Telegram Web Link
😈 Raayan Cheerkii: "Yeroo Maanchistar Yunaayitid tapha Liyoon injifate hin jaallanne sababiin isaas ani Liyoon waanan ta'eef".

"Amma Maan Yunaayitid ajjeessuuf eegaan jira. Taphoota hunda mo'uuf asin jira".

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
😁83
Forwarded from Qualitybuttonbot
Foddaan jijjiirraa taphatoota har'a ifatti banameera!

Osoo bakka tokko illee hin deemin oduu jijjiirra taphatoota hunda bakka tokkotti hordofuuf Transfer news kan jedhu cuqaasuun join godhaa maatii ta'a! 👇👇
1
Al-hillal Osimeeniif kontiraata haara waggaatti galii €50M argamsiisuuf dhiyeessaniiru!

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
2
Paul pogban yeroo dhiyootti gara Monaco nii imalaa!

🗣 Di marzio


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Andree Onaanan Maanchistar Yunaayitid keessa ni tura jedhamee eggama. Leenjisaan Ruuben Amooriim hariiroo isaa wajjiin qabu cimsuu barbaada.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Hansi Dieter Flick Waldaa Leenjistoota La Ligaatiin bara dorgommii 2024/25 leenjisaa cimaa Laaligaa ta'uun badhaafame.

Isaaf mala💯


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
4
Lamine and his father. ❤️😁

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
3😁3
Florian wirtz qorannoo fayyaa isaa jimaata nii xumuraa!

🎖David Ornstein


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
3🔥1
Biriyaan Mibomoon dhimmoota dhuunfan yuunaayitiid waliin wali galee kan jiruu yoo ta'uu, mariin kilabootaa lameen gidduutti gaggeefama jiru itti fufee jira.

🤔Hangaa ammaatti mariin kun hin xumuramne.

Fabrizio Romano 🎖️


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍2
Forwarded from Quality Button
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥
Forwarded from Quality Button Creator - Banner Creator
GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOAAAAAAAAAL ITIYOOOOOOOOPIYAAAAAA

Kubbaa ajaa'iba biyyi keenya kiyyoo keessa buuste daawwachuuf live kan jedhu tuqaa 👇👇
2
Kiristaal Paalaas goolii eegaa PSV Walter Benitz bilisaan bilisaan fudhachuu isaanii gabaafameera.

#FabrizioRomano

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport   
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Graanit Shakaan AC Milaaniif waliigaltee waggaa lamaa mallateessuuf dhihaatera.

Shaakan gara kilaboota Saawudii deemura gara AC Milaan deemuu filateera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport  
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Arsenaal jijjiraa Rodriigoo irrattii taphatichaa mallattessifachuuf murtee taphatichaa egaa jira

-Jemiiy Griil

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport  
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
2
“Hidhanoo kanaan yaadannoo guddaa akka umnuu abdii qabna.”

🎙Bruunoo Fernaandeez

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport   
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
3
Akka gabaasa Sport baasen Arsenaal Niikoo Wiliyaamsif waggaan Yuroo miliyoona 9 kaffaluu qophiidha. Kun kaffaltii Baayer Muuniik fi Baarsaan kaffaluuf jiran irra caalaa akka ta'e himameera.


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport   
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Kiristiyaanoo Ronaaldoo fuula Instaagiraama isaa irratti

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport  
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
4
Forwarded from Qualitybuttonbot
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉

Group isaanii armaan gaditti nama dabaluu ykn add gochuu qofaan hanga qarshii 2000 hojjetachuu dandeessuu! 😍

Isin hin darbin Add gochuu qofaan badhaafama!! 👇👇
Kiristaanoo Roonaaldoo T-shirt isaa kan ergaa nagaa addunyaaf labsu irratti mallatteessuun Perezedaantii Ameerikaa Donald Trump dhaaf kan erge yoo ta'u Tiraampiis kennaa ajaa'ibaa jechuun itti gammadanii jiru.
2
2025/07/13 20:33:05
Back to Top
HTML Embed Code: