Telegram Web Link
Darsii Kitab Hajji Fiq'h Al-muyassar irraa daqiiqaalee Muraasa booda eegallaa seenaa baarakallaahu fiikum

https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream
Live stream finished (36 minutes)
Waan ji'aan argattu irraa hangam kitaaba bituuf fayyadamta?

📚
👍13
Dhimma diinii fii duniyaa tee keessatti wanta si fayyadu malee waan biraa hundaaf dantaa dhabi. ilmii shari'aa barachuu kheeyrii addunyaa fii aakhiraa hundaatu kheeysa jira. Rasuullii ﷺ " Nama ilmii shari'aa barbaadaaf karaa seene rabbiin ﷻ ilmii shari'aa barbaaduuf karaa seenuu isaa saniin karaa ittiin gara jannata dhaqu isaaf laaffisa.» jedhan. ilmii shari'aa barachuurraa dantaa hin dhabin. Addatti immoo zamana ilmii barachuu fii barbaaduun akkaan laafe kana keessa ilmii shari'aa barbaaduu irraa hin lallaafin. Yeroo tokko kan isii keessatti lubbuu teenya rabbii wajjiin walitti deebisnuu fii waan inni itti nu ajaje halaalii fii haraam ittiin adda baafannu godhachuurraa Dadhaboo ta'uun hin barbaachisu.»

Zul-Hijjaah 2,1446H
👍124
Abu Ddardaa' Radiyallaahu anhu " aalima tahi yookiin nama ilmii barbaadu tahi yookiin nama ilmii jaalatu tahi yookiin nama ilmii shari'aa jala deemu tahi. Haa ta'uu malee ni halaakamtaa shanaffaa hin ta'in.» Humeeydi Al-Xawiil akkana jedhe " Hasan Al basriidhaaniin " 5ffaan Maali? Jedheen". Innis " Nama bid'aati" jedhe. Abuu Umar Ibn Abdulbarr Rahimahullah " 5ffaan halaakni keessa jiru sun ; ulamaa diinoomfachu,isaan jibbuudha. Namni isaan hin jaalanne dhugumatti isaan jibbee jira. Halaakni kana keessa jira.» jedhe.

‏"
الجامع لبيان العلم وفضله" (ص: ١٥٤، ١٥٩).

Akka haalaa fii diin hubattuuf jecha; qalbiin tee ilmii fii ulamaa'ii waliin akkami? Isaan isaanirraa jirta? Jechuu of fattashi.

Zul-Hijjaah 2,1446H
👍61
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Bukhaariin sahiiha isaa keessatti " Abdullaah ibn Umarii fii Abuu Hureeyraan guyyoota kurna Zul hijjaa keessa gara magaalaa bahaniiti takbiirtaa godhanii namoonnilleen takbiirtaa isaaniitiin takbiirtaa godhu turan". Jechuun gabaasee jira.


Kabbiruu baarakallaahu fiikum. !.

Zul-Hijjaah 2,1446H
14
Darsiin Kitab Hajji Fiq'h Al-muyassar irraa Salaata ishaa'ii booda sa'atii 2:40 irraa eegallee kan itti fufnee qaraanu ta'a inshaa allaah
👍3
Hanga darsiin geeysuu gaaffilee kanneen armaan gadii kana komentuma keessatti deebisaa

1. Hiikkaa hajjii akka shari'aa fii akka lughaatti
2. Arkaana umraa
3. Arkaana hajjii,waajibata hajjii,
4. Miiqaata jechuun maal jechuudha. Bakka meeqatti qoodama isaanii bal'inaan ibsi.
5. Wantoota nama hajjii hidhate irratti dhoorkamoo ta'an barreessi.
6. Hojiilee hajjii keessatti sunnaa ta'an 5 barreessi...


Hanga darsiin eegaltuu daddafaa yaalaa baarakallaahu fiikum
👍64
Live stream started
5
• - الســؤالُ: ما الداء الذي أصاب هذه الأمة وأضعفها مع وجود العلم الصحيح عندها؟

• - قالَ اللهُ ﷻ: ﴿فَمَا ٱخۡتَلَفُواْ حَتَّىٰ جَآءَهُمُ ٱلۡعِلۡمُۚ۝﴾. ســورة يونــس : (٩٣  )

• - قال العلامة عبد الرحمٰن السعدي
• - رَحِمَهُ اللهُ تباركَ وَتَعَاْلَىٰ - :

• - وهذا هو الداء الذي يعرض لأهل الدين الصحيح؛ وهو أن الشيطان إذا أعجزوه أن يطيعوه في ترك الدين بالكلية، سعى في التحريش بينهم وإلقاء العداوة والبغضاء، فحصل من الاختلاف ما هو موجب ذلك، ثم حصل من تضليل بعضهم لبعض وعداوة بعضهم لبعض ما هو قرة عين اللَّعين. وإلا فإذا كان ربهم واحدًا، ورسولهم واحدًا، ودينهم واحدًا، ومصالحهم العامة متفقة؛ فلأي شيء يختلفون اختلافًا يفرق شملهم ويشتت أمرهم ويحل رابطتهم ونظامهم، فيفوت من مصالحهم الدينية والدنيوية ما يفوت، ويموت من دينهم بسبب ذلك ما يموت.

📜【 تفسير السعدي ( ٣٧٣ ) 】
═════ ❁✿❁ ══════
★. Mu'uminni balaa adda addaatiin Qoramaadha. Duaaii gochuun Rabbii isaatti waywaatuun Rabbii isaa gabbaraadha.

- •|🤎
11
*|[ "ati nama jaalattee Wajjiini" Jechuu Rasuulaa ﷺ caalaa Waan tokkoollee kan itti gammadne hin qabnu" . Anas. Yaa Rabbi! Isaa Wajjiin Ollummaa!!

•|💙 💛
👍6
★. Maddi Nama hamachuu fii Walitti Nama Diruu; Diin nama harkatti xiqqaachuudha. Wanti irratti nama kakaasuu immoo haasidummaadha. Namni mu'minaa lubbuu isaa too'ata akka Diinii fii qalbii isaa eeggatuuf jecha. 💛
8👍3
*|[ Wanti akka Ma'asiyaa kan barakhaa haquun kaastu tokkolleen hin jirtu ".
13👍1
2025/07/08 15:37:08
Back to Top
HTML Embed Code: