🐾Paws

βœ”οΈWithdrawal option harra galgala sa'atii 12 tti ni dhaabbata !

βœ”οΈNamoonni hanga ammaa exchange irratti claim hin godhin jirtan ammuma claim godhaa kana booda exchange biroon waan itti dabalamu hin fakkaatu

βœ”οΈNamoonni exchange irratti claim gootan hin qabnemmoo erga paws list tahee booda onchain irratti claim gochuu dandeessu

βœ”οΈPaws claim gochuu irratti yoo wanti isin rakkise jiraate comment jalatti barreessaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Of_Eeggannoof
Linkiin akkasii hiriyoota keessanirraa isinitti yoo ergameef hin tuqinaa!

↔️Link kana qofa miti baay'eetu jiru. Liinkicha yeroo tuqxan 'Login Page' telegramaa waan fakkatu tokkotu isiniif dhufa. Tarii telegram isinitti fakkaatee bilbilaa fi code yoo galchitan telegram account keessan hack godhama!

↔️ Telegram keessan erga hack godhanii boodammoo link kana hiriyoota ykn contact keessan hundaaf forward godhu!

↔️ Kana jechuun hiriyoonni keessan link kana isinitti ergan sun telegram account isaanii hack godhameera jechuudha.
Karaa kana qofa miti karaa fuula Facebook fi kanneen biroollee namoota hedduu muudataa jira.
#Of_eeggadhaa
Share for your friends
πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯

πŸ₯°Seed listing april 1

πŸ“±@Faana_Beekumsaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Seed warri hojjettan sui wallet waliin connect gootaniittuu ?

yoo hin goone ta'e kara salphaa ta'e tokko sinitti himna

React (50+)
Faana beekumsaa
Seed warri hojjettan sui wallet waliin connect gootaniittuu ? yoo hin goone ta'e kara salphaa ta'e tokko sinitti himna React (50+)
Jalqaba sui wallet playstore irraa download gootanii Google account dhaan yookiinimmoo akka tonkeeper seed phrase dhaan wallet create gootu
Sui wallet buusuuf πŸ‘‡πŸ‘‰
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.mystenlabs.suiwallet

Sana booda gubbaattu iddoon itti xiyya sinii godhetti bu,uun liinkii kana paste gootu
πŸ‘‰ 
https://playseedgo.com/dashboard

Sana booda telegram seed ittiin hojjettaniin login gootu gaafa login gootan akka misses browser bilbila keessan hin gashitani ofiimasaa gara telegram bot wa,ii sin geessa sana booda login isa jedhutti buutanii gara app sui tti deebitu sana booda sui wallet waliin connect gootu

Kanumadha πŸ‘Œ
Kunoo haala kanaan search gochuun dashboard seed argattu
Dashboard link πŸ‘‡πŸ‘‰
https://playseedgo.com/dashboard
Akkas ta,eera taanan fixxaniittu
Dirqama waan ta'eef ammuma godhaa
NEWS
GUYYAA 1 QOFATU HAFE

🐢Dogs
Hojiilee karaa telegramiitiin dhufan keessaa kan sirriitti nuuf kaffale DOGS qofa akka ta'e beektu

Ammas 🐢DOGS hojii bareedaa nuuf fidee jira

Akkasumas guyyaa 1 qofa qabdu jechaa jiru

Kanaafuu ammuma jalqabaaπŸ‘‡

πŸ‘‡JalqabuufπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/treasury_official_bot/app?startapp=1056850331
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
BAGA AYYAAN IIDAL_FIXRII KAN HIJRAA 1446FFAA NAGAAN ISIN GAHE JECHAA AYYAANNI KUN KAN NAGAA,KAN JAALALAA FI GAMMACHUU ISINIIF HA TA'U

@FAANA_BEEKUMSAA
Seed list ta'ee jira

Gatiin isaas $0.2 list ta'ee jira

Akkasumas daqiiqaa 20 booda claim gochuu dandeenya
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Seed Claim Process

Fee 0.0021 Sui

Gara wallet claim gochuuf 0.0021 Sui

Akkasuma Sui wallet irra gara Exchange erguuf Fee 0.0020 Sui

Sui 0.0020 jechuun baayyee xiqqoodha $0.05 qofa
Namoonni seed keessa claim hin goone viidiyoo armaan olii ilaalaa claim godhaa

Garuu Gatiin isaa baayyee gadi bu'ee jira 0.2 irraa gara 0.016 tti gadi bu'ee jira
πŸͺ™Blum Criteria isaani telegram community isaanii irratti ifa baasaniiru

1. Yoo xiqqaate nama 2 affeeruu
2. Yoo xiqqaate mempoint 750 walitti qabuu yookiin proof of humanity
3. Yoo xiqqaate 100k Blum point qabaachuu

❌Seerota kana namni hin guunne Blum irratti Eligible hin ta'u jedhanii jiru
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namoonni Cex.io hojjechaa jirtan airdrop kana irratti token gaarii argachuu kan danda'an namoota dursanii Becexy irratti galmaa'ani


Kana irratti galmaa'uuf bakka airdrop jedhu sana tuquudhaan email keessan itti guuttu

san booda koodii email keessan irratti isiniif ergamu itti guutuudhaan erga xumurtanii booda

invitation code yoo isin gaafate koodii kana πŸ‘‰ EDPDZ7SW ityi guutuudhaan galmooftu

Invitation codeπŸ‘‰ EDPDZ7SW
πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯

πŸ’ŽPaws April 16, 2025 list akka tahu ifoomeera βœ”οΈ

βœ”οΈHunda keenyaaf carraa gaarii haa tahu πŸ€—
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🐾Paws guuyyaa har'aa saatii 8 irratti list ta'a
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2025/06/27 03:37:19
Back to Top
HTML Embed Code: