Telegram Web Link
Universitota janga ammaatti barattoota isaaniitiif yaamicha taasisan fi guyyaa isaan itti yaaman.

αŠ₯αˆ΅αŠ«αˆαŠ• αˆˆα‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰»α‰Έα‹ αŒ₯αˆͺ α‹«α‹°αˆ¨αŒ‰ α‹©αŠ’α‰¨αˆ­αˆ΅α‰²α‹Žα‰½ α‹αˆ­α‹αˆ­

=> Arba Minch University --መሡከረም 04/2018

=>Bule Hora University --መሡከረም 5-6/2018

=> Bahir Dar University
--መሡከረም 5-6/2018 (2017 Fresh & 2016 Remedial)
-- መሡከረም 8-9/2018 (αˆŒαˆŽα‰½ αŠα‰£αˆ­)

=> Gondar University --መሡከረም 5-6/2018

=> Woldia University --መሡከረም 5-6/2018

=> Jinka University--መሡከረም 5-6/2018

=>Ambo University --መሡከረም 7-8/2018


=> Hawassa University --መሡከረም 8-9/2018

=> Oda bultum University --መሡከረም 8-9/2018

=> Debra Birhan University --መሡከረም 8-9/2018

=>Wachamo University --መሡከረም 8-9/2018

=> AASTU --መሡከረም 8-9/2018

=> Mattu University --መሡከረም 8-9/2018
=>Wollo University --መሡከረም 8-9/2018

=> Samara University --መሡከረም 8-9/2018

=>Kebri-Dahar University --መሡከረም 8-9/2018

=>Jigjiga University --መሡከረም 8-9/2018

=> Assosa University --መሡከረም 8-9/2018

=>Bonga University --መሡከረም 8-9/2018

=> Dirre dawa University--መሡከረም 10/2018


@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
❀7πŸ‘4πŸ”₯1πŸ₯°1😁1
#Hidhi guddichi biyyaalessa itoophiyaa bakka hoggantoonni biyya keessaa fi biyyoota garaa garaa akkasumas ummanni biyya keenyaa baayyeensaanii argamanitti haala Namatti toluun guyyaa har'aa eebbifamaa ooleeraπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ



@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
@GADAA_BARNOOTAA
❀3πŸ‘2πŸ”₯1
Oduu gammachiisaa

#Kutaa 12ffaa
Breaking news
Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma

Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 boru ifooma.

Haaluma kanaan haala bu'aa Qabxichaa ilaalchisee boru waaree booda sa'aatii 10:00: irraa eegalee ibsi kan kennamu ta'uu Ministeerri Barnootaa ibsa Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniif ergeen himeera.

Barattoota fi maatii barattootaaf carraa gaarii hawwinaπŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘Œ
❀11πŸ‘4πŸ”₯2πŸŽ‰1
2025/09/14 08:01:35
Back to Top
HTML Embed Code: