Arsenaal fi Kiristyaan Norgard dhimma dhuunfaan waliigalteera gahaniiru.

Kilaboota lamaan gidduutti mariin akkuma itti fufetti jira.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
⚽️Taphoota filatamoo har'aa, oodii olka'aa, ammuma Elefantbet gubbaatti taphadha!🔥

⚠️Akka hin daganne yeroo jalqabaaf yeroo qarshii keechan boonasii 300% Elefantbet irraa argattu.!💰 Deposit gochuu kessaniin dura Claim iddoo jedhu tuquu hin dagatinaa.

Galmeef - 🌐 https://elephantbet.et

Gargaarsa kamiifuu - @ElephantBetSupportBot

Telegraama keenya https://www.tg-me.com/Elephantbet_et
Benjamin Sheshkon fuula Instaagraamaa Arsenal hordofuu eegaleera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Naapooliin Nuuneez fudhachuu yoo barbaade Yuroo miliyoona 70 dhiyeessuu akka qabu gabaafameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Keliyaan Mibaapeen garee Riyaal Maadriid waliin gara shaakalaa deebi'eera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Kiristiyaanoo Roonaaldoon Kontiraata isaa Al-Nassir waliin dheeressuuf waliigaltee irraa gahee jira!!

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
⚽️Taphoota filatamoo har'aa, oodii olka'aa, ammuma Elefantbet gubbaatti taphadha!🔥

⚠️Akka hin daganne yeroo jalqabaaf yeroo qarshii keechan boonasii 300% Elefantbet irraa argattu.!💰 Deposit gochuu kessaniin dura Claim iddoo jedhu tuquu hin dagatinaa.

Galmeef - 🌐 https://elephantbet.et

Gargaarsa kamiifuu - @ElephantBetSupportBot

Telegraama keenya https://www.tg-me.com/Elephantbet_et
Burqaa Ispoortii
Toomaas Paarteen jijjiirraa biliisaatiin ganna kana Arsenaaliin kan gadhiisu ta'a, kanaafis Arsenaal bakka Toomaas Paartee Noorgaard mallateessuuf Bireentfoord waliin marii irra jira. Madda:Fabrizio Romano] 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii     𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii…
Noorgaard gara Arsenaal

HERE WE GO

Madda:Fabrizio Romano]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
💰Gamachuun injifannoon argamu akkuma itti fufeetti jira.

Guyyaa keessan nuwaliin dabarsa

Karteellaa 2fi isaa olqabachuun bashannanaa

🥇BINGO SHAAMOO hedduu badhaasaa bashannansiisaa jira.

Xiqoo qabsiisuun heedduu injifadha. Qarshii 10 irraa kaasuun taphachuun hanga 10000 injifadha.

Galmee qofaaf qarshii 10 taphaaf isiniif laatama.😱

➡️@shamobingo_bot⬅️

https://www.tg-me.com/shamobingo

@ShamoBingo_Support
Burqaa Ispoortii
Noorgaard gara Arsenaal HERE WE GO Madda:Fabrizio Romano] 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii     𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Arsenaal bakka Toomaas Paartee buufachuuf taphataa Sarara gidduu Bireentfoord kan tahe Noorgaardiin Mallatteeffatee jira

Taphatichi guyyaa muraasa booda qorannoo fayyaa Isaa kan geggeessu taha.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪
@BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ 
@BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Jumaa Bah ergisaan Maan Siitii irraa gara Nice imaleera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Portoon goolii eegaa isaanii Diyaagoo Koostaa gadhiisuuf Yuuroo miliyoona 50 fi bonasii dabalataa barbaadu.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Atleetik Bilba'oon jijjiirraa Niikoo Wiliyaams gara Baarseeloonaatti taasisu mormuun Laaligaaf himata dhiheessa jiru.

Atleetik Bilba'oon Baarseloonaan yeroo amma haalli faayinaansii irra jiru jijjiirra hin hiyyamu kanaaf nuuf haaqoratamu jechaa jiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
PSGn taphataa sarara ittisaa Bornmawuz Ilya Zabarny fudhachuuf har'a irra deebiin sochii taasisaa jiru.

Zabarnin gara PSG deemuu barbaada, kilaboota lamaan gidduutti mariin akkuma itti fufetti jira.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Livarpuul leenjisaa umurii 50 fi lammii Weels Roob Peej leenjisaa isaanii garee umurii 21 gadii gochuun qacaraniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Garee guutuu Riyaal Maadriid tapha Salizbarg waliin qabaniif. Keliyaan Mibaapeen ammas taphni kun jala kan darbu ta'a.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Mayils Lewis Skeelin waligaltee haaraa dheeraa mallatteesseera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Taphoota geeba kilaboota Adunyaa har'a taphatamu.

04፡00 🔰 Juveentus  Maan Siitii waliin
04:00 🔰 Wayda Kazablanka Al Ayin waliin
10፡00 🔰 Salizbarg Riyaal Maadriid waliin (Halkan)
10፡00 🔰 Al Hilaal Pachukaa waliin (Halkan)

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Taphoota marsaa 16 wancaa kilaboota adunyaa hanga ammaa adda bahan.

👉Paalmeeraas Botafagoo waliin
👉PSG Inter Miyaamii waliin
👉Benefikaa Cheelsii waliin
👉Flamengo Baayer Muunik
👉Inter Milaan Filumininse waliin
👉Dortumaand Montererey waliin

Taphoonni hafan laman har'a adda ni bahu.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
"Nuti Riyaal Maadriid irraa addadha. Nuyi taphattoota dandeetti qaban garee akkaadaamii keenya keessaa oomishna, Riyaal maadriid garuu gabaa irraa mallatteeffata."

Pireezdaantii Baarseloonaa - Huwaan Laapoortaa

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
2025/06/26 05:28:06
Back to Top
HTML Embed Code: