Telegram Web Link
Gaafiif Deebi
Gammoojjii guddaan addunyaa kanaa eenyu?
Deebin isaa Antaartikaadha.
Biyyi lakkoofsi afur (4) itti jibbamu kami?
Anonymous Quiz
45%
Jaappaan
16%
USA
23%
Biraaziil
16%
Faransaayi
Seelin dhiiga diimaa tokko umurii guyyaa meeqaa qaba?
Anonymous Quiz
38%
Guyyaa 150
12%
Guyyaa 140
13%
Guyyaa 130
37%
Guyyaa 120
Namni tokko yemmuu dhalatu lafee meeqa qaba?
Anonymous Quiz
51%
300
33%
206
3%
200
12%
180
Kemistirii kessatti abba atomic theory (Father of atomic theory)Kan bakkamuu enyuu
Anonymous Quiz
67%
John Dalton
18%
Arestotil
10%
James Chadwick
5%
Fredek woleri
Wal-waraanni yeroo gabaa keessatti xumuramuun addunyaa irraa sadarkaa duraa irratti argamu eenyu fi eenyu jidduutti raawwate?
Anonymous Quiz
21%
Ingilaandi fi Zaanzibaar
27%
Israa'eeli fi Ijipti /Misirii/
19%
Moongoliyaa fi Chaayinaa
33%
Faransaayi fi Raashiyaa
Re'een tokko ulfoofte guyyaa meqatti Dahuu(dhaluu) Dandessii
Anonymous Quiz
8%
100
24%
220
42%
150
26%
90
Forwarded from Toxido crypto (AN KAN NA GADDISIISU OSOON HIN JIRAATIN DU'UU KOOTI)
WAL HIN DHABNU!.pdf
11.8 MB
Asoosama Mata-dureen isaa WAL HIN DHABNU! jedhu kan barataa m/b bashaashaatiin qophaa'ee.

Title Wal-hin dhabnu!
Size 11MB

Price 1ETB for package
Writer Student of beshasha school

@dhugaaddunyaa
Ifti addeessa /moonlight/ lafa gahuuf ammam itti fidhata?
Anonymous Quiz
35%
Sakondii 1.25
19%
Sakondii 33
29%
Daqiiqaa 4
17%
Sa'aatii 1:7:42
Namichi kun kessamoo ala jira?
Anonymous Quiz
48%
Kessa
52%
Ala
Kannen Armaan gadii kessaa kan bishaan gongumaa hin dhuugne kami?
Anonymous Quiz
14%
A. Adurree
49%
B. Hantuuta
30%
C. Bofa
7%
D. Gaala
Kan Yeroo Duraaf Waraqaa Argatte biyya Kami?
Anonymous Quiz
21%
A. USA
17%
B. Ruusiyaa
18%
C. Faransaayi
44%
D. Chaayinaa
Namni yeroo jalqabaatif intarneetii kalaqe eenyu jedhama?
Anonymous Quiz
26%
Steevan Jorji
20%
Deevid Boogsi
31%
Aleeksaandar Huuk
23%
Maarki Zukarbargi
Akkam jirtu Hordoftoota Miseensa chaanela kanaa. Waan kana gochuun nu gargaara. Akka seera Telegram haaratti miseensonni Mute godhan akka waan chaanela kessa hin jirreetti lakkaa'amu. Isin tariiti ergaa nuti isiniif erginu arguu dandeessu garuu akka waan miseensa Kessa hin jirreetti lakka'aamtu. Kanaaf Namoonni Mute gootan Unmute gochuun nu deeggaraa. Galatooma

@gaafiifdeebi
Kanneen Armaan Gadii Kessaa Baayye xiqqaa kan ta'e kami?
Anonymous Quiz
32%
A. Baakteeriyaa
17%
B. Seeli Dhiiga Diima
14%
C. Ameeba
37%
D. Vaayirasii
Forwarded from Toxido crypto (Mr. Hope)
Kana Baraa.pdf
13.4 MB
#287

የአፋን ኦሮሞ መጽሐፍ ግብዣ

📖 MATA-DUREE KITAABICHAA: "KANA BARAA!"

📖 BARREESSAN: AMAJJII GAMMADO

📖 QABIYYE KITAABICHAA (GENREs): Saayinsii, Seenaa, Kolfa, Teknoolojii fi Wantoota Ajaa'ibsiisoo

📖 LAKKOOFSA FUULOTA: 68

📖 BARA MAXXANSAA (PUBLISHED ON): Caamsaa 20, 2013 (29/05/2021), Bishooftuu, Oromiyaa, Itoophiyaa

📖 WAA'EE KITAABICHAA ⤵️

Kitaabni kun kutaadhaan kan gargar qoodamedha. Isaanis wantoota ajaa’ibsiisoo, saayinsii, seenaa, bineensotaa fi k.k.f of keessatti qaba.

🔗 KITAABA IRRA ⤵️

Ummatni Kuushii Dh.K.D. naannoo bara 4000 baha Afrikaa hanga Galaana Diimaatti (Red Sea), Kaaba Afrikaa Morookoodhaa hanga biyyoota Atilaantikiitti, Arabiyaa irraa hanga Mesoppotaamiyaa, Awurooppaa fi Giddugala Eeshiyaa akka turan ni himama.

© "PDF"iin kun akka isiiniif "Post" godhamuu hayyama nama barreesse irraa waan arganneef, maqaa maatii chanaalii "Gofere Books" dhaan ni galateeffanna.

Dubbisuu Fi #Share Gochuudhaan Dirqama Afaan Keenya Guddisuus Haa Baanu!

"BE CHAIN READER"

@goferebooks
Ardiile Armaan gadii kessaa Ardiin Gammoojjii of kessaa hin qabne kami?
Anonymous Quiz
6%
A. Afrikaa
14%
B. Ameerikaa
24%
C. Awurooppa
9%
D. Eeshiyaa
47%
E. Awurostiraaliyaa
Biyyii Akka adunyattii Mannii amantaa kristanaa ykn churchin kessattii hin argamne taniin?
Anonymous Quiz
22%
Turki
14%
Iraan
56%
Suwud arabiyaq
9%
Dubay
2025/07/01 07:30:19
Back to Top
HTML Embed Code: