๐Ÿ˜€ODUU GAMMACHISAA BARAATOOTTAF
#1Schoollifearts
โžฎChannaliin Kun Baraattootaa Dandeetti Garaa Garaa Qabdaanif
#dandeetti
โžฎSuraa kasuu(photographer)
โžฎBaccoo Garaa Garaa
โžฎSenaa
โžฎAfoolaa Garaa Garaa
โžฎWalaaloo

Baraattooni Dandeettiwaan Armaan Olii Qabdaanifi Namoonni Wantoota Kanaatti Bohaartan Channalii Kannati Dabaalama Isiinin Jenna.
#Baraacha #Barsisaa #Dandeetti ofii Guddifachaa Waliin Bohaara
#1School Life Arts

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
sign up to get a 10 US Dollar newcomer bonus! I made more than 200 US Dollars by watching the video here, so you can try it. https://ha9-video.xyz/3076018967131881/
Baga gammaddan warreen kaardii moobaayilaa bifa salphaa ta'een hojjechuu barbaaddan martuu bootiin armaan gadii kun ni kaffala
Akkuma beekkamu bootiiwwan feekii ta'an hedduun ni jiru haa ta'u malee garuu bootii kanaa gadii kana ani ofii kiyyaa bira gahee dhugumaan akka kaffalu mirkaneesseetiin jira kanaafiyyuu hundi keessanuu itti fayyadamoo ta'aa
Liinkiin bootichaa kunooti ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://www.tg-me.com/HaHu_Inviting_Bot?start=ODQyO
แ‰ แŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แŠญแˆแˆ แ‰ แˆ†แˆฎ แŒ‰แ‹ตแˆฉ แ‹žแŠ• 39 แ‹จแŒแ‹ดแˆซแˆ แ–แˆŠแˆต แŠ แ‰ฃแˆ‹แ‰ตแŠ“ 3 แŠ•แŒนแˆแŠ• แ‹œแŒŽแ‰ฝ แ‰ แ‹แŠ– แ‰ณแŒฃแ‰‚แ‹Žแ‰ฝ แˆ˜แŒˆแ‹ฐแˆ‹แ‰ธแ‹แŠ• แ‹จแŠ แŠซแ‰ฃแ‰ขแ‹ แŠแ‹‹แˆชแ‹Žแ‰ฝ แŒˆแˆˆแŒน

- แŠจแ‰ฐแŒˆแ‹ฐแˆ‰แ‰ต แˆ˜แŠซแŠจแˆ แ‹จแŠ แˆ™แˆฉ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แŠ แˆ แŠ แ‰ถ แŒ‰แ‰ฃแŠค แ‹ฐแ‰ปแˆณ แŠฆแˆ‹แŠ“ แ‹ญแŒˆแŠ™แ‰ แ‰ณแˆ

แŠ แˆแ‰ฃ แ‹ฒแŒ‚แ‰ณแˆแค แˆแˆ™แˆต แˆšแ‹ซแ‹แ‹ซ 6แฃ 2014 โ€• แ‰ แŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แŠญแˆแˆ แˆ†แˆฎแŒ‰แ‹ตแˆฉ แ‹žแŠ• แŠ แˆ™แˆฉ แ‹ˆแˆจแ‹ณ 39 แ‹จแŒแ‹ดแˆซแˆ แ–แˆŠแˆต แŠ แ‰ฃแˆ‹แ‰ตแŠ“ 3 แŠ•แŒนแˆแŠ• แ‹œแŒŽแ‰ฝ แ‰ แ‹แŠ– แ‰ณแŒฃแ‰‚แ‹Žแ‰ฝ แˆ˜แŒˆแ‹ฐแˆ‹แ‰ธแ‹แŠ• แ‹จแŠ แŠซแ‰ฃแ‰ขแ‹ แŠแ‹‹แˆชแ‹Žแ‰ฝ แˆˆแŠ แˆแ‰ฃ แ‹ฒแŒ‚แ‰ณแˆ แ‰ฐแŠ“แŒแˆจแ‹‹แˆแกแก

แ‰ แŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แŠฅแŠ“ แŠ แˆ›แˆซ แŠญแˆแˆ แ‹ตแŠ•แ‰ แˆญ แŠ แŠซแ‰ฃแ‰ข แ‹จแˆšแŒˆแŠ™แ‰ต แŠฅแŠแ‹šแˆ แŠแ‹‹แˆชแ‹Žแ‰ฝ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแˆ‰แ‰ต แŠจแˆ†แŠแฃ แ‰ แŠ แŠซแ‰ฃแ‰ขแ‹ แˆˆ39 แ‹จแŒแ‹ดแˆซแˆ แ–แˆŠแˆต แŠ แ‰ฃแˆ‹แ‰ต แŒแ‹ตแ‹ซ แˆ‹แˆตแŠจแ‰ฐแˆˆแ‹ แŠญแˆตแ‰ฐแ‰ต แˆ˜แŠแˆป แ‹จแˆ†แŠแ‹ แŠฅแˆ‘แ‹ต แˆšแ‹ซแ‹แ‹ซ 2แฃ 2013 แŒจแ‹ฐแ‰ฒ แ‰ แˆšแ‰ฃแˆ แˆฅแแˆซ แŠ แŠ•แ‹ต แŠ แ‹›แ‹แŠ•แ‰ต แŠฅแŠ“ แ‹จแŠ แ‹•แˆแˆฎ แˆ•แˆ˜แˆ แ‹ซแˆˆแ‰ฃแ‰ต แˆดแ‰ต แ‰ แ‹แŠ– แˆ˜แŒˆแ‹ฐแˆ‹แ‰ธแ‹ แŠแ‹แกแก

แ‹แˆญแ‹แˆฉแŠ• แ‹ซแŠ•แ‰ฅแ‰ก https://ambadigital.net/2022/12623/

แŽแ‰ถแก แ‰ แŒฅแ‰ƒแ‰ฑ แ‹จแ‰ฐแŒˆแ‹ฐแˆ‰แ‰ต แ‹จแŠ แˆ™แˆฉ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แŠ แˆ แŠ แ‰ถ แŒ‰แ‰ฃแŠค แ‹ฐแ‰ปแˆณ แŠฆแˆ‹แŠ“


JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@GoldenOromia


.
OLF-OLA policy brief!

Dispelling some myths!
๐ŸŸฅ๐ŸŸฉ๐ŸŸฅ โœ‹
join || @GoldenOromia
Dr Tedros Adhanom Ghebreyesus questioned whether โ€œthe world really gives equal attention to Black and white livesโ€ given that ongoing emergencies in Ethiopia, Yemen, Afghanistan and Syria had garnered only a โ€œfractionโ€ of the concern for Ukraine.

Last month Tedros said there was โ€œnowhere on Earth where the health of millions of people is more under threatโ€ than Ethiopiaโ€™s Tigray region.

Since a truce was declared in Tigray three weeks ago, about 2,000 trucks should have been able to bring food, medicines and other essentials to the conflict-ridden area, he said during a virtual press briefing from Geneva on Wednesday. Instead, only about 20 trucks had arrived, he said.
https://www.theguardian.com/world/2022/apr/13/who-chief-tedros-ukraine-ethiopia-tigray





JOIN AND SHARE

@Goldenoromia
@Goldenoromia



.
Baga guyyaa yaadannoo Gootota Oromoo geessan!
Ebla 15

Join and Share

@goldnoromia
@goldenoromia
แ‹จแŠ แ‰ฅแ‹ญ_แŠ แˆ…แˆ˜แ‹ต_แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต_แ‰ แŠฆแˆฎแˆž_แˆ…แ‹แ‰ฅ_แˆ‹แ‹ญ_แ‹จแˆšแ‹ซแŠซแˆ„แ‹ฐแ‹แŠ•_แˆแˆ‰_แŠ แ‰€แ_แŒฆแˆญแŠแ‰ต_แ‰ แ‰ฐแˆ˜แˆˆแŠจแ‰ฐ.pdf
156.4 KB
I am sharing 'แ‹จแŠ แ‰ฅแ‹ญ แŠ แˆ…แˆ˜แ‹ต แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แ‰ แŠฆแˆฎแˆž แˆ…แ‹แ‰ฅ แˆ‹แ‹ญ แ‹จแˆšแ‹ซแŠซแˆ„แ‹ฐแ‹แŠ• แˆแˆ‰ แŠ แ‰€แ แŒฆแˆญแŠแ‰ต แ‰ แ‰ฐแˆ˜แˆˆแŠจแ‰ฐ' with you
Yoo dandeesse Oromoota maraan gahi!
Yoo dadhabde Oromoota 20f dabarsi.
Yoo baay'ee dadhabde Oromoota 10f ergii dirqama Oromummaa kee bahi!
=================================
Barri isaa Ebla 15/1980. Guyyaan kun guyyaa addaati. Guyyaa Oromoota ardii iraatti hafaniif ergaa guddaa dabarseedha. Ilmaan Oromoo tokko ta'anii bahaanii tokko ta'anii waliin wareegaman. Kaayyoo takkaan bool'a takkatti awwaalaman. Kaayyoo bahaniif dhiisaanii cinaatti hin gorre. Galma tokkoof bahanii, galma bahaniif dhiisanii wal hin ganne. Hangafoota qabsoo keenya!
"Wollaahi! Billahi! Oromoo jennee baanee, Somaalee taanee hin gallu." Jecha Gooticha H/Abdullaahi Ganamooti. Ilmaan Oromoo qabsoo yeroo gaggeessaa turanitti meeshaa waraanaa barbaaduuf gara gammoojjii Somaaliyaa deeman. Imala isaanii keessatti waraana mootummaa Somaaliyaa Ziyaad Barreetiin marfaman. Waraanni mootummaa Ziyaad Barree namoota kana amantiin qoodee ajjeesuuf murteesse. Muslimoota dhiisee, namoota muslima hin taane ajjeesuuf karoorfate. Akkas jedhanii isaan gaafatan, "Muslimoonni kiristaanoota irraa adda bahaa, Muslimoota kan ta'an hin ajjeesnu" jedhaniin. Ilmaan Oromoo kunniinis " Oromoo jennee baanee, Somaalee taanee hin gallu" jedhanii addaan bahuu didan. Obboloonni muslimaas "obboloota keenya waliin baane irraa adda hin baanu waliin nu ajjeesaa" jedhanii didan. Kun Oromootaaf ergaa guddaadha. Gootonni yeroo sana wareegamaniis:
1. Magarsaa Barii Hogganaa ABO yeroo sanaa
2.Gadaa Gammadaa Itti aanaa Hogganaa
3.Muhee Abdoo
4.Abboomaa Mitikkuu
5.Yiggazuu Bantii
6.Falmataa(Caccabsaa)
7.Faafam Dooyyoo
8.Irra aanaa Qacalee
9.Marii Galaan
10.Dhaddachoo Boruu
11.Dhaddachoo Mul'ataa
Eegaa yaa obboloota! Guyyaan Ebla 15 kun baroota darban keessa Oromoon ifatti kabajee hin beeku. Guyyichi guyyaa beekamaa fi kabajamaa ta'uyyuu sababa mootummaan wayyaanee ilmaan keenyaa hidhaa fi gidirsaa tureef ifatti kabajuun ulfaataa ture. Eegaa bara kana ifattii fi bifa adda ta'een kabajuu barbaachisa. Guyyaa ilmaan Oromoo diinni amantiin qoodee ajjeesuuf murteesse, isaan adda bahuu didanii bol'a tokkotti dhuman yaadachuu qabna.
Guyyicha sagantaa addaa fi haala adda ta'een kabajaa. T-Shirt fi Poostarii adda addaa hojjisiisun kabajaa. Shaamaa yaadannoo ibsuun tokkummaa keessaniin kabajaa. Tokkummaa isaan nu barsiisaniin waliif oo'a. Oromummaa hiddaa dhiigaatiin wal qabate sanaan diina garaa raasaa!! Gootonni keenya Gammoojjii Somaaliyaa keessatti wareegaman waliirratti du'uu nu barsiisaan. Baraan isasn yaadannee Ebla 15 bifa hoo'aadhaan has kabajnu. Iddoo jirtanitti waliitti gurmaa'ati kabajaa!!
==========================
Hin irraanfatiinaa!
Hub:- si wajjiin kabajuun fedhii koo isa guddaadha


@Goldenoromia
@Goldenoromia
https://fias777.vip/#/pages/register?invite_code=O285xzjw&t=1651414041705

Fias
karaa salphaadhaan qarshii hojjachuuf fias website jedhamuun ammuma join gootanii hojii eegaluu dandeessu. Liinkii kanaa ol jiru kanaan eegaluu dandeessu
๐ŸŽฏBaratoota haaraa gara dhaabbilee olaanaa ramadamuun guyyaa waamicha eegdan maraaf.
Fuula Facebook sirrii dhabbilee kana akka itti aanutti isiniif qopheessine jira.

Odeeffannoo Sobaa irra of eega

๐Ÿ‘‰ Yunvarsitii Dirree Dawaa https://m.facebook.com/DDUniv/

๐Ÿ‘‰ Yunivarsitii Hawaasa https://m.facebook.com/Hawassa.University/

๐Ÿ‘‰ University Finfinnee https://m.facebook.com/Addis-Ababa-University-496255483792611/

๐Ÿ‘‰ Yunversitii Gondar https://m.facebook.com/TheUniversityofGondar/

๐Ÿ‘‰ Yunvarsitii Bahaar Daar https://m.facebook.com/bduethiopia/?ref=page_internal&mt_nav=0

๐Ÿ‘‰ Yunivarsitii Arbaminc https://m.facebook.com/ArbaMinchUniversityCCD/?_se_imp=0ueaW0ZojpEObV9zR

๐Ÿ‘‰ Yunivarsitii Haramaayaa https://m.facebook.com/HRMUNIV/

๐Ÿ‘‰ Yunversitii Jimmaa https://m.facebook.com/JimmaUniv/

๐Ÿ‘‰Yunivarsitii Arsii https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=357578986410375&id=100064748293256

๐Ÿ‘‰ Yunvarsitii Walaayittaa Sooddoo
แฆhttps://m.facebook.com/pages/category/Education-website/Wolaita-Sodo-University-246568056057804/

๐Ÿ‘‰ Yunversitii Wachaamoo https://m.facebook.com/WachemoUniversity2008/

๐Ÿ‘‰ Yunivarsitii Gambeellaa https://www.facebook.com/265529850297666/posts/1845133279003974/?app=fbl

๐Ÿ‘‰ Yunvarsitii Madda Walaabuu https://www.facebook.com/141864125910414/posts/4794315817331865/?app=fbl

๐Ÿ‘‰ Yunversitii Wallaggaa https://m.facebook.com/pages/category/Education-website/Wollega-University-Corporate-Communications-2319182621440303/

๐Ÿ‘‰ Yunvarsitii Asoosaa https://www.facebook.com/234983083247967/posts/5141798579233035/?app=fbl

๐Ÿ‘‰ Yunversitii Waraabe https://www.facebook.com/2181225212102194/posts/3109977289226977/?app=fbl

๐Ÿ‘‰ Yunvarsitii Booranaa https://m.facebook.com/BoranaUniversityBRU/

๐Ÿ‘‰ Yunvarsitii Qabriidaar https://m.facebook.com/pages/category/Education/Kebri-Dehar-University-306587496533329/

๐Ÿ‘‰ Yunversitii Jinkaa https://m.facebook.com/pages/category/Education/Jinka-University-178538809733160/

๐Ÿ‘‰ Yunivarsitii Dabre Birhaan https://www.facebook.com/547073878695780/posts/5065885566814566/?app=fbl

๐Ÿ‘‰ Yunivarsitii Debre Markoos https://www.facebook.com/1879460055640998/posts/3057857987801193/?app=fbl

๐Ÿ‘‰ Yunvarsitii Waldiyaa https://m.facebook.com/WoldiaUniversity/

๐Ÿ‘‰ Yunversitii Walloo https://m.facebook.com/WolloUniversity111/

๐Ÿ‘‰Yunversitii Dambi Dolloo https://www.facebook.com/1301588393256101/posts/5145148712233364/?app=fbl

๐Ÿ‘‰ Yunversitii Odaa Bultum https://m.facebook.com/OBUEthiopia/

๐Ÿ‘‰ Yunversitii Amboo https://m.facebook.com/AmboUniversityofficial/

๐Ÿ‘‰Yunversitii Mizaan Teepii https://m.facebook.com/Mizan-Tepi-University-MTU-362390684253048/

๐Ÿ‘‰ Yunivarsitii Jijjigaa https://www.facebook.com/614590095253065/posts/5432186613493365/?app=fbl

๐Ÿ‘‰ Yunversitii Walqixxee https://www.facebook.com/979926502053136/posts/5129611493751262/?app=fbl

๐Ÿ‘‰ Yunversitii Samaraa https://www.facebook.com/336146983089022/posts/5029908297046177/?app=fbl

๐Ÿ‘‰Kotobee https://www.facebook.com/792405150779154/posts/5397052686981021/?app=fbl

๐Ÿ‘‰ Yunivarsitii Bulee Horaa https://www.facebook.com/100064618752509/posts/386404006856888/?app=fbl

๐Ÿ‘‰ Yunversitii Mattuu https://www.facebook.com/330316734055129/posts/1468350973585027/?app=fbl

๐Ÿ‘‰ Yunversitii Maqdallaa Ambaa https://m.facebook.com/Mekdela.Amba.University/

๐Ÿ‘‰ Yunversitii Sayinsii fi Teknolojii Adaamaa https://m.facebook.com/adamaastu/

๐Ÿ‘‰Yunvarsitii Saayinsii fi Teknolojii Finfinnee https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=304804401829357&id=100068993984600

@goldenoromia
@goldenoromia
Hi, it's me @LoliBon24, Help me win Awaqi's Challenge by voting for me on @GodanaChallenge

P.s Don't forget to follow Awaqi's main Channel on @awaqiethiopia
D1๐Ÿ‘‰01/12/2015

โœ๏ธ #WAAQAYYOO_SI_JAALLATA:

๐Ÿ“– โ€œNuyi Waaqayyoon hin jaallanne; inni garuu nu jaallate, ilma isaas cubbuu keenyaaf furee haa ta'uuf nuuf erge. Jaalala jechuun isa kana.โ€
  โ€” 1Yoh. 4:10

โœ๏ธ Namni kan si jaallatu haala kee, jireenya kee, bareedina kee, qabeenya kee fi wantoota gaggaarii sirraa mullatan ilaalee si jaallata; waaqayyo garuu utuuma ati cubbamaa taatee jirtuu akkasumatti haal-duree tokko malee karaa ilma isaa Yesus Kristos jaalala bara baraa si jaallateera.

โค๏ธ Jaalala bara baraa si jaallachuu isaa kanas immoo kan inni ittiin mullise ilma tokkicha qabu utuu hin mararsiifatin dabarsee siif kennuu isaatiini.

๐Ÿ‘‰ Yesus Kristos ilmi tokkichi kunis immoo sababii cubbuu keetiif dhiphatee, muddama kee hundumaa baatee, balleessaa keef waraanamee, sababii yakka keetif reebamee caccabsamee, fayyina kee hundumaa siif xumure.

๐Ÿซฐ Waaqayyo hamma kana si jaallachuun isaa, Yesus Kristos fayyina kee hundumaa siif xumuruun isaa jireenya keetiif kaayyoon dinqisiisaa tokko jiraachuu isaa mullisa. Kaayyoon dinqisiisaa kunis boqonnaa fi jireenya bara baraa qabaattee; jireenya gammachuu fi jireenya qannoo tokko akka ati jiraattuudha.

๐Ÿซต Namni barruu kana dubbisaa jirtu dhuguma waaqayyo si jaallata, Yesus Kristos gatii cubbuu keef du'e, gatii yakka keef du'e; eeyyee innoo dhuguma dhuguma jaalala guddaa fi jaalala bara baraa si jaallata.

๐Ÿ‘Œ Atis immoo isa akkasumatti tola si jaallatee, hojii fayyina kee hundumaa siif xumure, Yesus Kristos kana dhugeeffattee isatti amanuutu sirraa eegama. Obbolee ko kottu gara boqonnaa; jireenya gatiin dhiigaa itti baafamee, siif garuu tola siif kenname kana keessaa hin dhabiin! kottu gara jireenyaa!
#Waaqayyo_si_jaallata

#Social_Media_for_Gospel๐Ÿ’ช
#Jesus_is_Lord!
#I_am_a_Witness!
#FOCUS_MINISTRY

Facebook:https://www.facebook.com/focusministry2
Telegram: https://t.mefocusministry2
YouTube: https://www.youtube.com/@https://focusministry.org/
E-mail [email protected]
Forwarded from Josy Quality Button
Kun https://www.youtube.com/@FOCUSFinfinnee-yp2jh Youtube #FOCUS_FINFINNEE haaraa banamedha. Bifa haaraan Youtube keenyaan hojii eegaluu waan barbaannuuf hundi keessan #SUBSCRIBE gochuun akka nu bira dhaabbattan jaalala waaqayyoon isin gaafanna.
Namoota beektan, hiriyoota keessan bakkee adda addaatti argaman #SUBSCRIBE goosisuun nu bira dhaabbadhaa.
#Waaqayyoo_gooftaan_isin_haa_eebbisu.
UNICEF U-Report ETHIOPIA
Are you a Youth age 15-35

(https://ethiopia.ureport.in/)

Do you want to be the voice for youth in Your community Join U-Report, Your voice matters.

Do you want to be informed Youth and informed Citizen on Youth Global Agenda including SDGs Join U-Report, for all up-to date and correct information.

Do you want to get skills that enables youth compete in the Local and Global Market Join U-Report.

Do you want to be engage on youth activities taking place Locally and Globally, Join U-Report.

Click the UNICEF Ethiopia U-Report Telegram link now to register.

https://www.tg-me.com/ureportethiopia_bot

https://www.tg-me.com/barata23
https://www.tg-me.com/barata23
2024/06/01 03:41:55
Back to Top
HTML Embed Code: