel keessan 3k ol taee galmooftan mallaqa argachuu dandeessu
https://telega.io/c/Barattootaoromo

Biiroon Barnoota Naannichaa dhimma qormaata kutaa 8ffaa 'amantii Islaamummaa xureesse' jedherratti dhiifama gaafate
Naannoo Giddugaleessaa Itoophiyaatti qormaata naannoo kutaa 8ffaa tibbana laatameen qormaata barnoota saayinsii hawaasaa keessaa gaaffiin tokko hordoftoota amantii Islaamaa dheekkamse irratti biiroon barnoota naannichaa dhiifama gaafateera.
Qormaata saayinsii hawaasaa keessatti gaaffiin 17ffaa "amantii islaamummaa kan xureessu" ta'uu hordoftoonni amantichaa karaa adda addaan komii dhiyeessaa turaniiru.
Biiroon Barnoota Naannoo Giddugaleessaa Itoophiyaa dhimma kana ilaalchisee ibsa kaleessa baaseen, biirichi komii dhiyaate qoratee komii sirrii akka ta'e mirkaneessuu ibseera.
Haaluma kanaan "dogoggora uumameef ifatti dhiifama akka gaafatu" ibseera. Kana malees qopheessitoota qormaatichaa dogoggora kana raawwatan irratti "tarkaanfii barbaachisu" akka fudhate ibse.
#barattootaoromo@barattootaoromo
#qormaata@barattootaoromo

Forwarded from Barattoota oromoo (π
·π
Ίπ Gjxβ’π)
CARRAN KUN AKKA ISIN HIN DARBINEE
KEESSATTU JIRAATA MAGALAA SHASHAMANNEETIIF