Telegram Web Link
Kiristaanoo Roonaaldoo T-shirt isaa kan ergaa nagaa addunyaaf labsu irratti mallatteessuun Perezedaantii Ameerikaa Donald Trump dhaaf kan erge yoo ta'u Tiraampiis kennaa ajaa'ibaa jechuun itti gammadanii jiru.
2
Sagantaan Piriimiyerliigii Ingiliiz guutuun bara dorgommii 2025/26 boru ifooma.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Toom Hiitoon Maanchistar Yunaayitid waliin kontiraata waggaa tokkoo dheeressuuf walii galeera!

fabrizo Romano 🎖️


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
1
Naapooliin Jaak Gireelish mallatteessisuuf fedhii qaba, garuu mindaa taphaticha ammaa torbeetti £300,000 Maanchistar Siitii keessatti fudhatu kaffaluuf qophii miti.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Kilabiin Serie A Palermo Filippo Inzaghi leenjisaa olaanaa haaraa taasisuun muudeera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
2
Abbaan murtii David Coote Waldaa Kubbaa Miilaa Ingiliziitiin himatame!

Himannaan kun naannoo ji'a July 2020 kan dhiyaate yoo ta'u, viidiyoo Adoolessa bara 2024 miidiyaa hawaasaa irratti maxxanfameen waa'ee leenjisaa Liivarpuul duraanii Jurgeen Kilooppii dubbateera.

Waldichi akka jedhetti abbaan murtii gocha hin malle raawwachuu isaa fi abbaan murtii haasaa isaa keessatti arrabsoo fi jechoota xuraa'oo fayyadamuu isaa ibseera, kunis seera Waldaa Kubbaa Miilaa lakk. 3.1 kan faallessu ta'uu ibseera.


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
1👍1
Fenarbaacheen Tomaas Paartee fudhachuuf gaafii dhiyeessaniiru. Arsenaal hanga ammaa waligaltee taphatichaa hin dheeressine, Paarteen bilisaan gara kilabii barbaadee deemuu danda'a.

#NowArsenal

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport   
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
AC Milaan, Naapoolii fi Astonvilaan bakka bu'oota Saanchoo qunnamaniiru.

Manchister Yunaayitid yeroon taphatoota akka Saanchoo, Garnaachoo, Raasmuus Hooyulaand fi Raashfoird gurguruun garee isaa haaromsuu barbaada.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
1
Jami Boye Geetins Cheelsiin ala kilaboota biroof karra isaa cufeera. Koontiraata waggaa dheeraa Cheelsii waliin waliigalteerra ittin gahe nii eega.

Mariin kilaboota lamaan gidduutti taasifamu akkuma itti fufetti jira.

#FabrizioRomano

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport  
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
2
Forwarded from 1137439312:AAGumjHJ7pzA6vrrfVMlKoqTUsCs59GySrg
Kinoo arguun amanudhaa namoonii hedduun add gochuun.badhafamaa jiru isiniis amumaa add gochuun badhafamaa ta'aa
🚨BREAKING:

Napoli Jadon Sancho mallatteessisuuf yaalii taasisuuf jira. 🗞

maddi sky sport


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
1
Taphataan sarara ittisaa mirgaa haaraa Liivarpuul fi Filooriyaan Wiirtz, Jimaata dhufu gara Liivarpuulitti kan makamu, qorannoo fayyaa erga godhanii booda, boqonnaa isaanii waliin dabarsaa jiru 📸

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
2👎1
Joob Beeliinghaam tapha har'aa kanaan yeroo jalqabaaf tapha Boorushiyaa Doortimundiin teessoo jijjiirraa irraa ka'uun taphateera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍31
➡️Waancaa Kilaboota Addunyaa 2025

                           
Xumurameera

   Fluminense 0-0 Dortmund

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
4
Sagantan Taphoota Piriimiyerliigii Ingiliiz bara 2025/26 har'aa ni gadhiifama.
2
Taphataan sarara ittisaa durii Serjiyoo Raamoos Dilbata galgala tapha Monterrey Inter Milan waliin 1 fi 1n qixa bahe irratti goolii galchuun taphataa cimaa taphichaa ta'uun badhaafameera⭐️

Umriin lakkoofsa qofa👏


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
5
🚨Taphoota Piriimiyerliigii Ingilaand jahaan jalqabaa Maanchister Siitii bara dorgommii 2025/26 :

- Woolvis [Away]
- Tottenham [Home]
- Biraayten [Away]
- Maanchister Yunaayitid[Home]
- Arsenaal [Away]



🚨Taphoota Piriimiyerliigii Ingilaand jahaan jalqabaa Arsenaal bara dorgommii 2025/26 :

- Maanchister Yunaayitid [Away]
- Liids Yunaayitid [Home]
- Liiverpuul [Away]
- Nootinghaam Foorest[Home]
- Maanchister Siitii [Home]
- Niwukaastil Yunaayitid [Away]


   
🚨Taphoota Piriimiyerliigii Ingilaand jahaan jalqabaa Liiverpuul bara dorgommii 2025/26 :

-Barnimaawuz - [Home]
-Niwukaastil - [Away]
-Arsenaal - [Home]
-Barnileey - [Away]
-Everton - [Home]
-Kiristaal Paalaas- [Away]

Miliqee_kan_bahe
6
Taphoota torbee jalqabaa Piriimeer Liigii Inglaand.

Piriimeer Liigiin Inglaand Hagayya 9 ifaan kan jalqabu ta'a.


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
1
➡️Waancaa Kilaboota Addunyaa bara 2025 Marsaa garee:

         Xumurameera

  Maanchistar Siitiin 2 fi 0n Wydad Casablanca injifate
     2' Fooden ⚽️
    42' Dooku ⚽️


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
5
2025/07/13 20:36:24
Back to Top
HTML Embed Code: