๐ฅ๐๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐๐๐ฎ๐ง๐ฒ๐๐ ๐ญ๐ฎ๐ง๐ข ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ก๐, ๐๐ญ๐ข๐ฌ ๐ฒ๐๐๐๐๐จ๐จ๐ ๐ก๐ข๐ซ๐๐๐ซ๐ข๐ข๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐ ๐๐๐๐๐๐ฌ๐ข๐ง . #๐๐ซ_๐๐'๐ข๐ ๐๐ฅ ๐๐๐ซ๐ง๐ข
โข ๐๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ฅ๐๐๐ ๐ญ๐๐ง๐๐ ๐ข๐ซ๐ซ๐ ๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ก๐ฎ๐ ๐๐ ๐ก๐ข๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐ญ๐ฎ, ๐๐ข๐ง๐ช๐๐๐ ๐ซ๐๐ค๐ค๐จ๐จ ๐ฐ๐๐ก๐ข๐ข ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐ฒ๐จ๐จ ๐๐จ๐ช๐จ๐ง๐ง๐๐ ๐ ๐จ๐จ๐ง๐ ๐ฆ๐๐ฅ๐๐ !
โข ๐๐จ๐จ ๐๐ญ๐ข ๐ ๐๐ ๐ฃ๐๐ญ๐ญ๐ ๐ฆ๐๐ฅ๐๐ , ๐ง๐๐ฆ๐ง๐ข ๐๐ฎ๐ ๐๐ ๐ค๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ง๐๐'๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ.
๐๐๐ง๐๐f ๐๐ฅ๐ฃ๐'๐ข๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐๐ก๐ฎ.
๐๐ซ๐ ๐๐๐ง ๐ข๐ญ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ ........
@Biqiltuuu @Biqiltuuu

โYaada Gaari qabaadhu!
Yaada gaari yoo qabaatte ati yeroo kamuu moohadha malee moohamaa miti.
Bilchaata namaati kan ja'amu namni yeroo yaada gaari qabaatedha.
Jireenya jiraattu khana ati ofii keef bifa gaarin laali garuu namni haa akkasitti ilaalu jechuun gaari tahee natti hin mul'atu.
Yaada gaari qabaachuun kee namatti kan si dabaluufi hawaasummaa gaari akka uumtu kan sitaasisuudha.

Jireenya jiraattu kana keeysatti qophaahaa tahiitii jiraadhu. Maaliif beeytuu Malakulmoowtiin yeroo dhufe akka ati qophooytuuf carraa siif hin laatu waan tahee. Bakka deemtuufii teeysutti duuti akka jirtu yaadachuun qophaahi. Eega duuteehiis kaafamtee jireenya duuti isa booda hin jirre akka jiraachuuf teeysu yayyaadachuun qophaahi.
Rabbiin hiree si tolchinaan miila tokko yeroo jannata keeysa ol keeysu rakkoo dabre cufa ni dagatta "takkaa rakkoo hin agarre,rakkuma waan ja'amuuhuu dhandhamee hin beekhu" jatta ni'imaa ganda san jirtuin butamtee. Hireen tee hammaannaaniis faalluma jacha warra jannataa kana jata.
#Rabbii hiree nuhaa tolchu daguu keeysa jirru tana keeysaahiis nuhaa baasu !

โจ Naamusa!
Jireenya keessatti namusa qabaachuun iddoo guddaa qaba akka aada oromoottis akkasuma amantii keeysatille bakka ballaa qaba.
Jireenya Keessatti Filannoo Lama qabda.
Filannoon Kunis Aarsaa Naamusni Gaafatu Kaffaluu ykn
Gaabbaa Jiraachu Kana Qofa.
Kaniin Siin Ja'u Namoonni Baayyeen Galma Isaani Maalif Akka Milkeeysudadhaban Of Gaafatte ?
Namoonni Baayyeen Maalif Waan Godhan Dhabanii , Jireenyi Bitaa Isaanitti Galee.
Namoonni Tokko Tokko Garuu Milkaainarrati Milkaaina Goonfata. Namoonni Kaan Ammoo Utuma Ifaajani Kufaatin Jiraatu Kun Maalif Ta'e Sitti Fakkaata?
Namni Kamiyyu Naamusa Malee Waan Barbaachisa Ta'e Tokko Argamsiisus ta'e gochuufillee Hindanda'amu.
Kanaaf ati akka nama dhuunfaatti naamusa kee eeggachuun barbaachisaadha.
Ergaan itti fufa.....

โAkkanaa bar!
๐Gowwaa jechuun nama hojii gowwaa hojjatu osoo hin taane nama hojii isa ta gowwuma san dhoksuu hin dandeenyedha.
#Eenyuyyuu ni dogongora garaagarumaan isaa garuu Abshaalli dogoggora isaanii wayita dhoksanii irraa baratan garuu gowwaan dogoggora hojechuuf jedhanii dursanii odeessu.
Maqaa gaariin waan namotatti agarsiifnu caalatti waan nama dhoksinuu irrati hundaawa.
kanaaf daftee dogongora kee namaan xuquuf hin ariifatin
#Hubadhu: - kana jechuun ko namaan hin marii atin jechuu koo miti dogonggora kee dhooysu dandaii akkasuma irraa hiis bari jechuu kooti.
Ergaan itti mudda......

Danddeeti qabduu mara itti fayyadami
kana jachuun koo lafaa miti
Namni #Wiiliyaan Jeemsi jedhamu kitaabasaa kan #POWERS_OF_MAN jedhuu keessati akkas jedhe ๐
"Namoonni dandeettiiwwan uumamaan qaban hedduu keessa ittiin hojjechuuf dandeettii muraasa qofatti fayyadamanii darbu" ja'ee
kanaaf jirrenya kee mara sochii kee itti fufuu qabda.
Qorataan saayinsii #uumamaa tokko akkas jedhe ๐
giddu galeessatti namni tokko dandeettiiwwan sammuu isaa keessaa 20% qofatti fayyadama ja'an obbolota koo nuti ammoo kana caalatti itti fayyadamu qabna.
Ergaan akkuma itti fufetti jira.....

#Gabaabumatti
dhalli nama kun wanta baayye of keessati dagatee tokkotu jira inniis maali jachuun kee gaaridha iniis "Sammuudha"
Sammuun ilma nama kun waan baayyee fudhachuu dandeeysi yoo abbaan itti fayyadame.
Sammuun ilma nama kun akka burcuqqoo dhaati yoo waa itti waraabde ni fudhatti garuu Sammuun koo beekumsa cufaan guutudha kan jattu yoo taate waan tokkole baruun rakkisadha kanaaf adaduma waan haarawa agrtuun Sammuu kee amnsiisi akka fudhachuu dandeeysu
Ergaan itti fufa......

Namni an dhiira guutu ofiin jattu as gaditti of ilaali.
ุฃู ุงููุงุณ ุซูุงุซุฉ: ุฑุฌูุ ููุตู ุฑุฌูุ ููุง ุฑุฌูุ ูุงูุฑุฌู ู ู ูุงู ูู ุฑุฃู ููุณุชุดูุฑ.
dhiira guutu jachuun nama yaada bareeda qabaate yaada saa san namaanis mari'atee jachuudha.
ููุตู ุงูุฑุฌู ู ู ูุงู ูู ุฑุฃู ููุง ูุณุชุดูุฑุ
cinaa dhiirati jechuun nama yaada bareeda qabaate yaada saa san kan namaan hin mari'anne jechuudha
ุฃู ููุณ ูู ุฑุฃู ููุณุชุดูุฑ.
kaa dhiirumaaw hin ja'amne kun ammo nama yaada bareedas hin qabne kan namaanis hin mari'anne jechuudha ykn gowwa nama jechuudha.
qalbiin xiinxali mee dubbii tana
galatomaa waan dubbiftaniif.
#Ergaan koo itti fufa .........

Dubbiin tanuma.
โ Jireenya kee keessatti, nama kamiinuu gadii buustee hin ilaaliin,
Namni ati gadbuufte laaltusun sicaalu danda'a waan ta'aef
โ Cimaa ta'uu dandeessa!! garuu, yeroon si caalaa jabiina akka qabu beeki!!
.
โ Mukti tokko, kibriitoota, kuma dhibba tokkoo ol oomishuu danda'a!
โ Kibriitiin ijii tokko garuu, Muka kuma dhibba tokkoo ol balleessuu dandeessi.
(Gochi badaan, hojiiwwan gaarii ni balleessa ykn ni barbadeessa!!).
kanaaf gaari namaaf yaadi gaari yaadun kee sumaafi waan ta'aef
โ Waantii sirraa eegamu,
โ Namoota kan ittiin kabajju, ilaalcha bareedaa fi gaarii qabachuudha.
Akkas taanaan eenyu wajjiinuu nagayaan jiraatta.

.....Siif Suma.....
Jireenyi addunyaa kun gabaabaadha jireenya gabaabaa jiraattu kana keeysatti siif sumaatuu gaha.
Jaalachuufii jibbuuf deeggaruufii mormuuf waan barbaadde hojjattee waan barbaadde dhiisuuf...waan sammuun tee itti amanteefii onneen tee jaalatte qofa jala deem.
Hanga yoom jireenya kee namni siif murteeysa waan siif tahu ati hin beeytuu kan isaan akka fadhanitti oliif gad si oofaniif.
๐Nama jaalachuuu qabduufii siif tahu ati hin beeytuu kan isaan nama akkanaafii akkasii jaaladhu kan akkanaafii akkasii jibbi ja'anii siif murteeysaniif !
๐Namoonni tokko tokko yeroo heddu na qocca'an,waan takka hojjachuu yooniif barbaadan hanga namni wanti san gaariidha ja'ee isaaniif faarsuutti hin hojjatan.
Nama tokko deeggaruu yooniif barbaadan baayyina nama isa deeggaruu laalaniiti deeggaran.
Nama tokko jaalachuu yooniif barbaadan baayyina nama isa faarsuu laalaniiti jaalatan.
Mee na dhagahi siifiin dhaamaa atiiin kun ee sumaan baana atuma atiii barreeyfama kana dubbisu jiru kanaan baana mee atiin kun kan dhalatte kophaa teeti kan duutuus kophaa keeti gaafa rakkinni si mudatuus kan rakkattu kophuma teeti duboo maaliif waan murteeyfachuu barbaadde ifumaaf hin murteeeysine.
Mee firraa dhiisi "maal naan ja'anii" namaa tana.
๐ICC numaa namoonni gariifaan "internet" kana gubbatti ifitti amananii waan takka barreeysanii gad dhiisuuf maal naan ja'anii namaa sodaatan numaatuu gariinfaan keeysa achi kuteeti "profile" ifii isaatiif barbaade godhachuu sodaafii maal naan ja'anii namaatiif jacha dhiisa.
โบ๏ธWaan takka barreeysitee gad dhiisuuf yoo namuma sodaatte waan ifii feeteefii itti amantu "profile" yoo godhachuu sodaattee nama aarsita dhugaan siin ja'aatii !
๐ #Walumaa_Galatti dhaamsikoo"waan hojjachuufii godhuu barbaadde garaa keetiifiii onneetee qofa jala deemiitii maal naan ja'aniifii sodaa namaa cinatti firaa lakkisii fuul duratti deem"
Ergaan itti fufa.........

OF BEEKU
Mata dureen kun dhala ilma namatti bayyee rakkoo ta'e jira.
Namonni tokko tokko yaadni "Of baruu " jedhu yommuu ka'u ni na'u. Eenyummaakoo kanaan yeroo dheeraa waliin jiraadhe akkamittiin haara'ati kaase bara ? jedhee yeroo inni gaafi of gaafatu garta.
Ta'us ofiisaa haala gaariidhaan utuu hin beekin asiifi achi fiigaa bara jireenya isaa xumuruu akka danda'u beekun baayye barbaachisadha.
Of baruu jechuun nama tokko karaa irratti arganii "Kun ana" jedhanii fudhachuu miti.
Of baruun dhimma qaama alaan mul'atu utuu hin tain dhimma keessaati.
Ilaalchakoo fedhiikoo wantoota naaf mija'an maal gochuu akkan qabuu fi wantoota kana fakkaatan kan of keessati qabateedha.
Bayyeen namoota of baruu maati keessa dhufan baruu qofa irrati kan gabaabatuudha jedhanii yaadu. haata'u malee maati irra argaman qofa baruun akka ati of bartu si hin gootu.
Namonni milka'an bayyeen isaani sababaa milkaainsa kan ta'eef of baru kana akka qabxii isa guddati yoo fudhanne gahadha.
Yeroo dabree keessati tahii wahii tokkotu ta'e tahiin kuniis marataa lamaan tokkootu magaaladhati wal arkee inni tokko baadiyya irra ka'e dhufee inni kaan ammoo magaaluma jirracha turee yeroo kana inni baadiyya ka'e dhufee kun maraata isa magaala kanaan yaabo an arra baduudhaan ofshakka jadheen deebie inni magaala kun sa kun maal ta'e jedhee irra callise ofshakkuun maraata kana kan duraani irra dabalaa dhufte yeroo kanatti akka mala malatuu ofitti himuu jalqabee ergasii mala malatee wanta ofiin beeku tokko mormatti maratee muka tokko jala gad ciise yeroo kana maraatan magaala kun suuta ja'e wanta inni mormatti maratee rafee kana irraa baase oftti kaaye yeroo muraasa booda maraataan baadiyya kun aritidhaan lafaa ka'e yeroo morma isaa laalu of irraa dhabee millachu jalqabe kuno wantiniin an firra sodaacha ture natti dhufteemi jae lafaa fige maraata isa reefu san irrati arge aboo an sihi ati ana kottu naaf deebi jedhe jachuu.
Kanaaf jireenya kee kana keessati of beekun hammam tokko akka barbaachisa taate seena armaan olii kana irra hubatta jechudha.
Ergaan itti fufa.....
@Biqiltuuu Biqiltuuu

Jireenya kessatti amaloota armaan gadii kana amala horachuuf yaadi. Yoo qabaatte amaloota gadheerraa tiiyfadhu.
๐ 1. Dhugaa
๐ 2. Jaalaala
๐ 3. Amanamummaa
๐ 4. Kabajaa
๐ 5.Obsa
Kana qabaachuun kee foyyaainsa jireenya keeti siif ta'u danda'a.
@Biqiltuuu @Biqiltuuu
๐ 1. Dhugaa
๐ 2. Jaalaala
๐ 3. Amanamummaa
๐ 4. Kabajaa
๐ 5.Obsa
Kana qabaachuun kee foyyaainsa jireenya keeti siif ta'u danda'a.
@Biqiltuuu @Biqiltuuu
"Jireenya keef itti gaafatamummaa fudhadhu".
Namonni hedduun jireenya saanii keessati waanti haarowni hanaga umamutti eeguu barbaadu.
Tarii gaaf tokko wantii an hin yaadin tokko dhufee jireenya koo jijjiiru danda'a jedhee yaadu danda'u.
Garuu namoota callisanituma abjuudhaan / yaadan waa eegan kanaaf wanti dhufu tokkolleen hin jiru. garuu kan beeku qabdu jireenyi saani(yeroon saani ) deema akka jirtu hubadhu.
Dhalli nama yeroo kamuu taanan jireenya saa keessati filannoo lama qaba.
inni tokkofa carraan (yaadan) hamma wanti ati yaaddu dhufutti teesse eegu garuu kan teesse eegdu yoo ta'e %90 wantiati eega jirtu san akka hin dhufne itti amani.
Yeroo makmaakamu akkas ja'an mitiree "Namni jajjabaate waan itti jajjabaatef san numa argata "jedhuu miti.
Kanaaf inni bareedan (dansaan) kan lammata kana.
filannoon inni lammata ofii keef of dammaqsitee jireenya keetifiis itti gaafatamumma kannitee wanta reefu abjuudhaan yaaddu san hojiidhaan argamsisu qabda. mataa keettiis akkas jatte itti himuu qabda. "Anaatu akka ta'u gochuu qaba"
Hubadhuu :- ilmi nama kan wanta haarawa argamsiisutti jiruun sababaa jireenya isaatiif itti gaafatamumma kanneedha.
Osoodhuma kana ta'u kan carraadhaan dhufuus jira.
Garuu ati kan waan hunda caalati ilma namaa taate argamtef akka tattaafate jireenya kees ta'e kan nama biraalle akka gargaartuufi.
Irra baayyeen nama sinbira fkn godhatu. eedhugaa akkuma atuu beeytu Rabbiitu nyaachisa garuu manatti hin geeysuuf malee deemte barbaadatte nyaate akkasuma ilmaan shee kan kochoo cimaa hin horatinifille afaanitti qabate galti jechuudha.
Kanaaf simbirrileen jireenya isaaniitif itti gaafatamumma fudhatanii jiran jedhama.
teese waan dhufu hin fudhatin wanta argatuu barbaade tattaafadhu hin argatta.
Namooni jireenya saani keessati milkaawan kanneen jireenya saaniitif itti gaafatamummaa mataa isaani kennanidha.
Tanuma dubbiin.
@Biqiltuuu @Biqiltuuu
Yaada keessaniif @BarisaaaBot

Waan jireenya kee keessatti simudachuu malu to'achuun dadhabamullee garuu akkaata itti wantoota jireenya kee kessatti simudataniif fala ka'u nidandeeysu.
Dabree dabree namni gocha hin rawwataminiif rakkatu jira tahuus garuu rakkachuu dhiifte fala yoo barbaadde ati nama jbbaadha .
#Kanaaf jireenyi kun waan baayye nama barsiisa waan ta'ef atiis irraa barachaa yoo deemte gaaridha.
Ergaan itti fufa.....
@Biqiltuuu @Biqiltuuu
Yaada nama qabuuf @BarisaaaBot

#Ifduuba hin ilaalin eenyu akka waa'e keef yaadu barbaadda ati ofiif hin taatu taanaan eenyufu hin taatu qubaqabaadhu.
Eenyu akka kaayyoo kee biraan sigahu barbaaddamee? Eenyu mee eenyumee? Naaf himikhaa.
akkasilaal akkas taanaan ati #dammaqtee jirta jachuudha.
Ergaan itti fufa........
@Biqiltuuu @Biqiltuuu
Yaada kee naaf gumachuudhaaf @BarisaaaBot

Jabaadhu mee duniyaan tun jabaachuu feeti
Hedduudha dargaggeeysi /shamarraniis kan guyyaan kun itti dheeratee waan godhuuf waan dhiisu wallaale jireenya kana jibbee atiis akka isaan kanaa akka hin taane hadaraa jiruun duniyaa gabaabduudhati waan godhu qabdu mara amma yeroo dargaggumaa qabdu kana yoo hojjatte booda itti gammadda .

๐ฅMaloota wajjiin jireenya keessa inni guddaan walbeeku caalaa waliif beekutu caala.
Nama wajjiin jiraatan kana sobuuf hin yaalin sababni isaa ati isa daguun siif muuxannoo fakkaattullee maayyiirra waldhabbii keessan taha waan ta'eef.
Arra irra baayyeen namoota nama daguufi saahiba isaa daguu muxannotti lakka'ulle ati garuu nama abshaala tahuuf gocha kana irra tartee bira dabruu danda'uu qabda.
๐yeroo kana ati nama sammuun guddateedha nama wajjiin jiraachun sitti hin ulfaattu jechu.
#Ergaan_itti_muddaga

๐Atiis kennaa qabada.
Kennaa kee barbaadi ilmi namaa kun hundi kennaa isaaa kennamte adda addaan qaba.
Ati dandeeytiin tee waan biraa wanni ati itti rarraatu waan biraa maa if ta'bda. Kennaa teee bar baadikhaa.
Nama #Albert Ja'amu yeroo jalqaba mana baruumsaa seenu barataa dadhabaa waan tureef hedduu isa komachaa turan barsiisoonni isaalleen maayyirra micaan kun nama humaa hin galleef tahuu hubannaan waraqaa wahii takka barreeysanii kisha isaa keessa ka'anii yeroo galtee maati keetti kenni ja'aniin innilleen akkuma ja'ame galee ummaa isaatti kenne ummaan isaa yeroo dubbiftu waraqaan akkas jatti "micaan kee dadhabaadhaati mana baruumsaa kanatti hin ergin jatti " ummaan saatilleen bochee micaan koo dadhabaa miti jechuun mana keessatti meeshaale inni waa itti shaakalu bitteefi isa gargaaru eegalte innilleen nama yeroo jalqabaaf addunyaa tanaaf ifa ibse tahuun arkame jechuu .
โจKanaaf atiis kennaa addaa qabda waan taatef of keessaa baasi itti fayyadami.
Seenaa #Albert wanniniin kaaseef akka atii barnoota dhiistee gara naggadaa seentu osoo hin ta'in akka atii keenna Rabbiin siif kannee tee san akka barbaadduufi.
Ergaan itti fufa.......
@Biqiltuuu @Biqiltuuu
Yaada keef @BarisaaaBot

NIDANDA'AMA
Adunyaa kanaratti wanti hin dand'amnee hin jirtu osoo hin dand'amnee hin uumaamtu turtee.
garuu namni bayyen waan tokko yeroo muraasaf yaalani erga dadhabanii hamilee saani kharaadhatti gabaabsan kun goonkuma tahuu hin qabu maaf kan jattu yoo taate seena armaan gadii kana dubbisi ๐
yeroo darbe keessati gaaf tokko barataan tokko halkan guutu hiriyaa isaa faana tapata turee ergasii yero malee rafe ganama yeroo ka'e mana baruumsa deemu akkuma barsiisan daree seenen barataan kun halkaan waan hirriibni irra hin dhuminiif hirriibni isa fudhatee micaa kana homtuu hin kaasne namuma daree dhisee biraa baheetu isa dammaqse daree qulladhati dammaqe amma akka nama rifatuu ta'e gabatee irra bareyfama barsiisa argee hojii manaati ja'e qabtee gale gaafin san akka malee itti ulfaatte guyyaa 4 keessati gaafi tokko dalagee barsiisadhan barsiisa gaafin ati guyyaa dhiyoo kannite san gaafi tokko guyyaa 4 keessatin dalagee kahafteefiis guyya 4 naaf kanni ja'en barsiisan micaa kana baayyee dunqisiifate bar san hojii mana osoo hin tain gaafi barsisonnii Herregaa adunyaa guutun dadhabanii ja'en jachuu kanaaf ergaa koo kanarra waan bayye barta jaeen amana
#hubadhu kana mara wantiin kaasef namnii nin dand'a ja'e numa dand'a wantii hin dandayamnee hin jirtuu yo jecha dictionary irra ka akkas ja'u san taate faa malee "impossible" jau kanafaa yo taate malee kanaaf ni danda'ama ja'ii lafaa ka'i.

Namni hedduun waan adda addaatin #biizi (shakalamaa) tahee jira.
Nama kana hunda osoo maalin #biizi (shakalamaa) taate jattee gaafattee sbabaa hin dhabu sumatti hima wannni gaaffii namatti tahuu garuu wannii bizii itti taane kun hangam jireenya keenya keessatti faaydaa qaba?
kan siyaachiisu qabu wanni Bizii itti taate hangam faaydaa akka sif qabu hubachuudha malee wani ati biizin tahee marreen tahee jattu san hundi baaxili bira dabri tana.