Keliyaan Mibaapeen seene
Gonzaloo Garsiyaan bahe
Gonzaloo Garsiyaan bahe
π₯18β€6
β
Gonzaaloo Gaarsiyaa dorgommii geeba kilaboota Adunyaa kana iratti
πTapha 4
β½οΈGoolii 3
β³οΈAssisti 1
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
πTapha 4
β½οΈGoolii 3
β³οΈAssisti 1
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
β€102π₯13π5
Burqaa Ispoortii
Kaardii akeekkachiisa Belinghamif
Kaardii akeekkachiisa jalqabaa tapha har'aa
π14β€4
β
Tapha Waancaa Kilaboota Adunyaa amma taphatamaa jiru.
β±Xumurame
Riyaal Madriid 1-0 Juuveentus
β½οΈGaarsiyaa 54'
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
β±Xumurame
Riyaal Madriid 1-0 Juuveentus
β½οΈGaarsiyaa 54'
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
β€70π6π₯°2
β
Federikoo Vaalverdeen taphataa cimaa tapha har'aa ta'un filatameera.
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
π129β€47π₯20π8
β
Taphoota nuusa xummuraa geeba kilaboota Adunyaa.
Fluminense Al Hilaal waliin
Paalmeeraas Cheelsii waliin
PSG Baayer Muuniik waliin
Riyaal Maadriid Dortumaand waliin
Taphoonni nuusa xummuraa Jimaata fi Sambata taphatamu.
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
Fluminense Al Hilaal waliin
Paalmeeraas Cheelsii waliin
PSG Baayer Muuniik waliin
Riyaal Maadriid Dortumaand waliin
Taphoonni nuusa xummuraa Jimaata fi Sambata taphatamu.
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
β€148π€¬9π₯6
β
Jonaataan Daavid gara Juveentuus deemuuf waliigalteerra gaheera.
Taphatichi Juveentus waliin koontiraata yeroo dheeraa mallateessuuf waliigalteera gaheera. Guyyoota dhufu keessatti qorannoo fayyaa gaggeessuun mallattoo isaa akka kaahu ni eeggama.
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
Taphatichi Juveentus waliin koontiraata yeroo dheeraa mallateessuuf waliigalteera gaheera. Guyyoota dhufu keessatti qorannoo fayyaa gaggeessuun mallattoo isaa akka kaahu ni eeggama.
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
π34β€28π₯°2
Arsenaal Nooni Maduu'ake mallatteessifachuuf taphaticha wajjin haasaa jalqabeera
Madda: Sky Germany]
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
Madda: Sky Germany]
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
π141β€38π10π±4π₯°2π€2
β
Aansuu Faatiin ergisaan gara Monaakoo deemuun dura kontiraata hanga Waxabajjii 2028 Baarseloonaa keessa isa tursiisu mallateessuun isaa gabaafameera.
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
π₯°52β€21π9π6π6
β
Maanchister Siitiin koontiraata Rubeen Diyaaz dheeressuuf karoorsanii jiru.
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
β€104π12
π¨ Liivarpul gaaffii Baayer Muniik Luwiiz Diyaaz fudhachuuf dhiheessan kuffisuu isaanii hordofee, Baayer Muniik amma fuula isaanii gara taphataa sarara fulduraa Maanchistar Yunaayitid Maarkas Raashford itti naanneessu akka danda'an gabaafameera.
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
πππππβͺ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € βγ € β² π βοΈ
Λ‘αΆ¦α΅α΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅ α΅βΏα΅α΅α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅
β€111π11π4π₯2π’2
β
Jaarel Kuwansaan ifaan taphataa Baayer Livarkusaan ta'un mallattoo isaa kaahera.
Baayer Livarkusaan jijjiirraa taphatichaaf Paawondii miliyoona 30+5 kan kaffaluu ta'a.
Livarpuul yoo barbaade waggaa tokko booda Yuroo miliyoona 60+ deebisee fudhachuu danda'a.

π57β€27π13π₯3