Telegram Web Link
Attam jirtu?
Gaafii 2 dafaa nuu deebisa.
Deebii keessan
-vidiyoon
-sagaleen ykn
-Barreeffamaan erga!
1. Irreechi ayyaana biyyoolessaa ta’uu qaba warra jedhantu jira. Ati hoo? Maaliif?

2. Fannoon Shororkeessummaan farajamuu qaba kan jedhoo hoo? Maaliif?

Dafaa nuu deebisaa!!
Warri account kana jalatti subscribe gootan attam jirtu?
warra active hin taane keessa delete godhee warra haaraawaaf karaa mijeessaa. Yoo active taatan "jirra" jedha!!
Youtube OMN bara 2024 tti subscribers miliyoonii 1 akka qabaatuuf duulaa jirra. Ofii keessanii subscribe gootanii? namni meeqa akka subscribe godhu gootan? Baay'ina keenya yoomitti fayyadamnaa? Keessumaa Qeerroon keenya biyya keessa jirtan duula kana irratti hirmaadhaa!!
Nagaan Oromummaa isin haa gahu. Attam jirtu?
OMN meeqaa keessantu hordofaa jira? Hanqina dinagdee OMN muudate furuuf maaltu godhamuu qaba jettu? Isin hoo maal gumaachitu? Oromoo addunya kana irraa jiruufi maal dhaamtu?

Deebii keessan
-vidiyoodhaan
-suraan
-Barreeffamaan nee ergaa
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Beeelofnus iddoo rasaasni buutu arguu hin dadhabnu! #Walloo
2024/05/29 06:03:48
Back to Top
HTML Embed Code: