Forwarded from Josy Quality Button
CHANNALII ERGAA JABAA QABATEE DHUFE KANA NAMNI HUNDUU #JOIN GODHACHUUN IRRAA FAYYADAMOOTA TA'AA.

WAANTOTA AKKAMII BARBAADDU? FILADHAA ITTI FAYYADAMAA๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi.
๐Ÿคœ๐Ÿค›๐Ÿ‘‡๐Ÿคœ๐Ÿค›
Forwarded from Josy Quality Button
CHANNALII ERGAA JABAA QABATEE DHUFE KANA NAMNI HUNDUU #JOIN GODHACHUUN IRRAA FAYYADAMOOTA TA'AA.

WAANTOTA AKKAMII BARBAADDU? FILADHAA ITTI FAYYADAMAA๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
"GOD IS DEAD (Friedrich nietzsche)
========================

Waaqi du'e hin jennee?

Akkamitti? Waaqi akkamiin du'a?

Tole waaqi waan haqaatiimii?(absolute reality)

Eeyyeen waan haqaati.
Haqi kan eenyuti? Kan uumaati. kan uumamaati.
Haqi namaahoo?
Haqi namaa maali?

Haqi namaa namakaa. Wal faana bahanii galuu, wal faana yaasanii obaasuu, wal faana qotanii galchuu, wal faana godhanii dhalchuu.

Nami eebba qaba eebbifatee baha. Safuu safaqa qaba. Dhawaa dhibaayyuu qaba. Ceera fookkoo qaba. Hin hatu. Hin sobu. Dhugaa hin dabsu. Hin cabsu. Guddaa ulfeessaa. Xinnaa goobsa.guddisa. Amantii qaba. Waaqa amana. Waan haqaa amana. Walii isaa amana.

Haatif Abbaan ilmoo, ollaaf ollaan lilmootti wal amana. Wal eega. uumama eega. Hin ajjeesu. Ajjeesnan gumaa qaba. Gumaa waaqaa, kan namaa, kan uumamaa baasa.

Kanatu waan haqaati. Kanatu waaqa. Waan waliin ulfeessinetu waaqa. Waan waliin woyyoomsinetu woyyuudha. Waaqi woyyuu, haati woyyuu, abbaan woyyuu, ardaan jilaa wooyyuu, liiban dirree,mee'ee bookoo, tulluu cuqqaalaa wooyyu. Ulfoodha. Ulfina. Sanatu waa haqaati. Sanatu waaqa. Dhugaa walii keenyatu haqa. Dhugaa walii keenyatu waaqa.

Yoo waliin dhugaa dhabne, yoo wal amantii dhabne, yoo waliin bultii wallaalle,  polisiin hattuu ta'e, qaalluun sobduu taate, ulfoon balfa taate. Yoona haqa dhabne. Yoona waaqa dhabne. Yoonaa dhugaa du'e. Yoona waaqi du'ee hoodhu."

Adi Haile Regassa tiin
@GolaOgbarruu!
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan
     ๐Ÿ‘‡  Na Quunnami
๐Ÿ‘‰ @BrakeIt
๐Ÿ‘‰ @BrakeIt
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi.
๐Ÿคœ๐Ÿค›๐Ÿ‘‡๐Ÿคœ๐Ÿค›
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Josy Quality Button
CHANNALII ERGAA JABAA QABATEE DHUFE KANA NAMNI HUNDUU #JOIN GODHACHUUN IRRAA FAYYADAMOOTA TA'AA.

WAANTOTA AKKAMII BARBAADDU? FILADHAA ITTI FAYYADAMAA๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi.
๐Ÿคœ๐Ÿค›๐Ÿ‘‡๐Ÿคœ๐Ÿค›
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan
     ๐Ÿ‘‡  Na Quunnami
๐Ÿ‘‰ @BrakeIt
๐Ÿ‘‰ @BrakeIt
2024/05/15 11:54:21
Back to Top
HTML Embed Code: