Telegram Web Link
Forwarded from Qualitymovbot
Hojii online namoota hojjechu barbaaddan hundaf 😱‼️
Guyyaatti hanga birrii 30,000 online qofa argachuu dandeessu😱😱‼️
Jalqabuuf START armaan gadii tuquun ️ ️‼️
Gadaa Isportii®
Oduu Ammee Niikoo Wiliyaams koontiraata haaraa dheeraa hanga Waxabajjii 2035 Atleetik Kilab keessa isa tursiisu mallateessera. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport     𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
.
🔁Niikoo Wiiliyaams waggoota saddeet(hanga 2035) Atileetik Bilbaa'oof mallatteesse (sky sport)
✔️Taphataan sarara fuulduraafi qarqaraa garee biyyoolessaa Ispeen Niikoo Wiiliyaams waggoota dabalataa kilabichaaf mallatteessuu odeeffanne.
✔️Baarseloonaan fudhachuuf fedhii guddaa argisiisus Niikoo Wiiliyaams "Lakki" jechuun turuu filate. Atileetik Bilbaa'oof walii galtee diiguuf €. Miil. 96 akka barbaadu kan odeeffanne.
✔️Taphatichi mallattoo erga kaa'een booda "Murtee irra gahuuf jalqaba of dhaggeeffadhu, Ani Atileetik Bilbaa'oo mana kiyya turuun barbaada" jedhe.

.


@Gadaaisport
.

..
Tayleer Maalesiyaa, Jedaan Saanchoo, Antoony, Maarkes Raashfoord fi Garnaachoon Maanchister Yunaayitid akka gadhiisan kilabii isaanii beeksisaniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport  
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Forwarded from 1137439312:AAGumjHJ7pzA6vrrfVMlKoqTUsCs59GySrg
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Seekondii 20 booda nii haqama 👀

Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊

Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
Astonviilaa, Baarseloonaa, Cheelsii, Romaa fi Liyoon seera faayinaansii cabsuu isaaniin UEFAn adabaniiru.
👉Cheelsii Yuroo Miliyoona 20
👉Baarseloonaa Yuroo miliyoona 15
👉Liyoon Yuroo miliyoona 12.5
👉Astonvilaa Yuroo miliyoona 11
👉Roomaa Yuroo miliyoona 3

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
.
❤️🫂"Gara Liivarpuul deebi'uu sodaadhe" Ijibshiyaan Maajiishiyaan Mohammad Saalaa
✔️Jifataan sarara fuulduraa garee biyyoolessaa Ijibti hiriyaa isaa if biraa dhabuutti akkaataan gadda itti ibsate Addunyaa boochise.
🫂🗣️Gara Marsisaayid deebi'uun irra akka isa rifachiisaa jiru miirri hamilee cabuu itti dhagahamaa jiraachuu kan ibse Moo Saalaan
🗣️" Boqonnaa koorraa yoon deebi'u Diyaagoo Jootaa akka hin arganne ofumaa koo of amansiisuun akkaan natti ulfaatee jira "jedha
🗣️" Michuuwwan koo ni dhufu, ni deemu garuu kallattii kanaan miti. Hanga kaleessatti humni Anfiilditti imaluurraa na dhoorku ni uumama jedhee yaadeetuu hin beeku " jedhe
Mohammad Saalaa
😢Addunyaa tanatu hanganuma
.

.

❤️You'll Never walk alone YNWA
@Gadaaisport
@Gadaaisport

.

..
.
RONALDO🗣Waancaan Addunyaa bara 2034 As Sauiditti osoo qophaa'ee bareedaadha iddoon filatamaan asi waan taheef"

@Gadaaisport
@Gadaaisport
BIRR PAY❗️

✈️Bot BIRR PAY har'a isiniif dhufee jira ammuma irraa jalqabuun nama afeeruun badhaasa Birr argadhaa.

#step

1.
➡️Jalqaba /start gootu
2. Link
🔗keessan copy godhattu
3. Dhuma irratti nama afeertu
👑

‼️ Minimum withdraw birr 50 dha.
Nama tokko yeroo afeertan qarshii 2 argattuu!

🔥@EthioPayBirrBot
🔥@EthioPayBirrBot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Wave channel
Namoota channel keessan 5k+ ta'e qofaa
Wave galfachuu kan barbaaddan ammuma keessaan na dubbisaa
Link haaraa qophaa'edha

Wave link 👉 https://www.tg-me.com/addlist/ug_cx76oSepjYTFk

Asiin naaf baarreesaa 👉 @ffg_promoter
Forwarded from MR. WAVERIO🤝
ASHAMAA🫡

Diraama hiree jaalala.

Jimaata(friday) galgala torban torbaniin kan gadhiifamudha.
Kutaa hunda telegram dhan hordofuuf akkasumas haala saffisa qabun yeroosa eeggate kan dabarsu channel kana filannoo keessan jalqabaa tasifdhaa.

🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/DiraamaaHiree_jaalalaa
https://www.tg-me.com/DiraamaaHiree_jaalalaa
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
🚨BREAKING

Kaayil Waalker gara Barnileey

𝐇𝐄𝐑𝐄 𝐖𝐄 𝐆𝐎

#Fabrizio_Romano🏅


♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Forwarded from Qualitymovbot
Hojii online namoota hojjechu barbaaddan hundaf 😱‼️
Guyyaatti hanga birrii 30,000 online qofa argachuu dandeessu😱😱‼️
Jalqabuuf START armaan gadii tuquun ️ ️‼️
✅️Taphataan sarara gidduu Arsenaal Toomaas Paartee yakka gudeeddii shanii fi yakka miidhaa saalaa tokkoon himatamuu poolisiin UK himera.

Taphataan kubbaa miilaa kun kontiraata isaa Arsenaal waliin qabu tibbana xumureera.

Yakkoonni kunneen bara 2021-2022 gidduutti akka raawwataman eeruun poolisii magaalaa qaqqabbuu kan Poolisiin beeksiseera.

Himannaan kunnenis dubartoota sadii kan ilaallatu yoo ta'u, yakka gudeeddii lama dubartii tokko irratti raawwachuu, himannaan sadii gudeeddii dubartii kan biraa waliin walqabatuu fi himannaa tokko ammoo miidhaa saalaa dubartii sadaffaa waliin walqabateedha.

Bara 2020 paawondii miiliyoona 45n Arsenaal kan seene Paarteen waggoota 5niif garee Arsenaal keessa taphata erga turee booda Kontiraatni isaa Wixata darbe xumurame.
.
Joao Kaanseelloo Ijji isaa Imimmaan lakku lakkuu harcaasee jootaa yaadate Callisee imimmaanuma isaan ibsate.
@Gadaaisport
@Gadaaisport
Tapha nuusa xummuraa geeba kilaboota adunyaa.

Boqonnaa
Filumeensee 1-0 Al Hiilaal
⚽️Maartineeli 41'

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
.
"Ati Lubbuun biraa deemtus Maatii kee Jireenya isaanii keessatti Waan tokkoon akka hin rakkanne Tolchuufiin jira" Rooben Neves🗣

@Gadaaisport
@Gadaaisport
2025/07/05 04:37:24
Back to Top
HTML Embed Code: