Forwarded from ุจูุตูู
ูุฉ ุณููููููุฉ
โขโข ููุงููููุจู ููู ุฃุตููููู ุณููููู
ู ู
ููู ูููู ุขูููุฉ!
โโคถ ููุชุงุจ: ุฃุฑููู ูุฉ ุงูุญูุจู ู ูู ู ูููุงุจูุนู ุงูุดูุฑูุนู๐น
โโคถ ููุชุงุจ: ุฃุฑููู ูุฉ ุงูุญูุจู ู ูู ู ูููุงุจูุนู ุงูุดูุฑูุนู๐น
โ
*|[ Yaa Ummata biyya teenyaa Dhaamsa Sheikh Ahmad Shaakir Khana Fudhadhaa๐.
๐๐ *|[ Yaa Muslimtoota! Dhaamsa kiyya kana narraa fudhadhaa,yeroo hunda asara isaa arguuf teeysanii; Jaallattanu jibbitanu Dubartoota Hijaaba isaanii keessatti Deebisuu ,Daangaa Rabbii fii Rasuulli๏ทบ hayyameen alatti isii barsiisuu dhoorkitan malee; Milkaa'uun, Galma Yaaddan ga'uu fii Gad dhaabbatuun isiniif hin jirtu. niis hin kajeelamtu ]|*
๐๐. Sheikh Ahmad Shaakir [Rahimahullah].
๐ููู ุฉ ุงูุญู 57
๐๐ุชุบุฑูุฏุฉ ููุฑ ุนูู ุงูููุณ[ 12 ]
#NourTweet

HADIISA๐
Photo
Daa'iin muslihni barakeeffamaan isaa qalbiilee fii dalagaalee garbootaa keessatti iimaana eeguuf laffa'uu fii isa biyyaa fii gandoota keessatti nagaya buusuu fii tiksuuf laffa'uudha. Utubaalee gurguddaa lamaan kana hawaasa keessatti eeguun irra caalaa waan daa'iin muslihni isii tolchuuf irratti laffa'uu fii namoota illee irratti kakaasuun dirqamaati. Yoo iimaanni qalbiilee fii dalagaalee garbootaa keessa jiraachuu baate nagayni,quufaa fii fayyaan faayidaa hin qabu. akkasuma yoo nagayni biyya, naannoo fii gandoota keessa hin jiraannellee diinaa gaggeessuuf hedduu rakkoodha. Dhimmootni lamaan kun wal qabatoodha. Biyyaa fii hawaasa imaanaa fii towhiidni keessa hin jirre nagaya waaraa fii bareedaa walitti fufiinsa qabu keessa hin agartu. Inumaa wanti guddaan,ijoo fii hangafni nagaya nama dhunfaa,hawaasaa fii biyyaa fiduuf sababa ta'uu iimaana sirrii qabaachuu fii towhiida rabbii aalamaa eeggachuu namoita dhunfaa fii hawaasaati. Kana jala naa muri. Haguma iimaanni namoota dhunfaa fii hawaasaa wal caaluun nageenyaa keessaa fiii gubbaa namoota dhuunfaa,hawaasaa fii biyyaatilleen wal caala. jechi rabbii ๏ทป armaan gadii kun ragaa ijoo fii hangafa. ยปแฆ
{ ุงูููุฐูููู ุขู ููููุง ููููู ู ููููุจูุณููุง ุฅููู ูุงููููู ู ุจูุธูููู ู ุฃููููุฆููู ููููู ู ุงููุฃูู ููู ููููู ู ู ูููุชูุฏูููู }
[ุณููุฑูุฉู ุงูุฃูููุนูุงู ู: ูจูข
โ. Iimaanaa fii nageenya qalbiilee teenyaa,kan maatii keenyaa fii hawaasa keenyaa keessatti eeguu fii kunuunsuu irratti bololuutu nurra jiraata.ยปแฆ
Muharram 3,1446H

Gaaffii darsiin wal qabattuuf boot kana fayyadamaa
https://www.tg-me.com/KunAlabesira_bot
https://www.tg-me.com/KunAlabesira_bot
ุฃุจุดุฑูุง ูุง ุฃูู ููุงู
ุงูููู..
ูุงููู ู ุจุงููู ู ุชุงููู.. ุณุชูุฌุจุฑูู ุฌุจุฑุง ูููู ุจุนุธู ุฉ ุงููู ุฌู ูุนูุง..
ูุงููู ู ุจุงููู ู ุชุงููู.. ุณุชูุฌุจุฑูู ุฌุจุฑุง ูููู ุจุนุธู ุฉ ุงููู ุฌู ูุนูุง..
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ุณุชููู ูุชูุฉ ุตู
ุงุก ุจูู
ุงุก ุนู
ูุงุก ุ - ููุนูุงู
ุฉ ุตุงูุญ ุงูููุฒุงู
#ุงูุดูุฎ_ุตุงูุญ_ุจู_ููุฒุงู_ุงูููุฒุงู๐ธ๐ฆุญูุธู ุงููู
#ุงูุดูุฎ_ุตุงูุญ_ุจู_ููุฒุงู_ุงูููุฒุงู๐ธ๐ฆุญูุธู ุงููู