Telegram Web Link
Guyyaan jumu'aa guyyaa garbichi Rabbii isaatii wajjiin waadaa fii ahdii haaroomfatu,kan keessaa fii gubbaa isaa itti bareeffatu,kan haajaa isaa itti himachuuf jecha rabbii isaatii waliin maqoo bahuun waan jaalatuu kadhachaa nama jaalatuufiis kadhatuudha. Guyyaa jumu'aa keessan akka guyyoota biraa hin taasisinaa. Kheeyrii guyyichaa rabbiin ๏ทป isa keessa kaa'e of hin dabarsinaa.ยปแƒฆ

#ุชุบุฑูŠุฏ_ุงู„ุนุตูŠู…ูŠ

Muharram 9,1447H
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ยซ Towhiidaan maletti hayaatni gatii fii qiimaa hin qabuยปแƒฆ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Live stream started
Seenaa baarakallaahu fiikum yeroon geeyse
Live stream finished (54 minutes)
Salaata ishaa'ii booda sa'atii 2:40 irraa eegalee kitaaba usuul salaasa kan jalqabnu ta'a Insha Allah.

Yeroon argamaa baarakallaahu fiikum
Live stream started
Yeroon Usuulu salaasaa Darsii 2ffaa guyyaa 2ffaa g'aa jirtii seenaa baarakallaahu fiikum

Liinkii ittiin seenan
https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream
Live stream finished (59 minutes)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namni kaleessa Muharram 9 soommane har'aa fii borullee itti fufee soomuu danda'a.
Darsiin kitaaba itti aanuu sa'atii 3:20 irraa eegala inshaa allaah. Obboleewwan hedduun har'a soommanatti waan turaniif
2025/07/08 05:08:43
Back to Top
HTML Embed Code: