DAMBALII ISPOORTII! 🙏

🚫Ganama kanaan oduu jijjiirraa taphatootaa ho'aatu dhaga'amaa jira. 🔥🔥

Marree channel kanaa gadii join gochuun 24/7 odeeffanno ispoorti akkasumas jijjiirraa taphatoota saffisaan argachuu dandeessuu!!👇👇

Join➪ @Dambalii_Ispoortii
Join➪ @Dambalii_Ispoortii
Abbootiin qabeenyaa naapoli Darwin Nunezi fi Sancho yoo mallatteesifatan hiriiri isaani kana ta'a

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Hugo Ekteke fi Baarseloonaa!

➺ Baarseloonaan taphataa cimaa Eintracht Frankfurt Hugo Ektekef fedhii agarsiiseera!

➺ Baarseloonaan ija isaa taphaticha irratti qabaatus, jijjiirraa ganna kanaa irratti taphataa cinaa mallatteessisuuf dursa ni kenna

➺ Taphataan kun jijjiirraa ganna kanaan gara kilabii biraatti ni jijjiirama


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Liyaam Deelaap tapha eda galgalaan goolii isaa jalqabaa Cheelsiif lakkoofsiseera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Keepa Arrizabalagaan gara Arsenaalitti

HERE WE GO

[Fabrizio Romano]
🎖️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Luka Modrich gara Ac Milan!

HERE WE GO!

[Fabrizio Romano]


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Forwarded from FFG Promotion
🔥 Namoota channel keessan members 5k ol qabu qofaaf

✔️ Wave haaraa 5k oliif qofaatti qopheesseen jira

📣 Namoonni channel keessan itti dabalachuu barbaaddan ammuma naaf barreessaa

Inbox 💬 ➡️ @ffg_promoter
➡️ @ffg_promoter
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from .
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂

Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Noorgaard gara Arsenaal

HERE WE GO

Madda:Fabrizio Romano]
Taphoota geeba kilaboota Adunyaa har'a taphatamu.

04፡00 🔰 Juveentus  Maan Siitii waliin
04:00 🔰 Wayda Kazablanka Al Ayin waliin
10፡00 🔰 Salizbarg Riyaal Maadriid waliin (Halkan)
10፡00 🔰 Al Hilaal Pachukaa waliin (Halkan)


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Taphoota marsaa 16 wancaa kilaboota adunyaa hanga ammaa adda bahan.

👉Paalmeeraas Botafagoo waliin
👉PSG Inter Miyaamii waliin
👉Benefikaa Cheelsii waliin
👉Flamengo Baayer Muunik
👉Inter Milaan Filumininse waliin
👉Dortumaand Montererey waliin

Taphoonni hafan laman har'a adda ni bahu.


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Livarpuul leenjisaa umurii 50 fi lammii Weels Roob Peej leenjisaa isaanii garee umurii 21 gadii gochuun qacaraniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Oduu jijjiirraa taphatoota hedduutu jira....🔥🔥

Marree channel kanaa gadii join gochuun odeeffanno ispoorti akkasumas jijjiirraa taphatoota saffisaan argachuu dandeessa....👇👇

Join➪ @Dambalii_Ispoortii
Join➪ @Dambalii_Ispoortii
Official

➡️Gareen kubbaa miillaa oromiyaa korniyaa lamaanin Tapha guutu itiyoopiyaa marsaa 6ffaa magaala jimmaatti taasifame irratti ga'umsa ajaa'iban shaampiyooni ta'aaniru!!

Baga gammaddan! Baga gammadne!


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🚨OFFICIAL

Milos Kerkez Koontiraata hanga 2030tti Liivarpuul keessa isa tursiisu mallatteessuun isaa ifoomee jira!


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Maanchistar Siitiin seenaa isaa keessatti yeroo tokko qofa Juuveentus injifate.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Hiriira Kilabii lamaanii

04:00tti | Juuveentuus fi Maanchistar Siitii


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Taphataan sarara gidduu dhalootaan Laamiyaa Juuwaan Gonzaalez sababa dhibee onneetiin umurii waggaa 23tti kubbaa miilaa irraa soorama ba'e.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Gadaaisport

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Forwarded from Filee & imaaj
🎥Filmii straw haarawa June 6 bara 2025 hojjatame

Filmiin Kun USA itti hojjatame filmii addunyaa guutuu boochise jedhanii dubbachaa jiru mee isiniis afaan oromootiin ilaalaa

Ilaaluuf iddo join jedhu tuqaa
2025/06/27 04:38:40
Back to Top
HTML Embed Code: