Ramaddiin barattoota kutaa 12ffaa kan Naannoo Oromiyaa Dhaabbata barnoota ol-aanoo isaan itti qorumsa fudhatan guutun isaa suuraa armaan olii irraa argachuu dandeettu.
@Gadaapost
@Gadaapost
@Gadaapost
@Gadaapost
Weellisaa Maandiingoo Afawarq Addunyaa kanarraa du’aan boqochuu ibsame.
Weellisichi dhibee irra bubbuleen addunyaa kanarraa du’aan boqochuu DhPI gabaaseera.

Gadaa Post
Photo
Waa'ee haleellaa Horroo Guduruu jiraattonni maal jedhu?
Haleellaa hidhattoonni Godina Horro Guduruu Wallaaggaa aanaalee Jaardagaa Jaartee fi Amuruu keessatti raawwataniin lubbuu namootaafi qabeenyarra miidhaan gahuu jiraattonni BBC'n dubbise himan.
Jiraataa aanaa Amuruu, ganda Goobuu Sirbaa haala keessa jiran yoo ibsu aanaa Amuruu keessa '‘gandi nagaa qaba jennuu hin jiru,’’ jedha.
Komishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaarraa BBCn kan dubbise Imaad Abdulfataah, dhimma Godina Horro Guduruu Wallaggaa kana hordofaa akka jiraniifi ajjeechaan hidhattootaan naannoo sanatti raawwatamus yeroodhaa gara yerootti dabalaafi yaachiisaa ta'aa dhufuu himan.
Itti dabalunis aanaa Amuruutti namoonni baayyeen ajjeefamuu, qe'eefi qabeenya isaanii irraa buqqaafamuu akkasumas haaluma walfakkaatuun Horroo Bulluqii fi Jaardagaa Jaarteettis yakki walfakkaatu raawwatamuu quba akka qaban BBCtti himan.
Jiraataan Aanaa Amuruu irraa BBCn dubbise tokko, haleellaa hidhattoonni raawwataniin, ''namoonni 50 madaa’uu, 20 lubbuun darbuu akkasumas manneen barnootaa gubachuu, buufataaleen fayyaa caccabuu beeka,'' jedha.
''Nuti amma baqannee jirra. Aanaa irraa gadi nu arii’anii bosona keessa jirra,'' jechuun haala keessatti argaman ibsan.
Akka jiraataan kuni jedhutti, haleellaan kan raawwate ''humnoota Amaaraa Faannoo jedhamaniin yoo ta'u kan nurratti qindeesse immoo namoota warra aanaati,'' jechuun himata.
Jiraataan kun kana haa jedhan malee, mootummaan Federaalaa dhuma torbee darbee ibsa dhimma kanarratti baaseen hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO), kan ABO Shane jechuun waamuun, aanaa Jaardagaa Jaartee keessatti milishootaa fi uummata nagaarratti ajjeechaa raawwatan jechuun himate ture.
Jiraataan BBC'n dubbise kun garuu WBOn ganda Goobuu Sirbaa keessa akka hin jirre kaasuun, ''uummanni waanuma qabuun, eeboodhaan fa’i ofirraa ittisaa ture,'' jechuun ibsa.
Ammaan tanas Aanaa Amuruu keessa gandi Irgatee jedhamtu warra Faannootu, ''guutummaan guutuutti qabatee jiras,'' jedha.
Madda #BBC

Balaa konkolaataan lubbuun namoota 15 darbe
Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada'aa Bargaatti balaa konkolaataa guyyaa har'aa sa'aatti 6:30tti muudateen lubbuun namoota 15 darbuu Waajjira Poolisii Aanaa Ada'aa Bargaa beeksise.
Waajjirichatti Qindeessaan Nageenya Tiraafikaa Itti Aanaa Saajin Adaanaa Disaasaa akka ibsanitti konkolaataa deddeebisa uummataa Magaalaa Incinnii irraa uummata fe'ee gara Aanaa Meettaa Roobii magaalaa Shinootti imaalaa ture Aanaa Ada'aa Bargaa ganda Bishaan Diimootti konkolaataa fe'isaa walharkisuun walitti bu'uun lubbuun namoota 15 darbeera.
Balaa kanaan namoota 30 irra miidhaa cimaa fi namoota 2 irra ammoo miidhaan salphaan gaheera.
(Kominikeeshinii Aanaa Ada’aa Bargaa)

Guyyaa Boruu, Fulbaana 21, 2015, Ayyaana Ireechaa Hora Finfinnee bara 2015, kan magaalaa Finfinneetti kabajamun hordofee, warri halkan sa'aatii 11:00 irraa eegalee ayyaanicha kabajuuf dhuftan:
- Baasii Anbassaa
- Baasii shaggar
- Baasii deeggarsa kennu
- Otobisii tajaajila ummataas argachu akka dandeessan wajjirri geejjibaa Magaalaa Finfinnee beeksise.
Akka waajjirri kun jedhetti:
👉 Addabaabayii Abakiroos irraa,
👉 Addabaabayii Ayyaat irraa,
👉 Addabaabayii Tuludimtuu irraa,
👉 Addabaabayii Goroo, .
Gabaa haaraa
👉 Gabaa haaraa .
👉 Saansuusii irraa, .
👉 Addabaabayii Ayyar Xeenaa irraa
👉 Jamoo irraa tajaajila geejjibaa argachuun ni danda'ama.

✅Irreechi Hora Finfinnee baranaa haala ho'aadhaan Finfinnee Doloolloo Buddeenaatti kabajamaa jira.
Hirmaattonni ayyaanichaa uffannaafi faayaawwan aadaatiin bareedanii marga jiidhaafi habaaboo harkatti qabatanii ganama barii sa'aatii 9:00 irraa eegalanii kallattiilee hundaan gara iddoo sirni Irreechaa itti adeemsifamutti imalaa jiru.
Yeroo ammaa hundumtuu bakka sirni Irreechaa itti adeemsifamu ga'ee Abbootii Gadaa sirna irreeffannaa eebbaan jalqabsiisan eegaa jiru. (EPA)

"Ayyaannichi nagahaan xumurame."
Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee,"Hora Finfinnee " ayyaanni Ireechaa akkaataa aadaa fi sirna isaatiin nagaan akka xumurame ibsameera.