Telegram Web Link
Maan Siitin kilabii dorgommii geeba kilaboota waancaa adunyaa bara kanaa iratti goolii heedduu lakkoofsise ta'eera.
Juven biyyoo nyaate
Taphoota geeba kilaboota Adunyaa amma taphatama jiru.

77'
Juveentus 1-5 Maan Siitii
⚽️Kompayners 11' ⚽️Dookuu 9'
⚽️Kalulu 26' (og)
⚽️Haaland 52'
⚽️Foodeen 69'
⚽️Savinhoo 76'

Wayda Kazablanka 1-2 Al Ayin


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Goooooooooooooooooool
Vlaaahoooooooooooovich
5-2
Taphoota geeba kilaboota Adunyaa amma taphatama jiru.

85'
Juveentus 2-5 Maan Siitii
⚽️Kompayners 11' ⚽️Dookuu 9'
⚽️Vlahovich 84' ⚽️Kalulu 26' (og)
⚽️Haaland 52'
⚽️Foodeen 69'
⚽️Savinhoo 76'

Wayda Kazablanka 1-2 Al Ayin


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
+3
Burqaa Ispoortii
+3
Xumurame
Kazablankaa fi Al Ayn daqiiqaa dabalataara jiru
Taphoota geeba kilaboota Adunyaa amma taphatama jiru.

Xumurame
Juveentus 2-5 Maan Siitii
⚽️Kompayners 11' ⚽️Dookuu 9'
⚽️Vlahovich 84' ⚽️Kalulu 26' (og)
⚽️Haaland 52'
⚽️Foodeen 69'
⚽️Savinhoo 76'

Wayda Kazablanka 1-2 Al Ayin


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Erliing Braawut haaland goolii bara jireenya isaatti lakkoofsise 300n gaheera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Maan Siitin rammaddi isaa duursuun yoo xummuru, Juventus lammaffaan marsaa itti aanuuf darbaniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Jeromiy Dookuun taphataa cimaa tapha Maan Siitii fi Juveentus ta'un filatameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Riyaal Maadriid Salizbarg 3fi0 injifachuun ramaddii isaa irraa duursaan tapha marsaa 16haaf gaheera.

Goolii injifannoo Maadriid Venishees, Valveerdee fi Garsiyaan lakkoofsisaniiru.

Tapha marsaa 16n Maadriid Juventus waliin kan taphatu ta'a.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Ramaddii guutuu taphoota marsaa 16haa

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Burqaa Ispoortii
Riyaal Maadriid Salizbarg 3fi0 injifachuun ramaddii isaa irraa duursaan tapha marsaa 16haaf gaheera. Goolii injifannoo Maadriid Venishees, Valveerdee fi Garsiyaan lakkoofsisaniiru. Tapha marsaa 16n Maadriid Juventus waliin kan taphatu ta'a. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii…
Viinishees Juuner taphataa cimaa tapha Riyaal Madriid fi Salizbarg ta'un filatameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Taphataa kilaba Ipsiwiich Taawon kan ture Tu'aanzeebeen kontiraata kilaba isaa waliin qabu xumuramuu isaan gara Barnileetti jijjiirraa bilisaan makameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Daarikterri kilabii Fenarbaachee Joon Duraan mariisisuuf gara Kolombiyaa imalaniiru. Fenarbaachen taphataa sarara fuundura Al Naasir kana fudhachuuf cimsanii hojechaa jiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Taphataan lammii Kirooshiyaa Ivaan Peereesich kontiraata kilabasaa PSV waliin qabu hanga bara 2027tti dheeressuuf walii galteerra ga'eera jedhameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
2025/06/27 06:01:28
Back to Top
HTML Embed Code: