This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ฆHIN MUKAA'INAA!๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ณ
TORBANITTI GUYYAA 1
๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ทTAFAKKURA๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ณGOLA SEENA
๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ทKEESSUMMAA๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ทDIRAMA
SANBATAGUDDAA
@GIBEMEDIA @GIBEMEDIA
Forwarded from ๐Ÿ”ˆMuaz Yakub๐Ÿ’ก (Ibn Yakub)
SANBATA GUDDAA WAAREE BOODA GIBEMEDIA WALIIN
Waadaan keenya waadaadha jedha GibeMedian
Sagantaa miidhagaafi hawwataa mata dureen isii โ€œHIN MUKAA'INAAโ€ jettu qabatee dhiyaataa jira.
Beekumsa waaltawaa,bohaartiifi seenaalee garaa garaa bifa documentary tiin argachuuf hordofaan affeerraa keenya.
Videoolee hawataa ta'an yeroo yeroon argachuuf You tube GIBE MEDIA Subscribe gochuu hin dagatinaa
https://www.youtube.com/channel/UCBIqqLSF_hhGekNyVkhzV_g

Toora Telegram asii gadiitiin argachuu dandeessu
@GIBEMEDIA @GIBEMEDIA
HADHA WAAREE BOODA SAGANTAA HIN MUKAA'INAA
https://www.youtube.com/channel/UCBIqqLSF_hhGekNyVkhzV_g
KANAAN NU HORDOFAA
TAFAKKURA,KEESSUMMAA,GOLA SEENAA....FI KANEEN BIROOS
Forwarded from Keyralumma
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Assalaamu'aleeykum๐ŸŒด
Warahamatullahi๐ŸŒด
wabarakaatuh๐ŸŒด โ˜žโ˜…โ˜…Akhlaaqa(Aadaaba) islaamaโ™ฅโ™ฅโ˜œ


๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด ๐Ÿ’  ๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด

โœ”Waan Namatti wal fakkaturra fagaachuu

โœ”Ija qadi qabachuu

โœ”Arraba Tiiyffachuu

โœ”Qaanfii qabaachu

โœ”Obsa qabaachuu



โœ”Dhugaa dubbachuu

โœ”if gadi qabuu (Tawaadu'a)qabaachuu

โœ”Hamaa fi zanniirraa faggachuu

โœ”Arjummaa (Nama waa khannatu tahuu)

Rabbiin nama Aklaaqa kanaan bareedu nuhaataasisu !!!

namoonni ilaalcha gaarii qaban namoota milkaa.an ni laalan garuu laaaluun isaanii itti hinaafuuf ykn miidha isaanii haasawuuf osoo hin tahin muuxannoo irraa fudhachuu

Gorsa babbareeda argachuufchu
โคต๏ธ๐Ÿ”ฝ๐Ÿ”ฝ๐Ÿ”ฝ๐Ÿ”ฝ๐Ÿ”ฝ
Forwarded from ๐”…๐”ž๐”ฏ๐”Ÿ๐”ž๐”ž๐”ก๐”ž๐”ž โ„Œ๐”ž๐”ฎ๐”ž๐”ž via @Feysal_bot
Forwarded from Kena
Mi'aa Milkaa'inaa fii obsaa.

๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ

โ€ข Miโ€™aa milkaaโ€™inaa, obsaa fi carraaqqi waliin dhandhaman.

Namni milkaaโ€™innaaf tarkaanfi jalqabe ni carraaqa. Namni carraaqu immoo ni obsa. Namni obse immoo In sha Allah ni milkaaโ€™a.
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ

โ€ขYeroo rakkoo obsuuf waa lama of yaadachiisi.

~1ffaa: mindaa obsaan argamu- yommuu obsitu mindaa fi milkaa'inni guddaan si fuundura akka jiru abdadhu. Dhugumatti Rabbiin oltaโ€™aan ni jedha: โ€œWarri obsan mindaan isaanii kan isaaniif kennamu lakkoofsa maleedha.โ€ Suura Az-Zumar 39:10

๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
~2ffaa: yoo obsuu dhiiste wanta dhabduu fi miidhaa sirra gahuu yaadadhu. Namni balaa isatti bu'eef yoo obsuu dhiise, kan duraan dhabe caalaa waan biraa dhaba. Akkasumas, miidhaa guddaa ofirraan geessa.


๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
Forwarded from ๐”…๐”ž๐”ฏ๐”Ÿ๐”ž๐”ž๐”ก๐”ž๐”ž โ„Œ๐”ž๐”ฎ๐”ž๐”ž via @Feysal_bot
2025/06/29 18:39:23
Back to Top
HTML Embed Code: