Telegram Web Link
15-0 PSG on fire 🔥🔥 Dear Gentlement's this is PSG Football Club.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Gadaaisport  
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪➡️ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
4
✅️Arsenaal Kiristiyaan Noorgaard Bireentifoord irraa mallatteessifachuu isaanii ifoomsanii jiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport  
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
3
✅️Arsenaal Noorgaardin mallatteessifachuuf paawundii miiliyoona £10M kan kaffalan yoo tahu, gahumsa isaa ilaaluun gara fuulduraatti paawundii miiliyoona £2 kan dabalan taaha.

Noorgaard Arsenaal keessatti uffannaa lakkoofsa 16 kan uffatu taaha.



♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍5
Arsenal jijjiirraa Noonii Maaduweekeef bonus dabalatee paawundii miliyoona 50 ol kaffaluuf waliigalan. Akkuma duraan ibsamee ture Maaduweekeen kontiraata waggaa 5 hanga bara 2030tti kilabicha keessa isa tursu kan mallatteessu ta'a.

Fabrizio Romano
@Gadaaisport
@Gadaaisport
7
Official: Tootenhaam Mohammed kudusin Weesthaam irraa mallatteessifatee jira. Lakkoofsi 20 kennameefii jira.

@Gadaaisport
@Gadaaisport
13
Arsenaal Viktor Yokresh mallatteessisuuf waliigaltee xumuruuf dhihaateera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport  
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍124👎4😁1
Here we go soon


♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
12😁2
👍Guyookireesh to Arsena HERE WE GO !

Fabarizio Romano

@Gadaaisport
@Gadaaisport
👍51
Goooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooool
Paaaaaaaaaaalmeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeer
Tapha xummura geeba kilaboota adunyaa.

24'
Cheelsii 1-0 PSG
⚽️K. Paalmeer 22'

🔥🔥🔥


♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
2
COLD PALMER'S CELEBRATION! 🥶

@Gadaaisport
@Gadaaisport
Gooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooool
Gadaa Isportii®
Gooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooool
Paaaaaaaaaaaaaaaalmeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeer
Maal ijoo kun🔥🔥🔥🔥
PSG bitaa itti gale dubbiin
Gadaa Isportii®
COLD PALMER'S CELEBRATION! 🥶 @Gadaaisport @Gadaaisport
Tapha xummura geeba kilaboota adunyaa.

32'
Cheelsii 2-0 PSG
⚽️K. Paalmeer 22' 30'

🔥🔥🔥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport  
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
2👍1
Arsenaal Viktoor Yokeresh fudhachuuf waliigalteerra gaheera.

Arsenaal Walumaagalatti kaffaltii Yuroo miliyoona 73.5(63.5+10)nin waliigalteerra kan gahe yoo ta'u, bakka bu'aan taphatichaa kaffaltii isaa hir'isuun gareen lamaan kun akka waliigalan taasiiseera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
5
Goooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooo
Jowaaaaaaaaaaaaaaaa Peeeeeeeedrooooooooooo
🔥1
2025/07/14 21:55:48
Back to Top
HTML Embed Code: