Telegram Web Link
Baga geessan!
OMN waggaa 9ffaa March 1st ONLINE kabajata.
-OMN Oromoof maal? siif maal
-Osoo OMN jiraachuu baate Oromoo fi Oromiyaan maal?
-Oromoon akka OMN jabeeffatu dhamsa maal qabdu?
Yaada keessan vidiyoo waraabaa nuu ergaa ni dabarsinaa!!
Channel name was changed to «Gutema I»
Channel photo updated
Attam jirtu?
-Oromoon OMN maaliif deegaruu/ tumsuu/ utubu qaba?
-Finxaaleyyiin OMN irratti olola jibbaa oofuu maaliif eegalan sinitti fakkaata?

Deebii keessan vidiyoodhaan nuu ergaa!!
Attention!
—-
OMN frequency haraa kana irratti caalaa. Qulqulina isaa fi Godinaa kamirraa akka ta’e dafaa naa deebisaa!!
2024/05/29 08:16:13
Back to Top
HTML Embed Code: