Telegram Web Link
#Hidhi guddichi biyyaalessa itoophiyaa bakka hoggantoonni biyya keessaa fi biyyoota garaa garaa akkasumas ummanni biyya keenyaa baayyeensaanii argamanitti haala Namatti toluun guyyaa har'aa eebbifamaa ooleeraπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ



@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
❀5πŸ‘3πŸ”₯1
Oduu gammachiisaa

#Kutaa 12ffaa
Breaking news
Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma

Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 boru ifooma.

Haaluma kanaan haala bu'aa Qabxichaa ilaalchisee boru waaree booda sa'aatii 10:00: irraa eegalee ibsi kan kennamu ta'uu Ministeerri Barnootaa ibsa Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniif ergeen himeera.

Barattoota fi maatii barattootaaf carraa gaarii hawwinaπŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘Œ
❀13πŸ‘8πŸ”₯4πŸŽ‰1
Qabxii olaanaan bara kanaa

saayinsii uumamaa

Dhiira 591/600 Dodolaa Ifa Boruu irra

Dubara 579/600 finfinnee Bisraata Gabriel

Saayinsii Hawaasaa

Dhiiraa 562 Ambo Bording irraa
Shamara 548 Seent Jooseef irraa

BooooomπŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯πŸ’₯


@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
❀4πŸ₯°1
Bara kana manni barnootaa 1,249 barataa tokkollee dabarsuu hin dandeenye.😭😭😭😭
❀4πŸ‘1πŸ₯°1
Oromiyaatti bara kana barattoonni 11651 darbaniiru.😊😊
❀3πŸ₯°2
Barattoonni saayinsii uumamaa 11.4% bara kana darbaniiru saayinsiin hawaasaa kan darban 5.3% , Akka biyyaatti 8.4% 50% ol fiduun darbaniiru.

Wail gala barattoonni 48,929 darbaniiru.


@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
❀4πŸ₯°2
#kutaa_12_Cuunfaa

Akka biyyaatti barattoonni dhibbeentaa 8.4 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qabxii %50 ol galmeessisuun darbaniiru. Qabxii olaanaa Mana Barumsaa Bultii DodolaaπŸ‘Œ

Kan saayinsi uumamaa
Dhiira 591/600
Dubartii 579/600

Saayinsii Hawaasaa

Dhiira 562
Dubartii 548
Akka biyyaatti barattoonni dhibbeentaa 8.4 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qabxii %50 ol galmeessisuun darbaniiru.

Barattoota darban (barattoota qabxii 50 ol galmeessan) .
- Walumaagalatti: 8.4 % .
- Uumamaa: 11.4 % .
- Hawaasummaa: 5.2 % .
Barattoonni 48,929 dabalataan %50 ol darbaniiru

βœ”οΈ Qabxiin bara kanaa giddu galeessaan 31.62 dha.

32.73 Dhiira
30.5% Dubartoota

Finfinen barattoonni 14,629 darbaniiru.

Barattoota qabxii 500 ol galmeessan
- 888 Finfine irraa
- Oromiyaa irraa 794
- 385 Amaaraa irraa

-Qormaati kan gadhiifamu guyya boruu huyyaa haga sa’a 6:00 tti ta’uu ministeerri barnootaa beeksiseera.


@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
❀22πŸ‘8πŸ”₯1
Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
1. Marsaariitiiፑ https://result.eaes.et
2. teelegiraamaፑ https://www.tg-me.com/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)ፑ 6284

Carraa gaariiπŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘Œ



@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
❀9πŸ”₯3πŸ‘2
π—šπ—”π——π—”π—” 𝗕𝗔π—₯𝗑𝗒𝗒𝗧𝗔𝗔ℒ pinned Β«Karaawwan Bu’aa qormaata kutaa 12ffaa ilaallatan kan armaan gadiiti πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ 1. Marsaariitiiፑ https://result.eaes.et 2. teelegiraamaፑ https://www.tg-me.com/EAESbot 3. Ergaa gabaabaa (SMS)ፑ 6284 Carraa gaariiπŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘Œ @GADAA_BARNOOTAA @GADAA_BARNOOTAA @GADAA_BARNOOTAAΒ»
Barattoonni manneen barnootaa bultii addaa federaalaa keessatti barachuuf galmooftan hundi

Qormaanni seensaa fulbaana 21/2018 akka kennamu kana dura ibsamuun isaa ni yaadatama. Haa ta’u malee, barattoonni tokko tokko naannoo adda addaa irraa iddoo qormaataa Akkasumas username fi password isaanii hin beeknu jechuun komii dhiyeessaa waan jiraniif yeroo qormaataa dheerachuun barbaachiseera.

Kanaafuu, hanga fulbaana 21tti dorgomtoonni hundi username fi password qormaata isaaniif ramadame ni ergama.

Fulbaana 22 dorgomtootaaf qormaatni shaakalaa ni kennamaaf.

Qormaanni kun fulbaana 23 wiirtuuwwan qormaataa hundatti toora interneetiin akka kennamu beeksifna, haaluma kanaan barattoonni qoramuuf galmooftan qophii barbaachisaa akka gootan dhaamsa dabarsina.

Ministeera Barnootaa



@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
❀9
Oduu_Gammachiisaa!
----------------------
Barattoota Qabxii Qormaataa Avreejii 49.50% hanga 49.99% Galmeessisan Hundaaf
-----------------------
BBO- Fulbaana 20/2018 Barattoota Bara 2017 Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa fudhachuun Qabxiin Qormaataa keessan avreejin 49.50% hanga 49.99% galmeessisan hunduu qabxiin keessan avreejiin isaa gara 50% tti kan ol siqe waan ta'eef Yunivarsiitii barachuuf dabartaniirtu!
Kanaafuu, Qabxii Yunivarsiitii isin galchu galmeessistanii jirtu.

Irra deebiidhaan
#Baga_Gammaddan!


@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
❀15πŸ”₯2πŸ₯°1
Qabxiin seensaa Rimiidiyaalaa ifoome.

Barattoonni bara barnootaa 2018 damee saayinsii uumamaa fi hawaasaatiin qabxii %49.5 gadi galmeessanii garuu ulaagaalee armaan gadii guutan sagantaa Rimiidiyaalaa irraa fayyadamoo akka ta’an Ministeerri Barnootaa beeksise.

Ulaagaalee kunneenis

1. Filannoo hunda (dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa) keessatti barattoonni sagantaa Rimiidiyaalaa hordofuuf dhibbeentaa 33 fi isaa ol galmeessuu qabu.

2. Tumaalee keewwata 1 armaan olitti ibsaman akkuma eegametti ta’ee, barattoota sagantaa Rimiidiyaalaan dhaabbilee mootummaa keessatti hordofan (baasii mootummaan haguugee) kanneen qabxii armaan gadii galmeessan qofa.

Isaanis

➑️ Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaa Barattoota Dhiira 216

➑️ Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaa Barattoota Shamaraa 204

➑️ Naannoo Guddachaa jiranii fi Naannoo Horsiisee Bultootaa Barattoota Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaa saala lamaan 198

➑️ Saayinsii Hawaasaa fi Uumamaa Barattoonni gurraan hin dhageenye saala lamaan 198

➑️ Saayinsii Hawaasaa fi Uumamaa Barattoota argaa dhageettii hin qabneef saala lamaan 165


@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
❀12πŸ‘5πŸ”₯1πŸ₯°1
Ramaddiin Yuunivarsiitii ifoome

Ministeerri Barnootaa marsariitii ramaddiin Yuunivarsiitii ittiin ilaallamu ifoomseera.

Haaluma kanaan barattoonni qabxii darbiinsaa argatan Yuunivarsiitii itti ramadaman marsariitiiwwan argaman gadiin ilaallachuu kan danda’an ta’uu bibseera.

Marsariitii https://student.ethernet.edu.et



@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
❀9πŸ₯°1
π—šπ—”π——π—”π—” 𝗕𝗔π—₯𝗑𝗒𝗒𝗧𝗔𝗔ℒ
Photo
Ministeerri Barnootaa waggoota ittaananitti ramaddii barattootaa nidhaaba.

Fulbaana 30/2018 Ministeerri Barnootaa waggoota ittaananitti ramaddii barattootaa akka dhaabu Ministirri Barnootaa Pirofeesar Biraanuu Naggaa beeksisan.

Ministeerri Barnootaa yunivarsitiiwwan mootummaa waliin har’a sirna mallatteessuun gochoota ijoo bara barnootaa 2018 kan mallatteesse yoo ta'u, Ministirri Barnootaa Pirofeesar Biraanuu Naggaa kallattii hojii cimaa kaa'aniiru.

Wayita kana Pirofeesar Biraanuun akka ibsanitti; waggoota ittaananitti Ministeerri Barnootaa ramaddii barattootaa kan dhaabu yoo ta’u, barattoonni qabxii darbiinsaa galmeessan yunivarsiitiiwwaniifi damee barnootaa barbaadanitti akka iyyatan taasifama.

Barnoonni yunivarsiitii akka kanaan duraa Ministeera Barnootaatiin kan ramadamu otoo hintaane, filannoo barattootaan ta'a jedhaniiru.

Brattoonni yunivarsiitii itti baratan yeroo filatan sababaawaa ta’uun yunivarsitii kamitti damee barnootaa fooyya'aa, beekumsaafi carraa hojii gaarii argachuu danda’a jechuu filachuu akka qaban hubachiisaniiru.


@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
❀23πŸ‘5πŸ”₯1πŸ₯°1πŸ‘»1
Here are the first semester courses offered at various universities in Ethiopia, categorized by their respective fields:

β–ŽAddis Ababa University

β–ŽNatural Sciences

1. General Mathematics
2. Physics
3. Psychology
4. Geography
5. Logic
6. Communicative English

β–ŽSocial Sciences

1. English
2. Civics
3. Economics
4. Global Trends
5. Anthropology
6. Entrepreneurship

β–ŽJimma University

β–ŽNatural Sciences

1. Physics
2. Mathematics
3. English
4. Geography
5. Critical Thinking
6. Psychology
7. Physical Fitness

β–ŽHawassa University

β–ŽNatural Sciences

1. Logical and Critical Thinking
2. Social Anthropology
3. General Physics
4. Physical Fitness
5. Communicative English
6. Introduction to Emerging Technology
7. Mathematics for Natural Sciences

β–ŽSocial Sciences

1. English
2. Psychology
3. Emerging Technology
4. Economics
5. Logic and Critical Thinking
6. Geography of Ethiopia and the Horn

β–ŽHaramaya University

β–ŽNatural Sciences

1. Physics
2. Mathematics
3. English
4. Geography
5. Critical Thinking
6. Psychology
7. Physical Fitness

β–ŽBahir Dar University

β–ŽSocial Sciences

1. Emerging Technology
2. Economics
3. Global Trends
4. Entrepreneurship
5. Social Anthropology
6. Communicative English Skills

β–ŽNatural Sciences

1. Physical Fitness
2. Mathematics
3. English
4. Geography
5. Physics
6. Psychology
7. Logic and Critical Thinking

β–ŽDilla University

β–ŽNatural Sciences

1. Communicative English
2. General Biology
3. General Psychology
4. Mathematics for Natural Sciences
5. Logic and Critical Thinking
6. Physical Fitness
7. Geography of Ethiopia and the Horn

β–ŽMekdela Amba University

β–ŽNatural Sciences

1. Physics
2. Mathematics
3. English
4. Geography
5. Critical Thinking
6. Psychology
7. Physical Fitness

β–ŽWollega University

β–ŽNatural Sciences

1. General Biology
2. Basic Mathematics for Natural Sciences
3. Geography of Ethiopia and the Horn
4. Critical Thinking
5. General Psychology and Life Skills
6. Communicative English Skills
7. Physical Fitness

β–ŽWolayita Sodo University

β–ŽNatural Sciences

1. Communicative English 1
2. General Physics
3. General Psychology
4. Mathematics for Natural Sciences
5. Logic and Critical Thinking
6. Geography of Ethiopia and the Horn
7. Physical Fitness

β–ŽDilla University (repeated)

β–ŽNatural Sciences

1. Communicative English Skill
2. General Biology
3. General Psychology
4. Logic and Critical Thinking
5. Physical Fitness
6. Mathematics for Natural Sciences
7. Geography

β–ŽDebre Markos University

β–ŽNatural Sciences

1. Anthropology
2. Civics
3. Entrepreneurship
4. Psychology
5. General Physics
6. Emerging Technology
7. Communicative English
8. Mathematics for Natural Sciences

β–ŽWolkite University

β–ŽNatural Sciences

1. Physics
2. Mathematics
3. English
4. Geography
5. Critical Thinking
6. Psychology
7. Physical Fitness



@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
❀18πŸ‘2πŸ”₯1πŸ₯°1
#ODUU_ADDAA

Barattoonni yunivarsiitii waggaa 3ffaatti barnoota isaanii xumuruun, waggaa tokkoo tajaajila barsiisummaa akka kennan seerri dirqisiisu bara barnootaa 2019 irraa eegalee hojiirra ni oola jedhame.

Faayidaa fi mindaan barsiisonni argatan gahaa hin taane jechuun hanqinni barsiisotaa akka sababa ta’e Ministirri Barnootaa Birhaanuu Naggaa (PHD) mana maree duratti himeera. Kuniis barsiisota haaraa baay’inaan oomishuu akka rakkisu ibseera.

Namoonni Digirii Jalqabaa (First Degree) qabanii, waggaa tokko koorsii barnoota barsiisuu (Pedagogy) fudhachuun barsiisummaan akka danda’ani Ministirri ibseera. Kunis baay’ina barsiisotaa dabaluuf ni gargaara jedheera.

Barattoonni yunivarsiitii waggaa tokko tajaajila barsiisuu kennan, jaalala fi fedhii ogummaa barsiisummaa guddisuu danda’u jedhus himameera.

Waggaa darbe, biyya keessatti hanga kutaa 12ffaa guutuu, lakkoofsi barsiisotaa 625,000 ture; waggaa kana ammoo lakkoofsa kana gara 700,000 ol guddifachuuf hojjetamaa jiraachuu ministeerichi ibse.



@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
❀15😒7😭3🀬1
2025/12/07 02:37:28
Back to Top
HTML Embed Code: