۞➻. Khaalid Ibn Al Waliid yeroo Mus'hafa Fuudhuu booyaati" Jihaadni Sirraa Nu Shaaghale " kan jedhu ture. Laali Mee uzrii inni Dhiheeffate bareedina. Atihoo Uzriin tee Maali??.
فاللهم لطفك!!!
فاللهم لطفك!!!
😢3
۞➻. Irra guddoon wanti Namni tokko kennamuu kan Rabbiin ﷻ ittiin isa khabajuu; Fitinaan heddummaachuu fii danbaliin Shubuhaa fii fedhii lubbuu akka Malee heddumminaan bubbisuu wajjiin Shari'aa Rabbii ﷻ irratti istiqaamaa qabaachuudha.
👍14😢4
Wanti ofirraa beektan sun harka ol fuutanii rabbii keessanitti waywaatuurraa isin hin dhoorkin. Rabbii keessan kadhadhaa. Wawallaahi inni isin kadhattan arjaa akkaan kennaa fii akkaan garboota isaatiif rahmta godhaadha.»ღ
👍10
۞- sa'atii xumuraa guyyaa jumu'aati.»
•Duaaii hin lakkisinaa.
•Wanti lubbuu keessan irraa beektan sun du'aa'ii heddummeeysuu irraa isin hin dhoorkin. Rabbiin ﷻ sheeyxaana isin caalaa irra badaa makhluuqaa ta'eefuu ni owwaatee!.»ღ
سفيان ابن عيينة -رحمه الله
❤12👍2
Yaa Qowmi! Sa'atiin xumura asrii guyyaa jumu'aa sun kinoo as garagalte. Ofii kee,haadhaa fii abbaa kee,obbolewwan kee,obboleettiiwwan kee,haadha manaa kee,firoota kee,hiriyyoota kee,jaalalleewwan kee,ilmaan keetii fii muslimtoota hundaaf Rabbii kee kadhachuu irraa bakhiilaa waakkataa hin ta'in. Du'aa'ii ati gooteefiin obboleessa keetirraa rabbiin rakkoo hiikee isa furee isa gammachiisuun haaja isaa isaaf baasuun si hin gammachiisuu?. Obboleessi kee waggaa meeqa dhukkubsatee siree dhukkubaatirra ciisu sababa du'aa'ii keetiitiin fayyee qulqullaa'ee gammadee kolfee alhamdulillaah jechuun rabbii isaatiif gala galchuun si hin gammachiisuu?. Allaaha Allaaha yaa ikhwataah ofii keenyaa fii obboleewwan keenyaaf du'aa'ii gochuu keessatti jajjabaachuu keessatti. Rabbiin ﷻ haajaa teenyaa fii kan obboleewwan keenyatillee nuuf haa baasu. Du'aa'ii teeysan isinirraa haa qeebalu. »ღ
Zul-Qa'dah 3,1446H
❤11👍3
Nama rabbiin ﷻ kadhaa isaa keessatti qalbii isaa walitti sassaabee walitti qabeef du'aa'iin isaa hin deebifamtu.»ღ
Yahya ibn Mu'aaz Rahimahullah
❤7👍3
ويا ربّ صلّ وسلّم *
على المصطفى ذي السجايا
رسولك للنّاس طرّا *
وأكــــرمِ كــــلّ البـــــرايـــا ﷺ
على المصطفى ذي السجايا
رسولك للنّاس طرّا *
وأكــــرمِ كــــلّ البـــــرايـــا ﷺ
❤8👍5
Yaadachiisa bareedaa!.
Inshaa allaah guyyoota muraasa booda Dowraa fiqhii hajjii fii Umraa kan eegallu ta'a. Kitaabootaa fii Risaalaalee gaggabaabduu dhimma fiq-hii hajjii fii umraa kan qaraanu ta'a. Namni nu wajjiin eegaluu fedhu qalamaa fii dabtara yaadannoo haa qioheeyfatuu.»
❤6👍3
Yaa rabbi obboleewwan keenya Paakistaan gabbartoota loonii hindoota irratti injifannoo gonfachiisii isaaniif tumsi ol isaan taasisi.»ღ
❤9👍2
Forwarded from HADIISA📚
أذكار النوم .. ورقة ت1.pdf
343.5 KB
Zikriilee hirriiba duraa hin dagatin. Hanga haffazduu waraqaa fuula lamaa kana irraa dubbisaa qara'ii haffazi.
👍6❤1
۞ Sunnaalee halkaniitirra:- Rasuulli ﷺ halkan hunda yeroo bakka hirriiba isaa dhaqe,harka isaa walitti qabeeti " Qul huwallaahu ahad","Qul a3uzu birabbil falaq" fii " Qul a3uuzu birabbinnaas" qara'eetii hancufa haphii qilleensaa waliهn shanacha harka isaa walitti qabe san keesatti tuttuبee ergasii mataa isaatirraa eegalee,fuula isaatii fi qaama isaa kan as garagale hanga danda'een ittiin haxaawwata. yeroo sadii akkana raawwata.ღ۞ البخاري
"Yeroo bakka hirriibaa geeyse Sunnaa tana hin Dagatin"
Jumadal-Ula 4.1446H
👍9
" Namnummaan Muslimaa kamuu kan yeroo rafuuf deemu hadasa xiqqaa fii guddaa irraa qulqulleeyfatee, zikriilee hirriiba duraa qara'ee bule,ergasii kan halkan keessa yeroo hirriibaa dammaqe kheeyrii addunyaa fii aakhiraatirraa rabbi kadhate;RABIIN waan inni kadhate san isaaf kennu malee hin hafu" jedhan Rasuulli ﷺ
akhii eeysuma jirra nuti hadiisa kanarra?
*. Qulqulleeyfadhuu wuduua godhadhuu zikriilee hirriba duraa qara'adhuu rafi. ergasii halkan keeysa yoo dammaqxe kheeyrii addunyaa fii aakhiraatirraa waan feete rabbii kee kadhadhu. akka siif kennamtu waadaan siif seenamee jira. *
ا من مسلمٍ يَبِيتُ على ذِكْرٍ طاهرًا فيَتعارَّ من الليلِ فيسألُ اللهَ خيرًا من الدنيا والآخرةِ إلا أعطاه إياه
الراوي : معاذ بن جبل | المحدث : الألباني | المصدر : صحيح أبي داود
الصفحة أو الرقم: 5042 | خلاصة حكم المحدث : صحيح
التخريج : أخرجه أبو داود (5042)، والنسائي في ((السنن الكبرى)) (10642)، وأحمد (22092) واللفظ لهم، وابن ماجه (3881) باختلاف يسير
.
* Obboleewwan keessaniin ga'aa isaanilleen*
𝖐𝖚𝖓 𝖆𝖑𝖆𝖇𝖊𝖘𝖎𝖗𝖆𝖙𝖎𝖓
August 26,2024gc
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/7449
Telegram
HADIISA📚
" Namnummaan Muslimaa kamuu kan yeroo rafuuf deemu hadasa xiqqaa fii guddaa irraa qulqulleeyfatee, zikriilee hirriiba duraa qara'ee bule,ergasii kan halkan keessa yeroo hirriibaa dammaqe kheeyrii addunyaa fii aakhiraatirraa rabbi kadhate;RABIIN waan inni…
❤8👍2
Asselaamu Aleeykum Warahmatullaahi wabarakaatuhu Obboleewwan har'a darsii seenuun naaf hin mijatuu dhiifama guddaa baarakallaahu fiikum. Rabbiin kheeyrii isin haa waffaqu
❤14👍3
۞- Waa'ee jannataatirraa haasa'uun boba'aa qalbiin ittin gara rabbii ﷻ deemtuudha. Obboleewwan keessanii fii ofii keessaniis jannatarraa yayyaadachiisaa.»ღ
👍16❤1