Telegram Web Link
βœ…Kool Paalmeer taphataa cimaa tapha har'aa ta'un filatameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
❀193πŸ”₯12πŸ‘8πŸ™7
βœ…Cheeeeeeeeelsiiii Shaampiyoonaa waancaa kilabota Adunyaa ta'e jira
πŸ’™πŸ’™πŸ’™πŸ’™πŸ’™πŸ’™

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
❀268πŸ”₯29πŸ†19πŸ‘14πŸ‘10πŸ₯°6πŸ’”6😎3πŸ€·β€β™‚2
βœ…Cheelsiin Geeba Awurooppaa kessatti argamu hunda injifateera.

πŸ† Shaampiyoons Liigii
πŸ† Waancaa Kilaboota Adunyaa
πŸ† Liigii Awurooppaa
πŸ† Konfires Liigii
πŸ† Supar Kaapii Awurooppaa

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
❀177πŸ”₯23πŸ‘10πŸ₯±7πŸ†1
Koolwiil PSGn garee ajaa'ibaati, garuu nuti Riyaal Maadriid ykn Inter Miilaan miti.πŸ₯Ί Done βœ…

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
❀340😁41πŸ”₯33πŸ‘10πŸ™10πŸ’―6✍4
βœ…Cheelsiin waggoota 4n dhufaniif uffannaa isaa iratti Asxaa ''Shaampiyoonota adunyaa'' jedhu godhachuun taphatu.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
πŸ”₯137❀44😁9😭2
βœ…Shaampiyoonaa Kilaboota adunyaa Cheelsii.
πŸ‘‰Taphataa dargageessa cimaa Duwee
πŸ‘‰Taphataa Cimaa Kool Paalmeer
πŸ‘‰Goolii eegaa cimaa Saancheez
πŸ‘‰Taphataa goolii hedduu lakkoofsise Gonzaaloo Gasrsiyaa

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏ
❀155πŸ”₯16πŸ‘9😁6
πŸ’™πŸ’™πŸ’™πŸ’™πŸ†πŸ†πŸ†Cheelsiin Yeroo geeba kaasuπŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ’™πŸ’™πŸ’™πŸ’™
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/BurqaaVidiyoo/11577

Deeggartootni Cheelsii hundi baga gammaddan.
πŸ₯°161❀70πŸ†31πŸ‘6
Burqaa Ispoortii
βœ…Shaampiyoonaa Kilaboota adunyaa Cheelsii. πŸ‘‰Taphataa dargageessa cimaa Duwee πŸ‘‰Taphataa Cimaa Kool Paalmeer πŸ‘‰Goolii eegaa cimaa Saancheez πŸ‘‰Taphataa goolii hedduu lakkoofsise Gonzaaloo Gasrsiyaa 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii     𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii β™‘ γ…€   βŽ™γ…€   β€¦
Gonzaaloo Garsiyaa waancaa Kilaboota Addunyaa irratti:

🏟️ tapha 6n

⚽ Goolii 4 galche

🎁 kubba 1 mijjeessee

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
πŸ‘92❀48πŸ‘4πŸ₯°4
βœ…Alvaaroo Kareraas jijjiirraa gara Riyaal Maadriid taasisu xummuruuf Ispeen kessatti akka argamu himameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
πŸ‘61❀30πŸ₯°7
βœ…Noonii Maadukeen kontiraata hanga 2030 Arsenaal keessa isa tursiisuu har'a kan mallateessuu ta'a.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
πŸ”₯59❀26😁19πŸ•Š4πŸ‘1
βœ…Bakka bu'aan Viktoor Yookeresh jijjiirraa taphatichaa xummuruuf Landan gaheera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
❀186✍20πŸ”₯15πŸ‘2😁2
βœ…Taphataan sarara fuulduraa warra Ispeen Baarseloonaaf taphatu Laamiin Yaamaal irratti Waldaa qaama miidhamtootaan himanni irratti banamuun gabaafameera.

Laamiin Yaamaal guyyaa dhaloota isaa ganna 18ffaa wayita kabaju namoota uumamaan hojjaan isaanii gabaaboo ta'an afeeruun saganticha akka ho'isaniif qacaree ture.

Waldaan qaama miidhamtootaa gama isaatiin Laamiin Yaamaal namoota hojjaan isaanii gabaaboo ta'an namoonni akka itti bashannaniif qacaruu isaa balaaleffateera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
😁161❀40πŸ‘10πŸ€ͺ9πŸ‘4🌚3😴2
βœ…Waa'ee Rees Jeems maal jettu? dursee dubbatee ture.

Addunyaan PSGf dursa kennus callisaa ilaalaa ni injifanna - Rees Jeems
***

Taphataan sarara ittisaa Cheelsii Rees Jeems gareen isaanii PSG akka injifatu shakkii akka hin qabne dubbatee ture.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
πŸ‘234❀62😁29πŸ’”16πŸ‘15πŸ†5πŸ€—2πŸ”₯1😱1
βœ…Moosku'eeraa gara Arsenal

  HERE WE GO

#FabrizioRomano

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ
@BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ 
@BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
πŸ‘143❀40😁13πŸ”₯7πŸ‘2
βœ…Jijjiirraan Arsenaal ganna kanaa hunduu yeroo ifoome kana fakkaata. Goolii eegaa irraa hanga funduratti.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
❀168😁36πŸ”₯16πŸ‘11πŸ‘8
βœ…Baarseloonaan taphataa sarara fuundura Kopaan Haagan umurii 19 Ruuny Baargiye mallateesifachuu isaanii beeksisaniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
❀55😁3
βœ…Wolviis taphataa sarara funduraa qarqara Fluminensee Jhon Ariyas gatii waligalaa Yuroo miliyoona 20tti siiquun fudhachuuf waliigalteerra gaheera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
❀50πŸ‘6πŸ‘5πŸ”₯1
πŸ’°πŸ’° Qarshii 500,000 Leengoo irraa bashabashi  πŸ’°πŸ’°

πŸ€‘πŸ€‘Birrii 100 irraa kaasee yeroo Deposit gootan tikkeettin Rafil isin gaha! Tikkeetti kanaan carraa badhaasa ittin injifatan isiniif bala'ata!  πŸ€‘πŸ€‘πŸ€‘πŸ€‘

Yeroo heedduu Deposit gotan carraa injifachuu keessan bala'achaa deema.

Ammuma iratti hirmaadha!

Win Your Share of 500,000 Birr  πŸ’°
πŸŽ‰ Turn your deposits into rewards! πŸŽ‰
Deposit 100 Birr or more and automatically earn a raffle ticket to enter our Cash Prize Draw! πŸš€
πŸ”₯500,000 Birr in prizes up for grabs! πŸ”₯
The more you deposit, the more tickets you get – and the better your chances of winning! πŸ†

βœ”οΈ 1 Ticket = 1 Chance to win big!
βœ”οΈ More Deposits = More Chances to grab your reward!

⏳ Act fast! This exciting promo runs until Aug 1, 2025!

πŸ”— Deposit now and start winning!

πŸ‘‡

https://www.lengobet.com/promotion/15

TgπŸ‘‰https://www.tg-me.com/Lengosport
❀1
βœ…Gareen cimaa tapha kilaboota geba Adunyaa kan fakkaata.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
πŸ‘11❀6😁1
βœ…Daareen Fileecher leenjisaa Maanchister Yunaayitid garee 18 gadii ta'un muudameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄βžͺ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€   βŽ™γ…€    ⌲      πŸ”•         βœ‰οΈ   
ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   α΅˜βΏα΅α΅˜α΅—α΅‰   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
❀4πŸ‘1
2025/07/14 13:25:05
Back to Top
HTML Embed Code: