Telegram Web Link
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from HADIISA📚
۞- Qur'aana haffazuu yaada qabdaa?.»

Hawwii yeroo dheeraa kan kitaaba Allaahaa haffazuuf itti hiixataa turtee haalli yeroo deemtee haffazuu irraa si dhoorkee sun akka milkaa'u ni barbaaddaa?.

✓. Markazni Tanziil nama bakkuma jiru taa'ee qur'aana haffazuu barbaadeef galmee Marsaa 2ffaa karaa Online eegalee jira.

Qur'aana haffazuun isaa waliin jiraachuun hawwii nama hedduu ta'ullee namoota muraasa malee hedduun hawwii kana galmaan hin ga'an. hordoffiin adda ta'e siif godhamaa qajeelfamni siif kennamaa haffazuutu hifzii irratti gargaarsa jabaa siif ta'a. Markazni Tanziil kana siif godhee hayyama rabbiitiin si haffazsiisa.»

✓. Liinkiilee armaan gadiitiin galmaa'uun adeemsa galmee xumuruun bakka hifziitti makamuu dandeessu.

✓. Maqaa keessan guutuu
✓. Bakka jireenyaa
✓. Dhiira moo dhalaa
✓. Qur'aana Suuraa nuur aayat 54-58 qara'uun sagalee waraabuun ergita.
✓. Kaffaltii Qaba.

Karaa Liinkii bootiilee armaan gadiitiin


@MrkazTanzilBot
@MrkazTanzil
@Kunalabesira_bot
📄🖋️. Irra caaltuun,irra guddoon,irra fayyadduu fii irra ol'aantuu jechootaa Jecha TOWHIIDAA kan taate " لَا إِلَــهَ إِلَّا اللّــهُ" dha. 💜🌺.

#NourTweet
Qalbiin muslimtootaa kan dhugaa sanii fii du'aa'iin isaanii gaariin; loltuu hin xiqqeeyfamnee fii waraana hin moo'amneedha.»ღ

ابن تيمية
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
«Yaa muslimtootaa! Osoo isiniifii diin keessan barachuu jidduun addaan hin baafamne dura diin keessan baradhaa!.»ღ
Asselaamu Aleeykum Warahmatullaahi wabarakaatuhu obboleewwan darsii hordofaa turtan boru galgala gara darsii kitaaba duraan qara'aa turre kitaaba Aqiidatu Towhiid Sheikh Salih Al-Fowzaan-hafizahullaah kan itti deebinu ta'a. Darsii haaraa biraas yeroo dhihootti kan eegallu ta'a inshaa allaah. Stay Tuned!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Live stream scheduled for
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
★. Zamana Namoonni Masjiidoota isaanii keessatti halaqaa Uuman kan yaadni waan duniyaa qofa ta'uutu dhufa; Rabbiin ﷻ ummata akkasiittii haajaa hin qabu. Isin isaanii wajjiin hin taa'inaa. ]|*.

حسنه الألباني في إصلاح المساجد ١١٥
★. Silaa Satriin Rabbii ﷻ nurra jiraachuu baattee; Nam-tokkolleen nu bira hin taa'u ture 💜🌺

Sufyan Ibn Uyeynaa Rahimahullaah.
شعب الإيمان للبيهقي 6/290

★. Rabbi! sitrii tee nurraa hin fuudhin
★. Yaa Rabb! Waan nu jaalachiisuu fii nu gammachiisu nuuf kenni. Waan nuuf kennitees nu jaalachiisii kan itti gammadnu nu taasisi.💜🌺
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Obboleewwan keenya kan Gaz*z*aa du'aa'ii teeysaniin hin dagatin. Yaa Rabbi isaaniif tumsi nitniyahoo fii yah*u*udaa zaalima san diigii facaasi dhamaasi dadhabsiisii laaffisi Muslimtoota irra aansi. Allaahumma aamiin.»ღ

✓. Obboleewwan keessanii du'aa'ii teeysaniin hin dagatinaa baarakallaahu fiikum
2025/07/07 12:32:53
Back to Top
HTML Embed Code: