.
#BREAKING Arsenaal Noonii Maadukee fudhachuuf walii galteerra gahan(sky sport)
✔️Kilabni warra landan Dhukaastonni jifataa sarara fuulduraa akkasuma qarqara mirgaa kan taphatu Maadukee qabeenya dhuunfaa gochuufi.
✔️Dhimmoota dhuunfaa irratti walii galteerra ka gahe Arsenaal walitti dhufeenya gaarii Cheelsii waliin qabutti fayyadamuun ni fudhata jedhamaara.
✔️Leenjisaan Mikaa'el Arteettaa jifataa barbaacharra jiraachuun kan yaadatamudha. Keessattuu hunda galeessaf Noonii Maadukeen filannoo argate.
.
.
@Gadaaisport

🚨Cheelsiin kontiraata haaraa irratti NWaneeriin Arsenaal waliin waliigaltee irra gahuu yoo dadhabe mallatteessisuuf barbaadu
👉 Arsenaal fi NWanneriin waliigaltee haaraa irratti mari'achaa jiru. Taphatichi yeroo tapha argachuu barbaada. Haasaan kun jijjiirraa Maduke waliin waan wal qabatu .
[ Fabrizio Romano 🎖].
YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share |@Gadaaisport
| @Gadaaisport

✅Tapha nuusa xummuraa geeba kilaboota adunyaa amma taphatamaa jiru.
⏱Xumurame
PSG 2-0 Baayeer Muuniik
⚽️Duwee 78'
⚽️Dembelee 90+6'
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
⏱Xumurame
PSG 2-0 Baayeer Muuniik
⚽️Duwee 78'
⚽️Dembelee 90+6'
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅️Osumaan Deembeelleen goolii lammaffaa kilaba isaa PSG'f erga lakkoofsise booda haala gammachuu ibsannaa isaa akka Diyaagoo Jootaatti ibsachuun kabaja isaaf qabu agarsiisee jira.😢🙌
Deembeellee 🤝 Namummaa
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Deembeellee 🤝 Namummaa
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Diseeree Duween taphataa cimaa taphichaa jedhamuun badhaafameera.
What season for him🔥🔥
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
What season for him🔥🔥
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Forwarded from Qualitymovbot
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Daqiiqaa 17 booda ni haqama,,
Gaaffiii kaardii abbaa 200 badhaasuu dha.
Barri beelaa Ethiopia keessatti baayyee rakkisaa ture bara meeqa?
Gaaffiii kaardii abbaa 200 badhaasuu dha.
Barri beelaa Ethiopia keessatti baayyee rakkisaa ture bara meeqa?