Telegram Web Link
Live stream scheduled for
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
۞- Keyfakum!. Qophiin hoo?.

✓. Gariin Obboleewwanii akkanatti printi godhameef. Isinhoo?

Galgala salaata Maghriibaa booda

https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream
SalasatAl-Usuul osaimi 1.pdf
2.1 MB
Salasat Al-Usuul Wa adillatuhaa

تحقيق شيخنا الشيخ العصيمي حفظه الله |
Live stream started
Ustaazni Darsii Jalqabaa karaarra waan jiraniif amma Darsii Usuul Salaasaa kan silaa ishaa'ii booda ture amma qaraaana.

https://www.tg-me.com/HadithOfficial/10465
Live stream scheduled for
HADIISA📚
Live stream scheduled for
Inshaallah darsii kitaaba itti aanu sa'aa 3:30 irraa eegalla
Live stream started
Seenaa baarakallaahu fiikum Daqiiqaa Muraasa booda eegalam. Dafaa obboleewwan keessan illee waamaa baarakallaahu fiikum

https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Live stream finished (55 minutes)
1. Maaliif Towhiida baranna?.
Deebii:- wanti towhiida barannuuf isaatu hundee hundeelee hundaati. Isaaf jecha rabbiin ﷻ ilmaan namaatii fii jinnii uumee,ergamtoota ergee,kitaaboota buusee,magaalaa jannataa fii ibiddaa dhaabbattee namoonnilleen muslimtootaa fii kuffaartoota jedhamanii addaan qoodaman. Ragaan jecha Rabbii ol tahee kan "
{ وَمَا خَلَقۡتُ ٱلۡجِنَّ وَٱلۡإِنسَ إِلَّا لِیَعۡبُدُونِ ]
akka ana qofa gabbaraniif jecha malee ilmaan namaatii fii jinnoota gonkumaa waan boraatiif hin uumne" kan jedhuudha.


2. Aqiidaa keenya eessa irraa fudhanna?.

Deebii:-« Aqiidaa teenya qur'aana,sunnaa fii waan salaftoonni keenya irra turan irraa fudhanna.»

3. Hundeeleen sadeen ilmaan namaa isii barachuun dirqamaa kan garbichi qabrii isaa keessatti irraa gaafatamuuf jiraatu maali?.

Deebiin:- Garbichi rabbii isaa,diin isaatii fii nabiyyii isaa Muhammad ﷺ beekuudha.
2025/07/04 04:06:43
Back to Top
HTML Embed Code: