Telegram Web Link
Live stream scheduled for
۞- Dhuguma aayata kana dhaga'aatuma Kitaaba Allaahaa keessatti argaa as geenyee?»ღ

« Kitaabni Allaahaa ﷻ beekumsaa onnee qabbaneeysu kan isii qajeelchuu,kan dhukkuba hedduurraa isii wal'aanee fayyisuu,inumaa waan ruuhii tana milkeessuu fii hoongoorraa isii fageeysuu hedduu lakkaa'amee hin dhumne baay'ee of keessa. Dhugumatti yaadaa fii qajeelcha sammuu ajaa'ibsiisee afaan qabachiisu kan isa boodatti qajeelloo fii akeekni hin hafin hangafa yaadootaa fii qajeelloo hunda walitti qabatee jira. Qur'aanni matummaan isaatuu rahmata,milkii,gammachuu fii qajelloodha. Waan akka kitaaba Allaahaa urgaawuu,bareeduu fii mi'aawu duniyaa kana irratti numa hin agartu. Waaniin qur'aana faarsuu jecha daangaa darbee fii waan qabatama hin taane haasa'aa jiru sitti hin fakkaatin. Rabbiitti siif kakadha! Kuni qabatama qur'aanni qabuudha. Inumaa bareedinaa fii tola haala qur'aana ibsuuf jechoota ittin argadhu anilleen humnaa fiu dandeeytii ittin qabu. Salaftoonni nu dura turan aayata tokko kan sarara tokko hin guunneetu halkan guutuu isa boochisaa bulee ajaa'ibaa ajaa'iba isii fixuu dadhaba. Waan aayaan sun taate galeef. Nutillee hubannaa kitaaba Allaahaa nuuf haa kennu.»

✓. Gorsaa akka kitaaba Allaahaa gonkumaa hin argitu. Rabbiin ﷻ aayata armaan gadii kana keessatti waan hedduu fii gurguddoo dubbate. Amma  guutuu aayata itti dhiisneetuma gara xumura aayataa san yoo deemne; Gorsaa fii qajeelfama guddaa ajaa'ibaatu keessa jira. Aayata kana keessatti rabbiin ﷻ eega akka wanti samii fii dachii keessa jirtu hundi isaaf sujuuda gootu akka isaaf ajajamtee isaan hogganamtee isaaf harka kennitee isaan bultee isaaf butamte dubbateen booda " Wantoota Samii fii dachiilee keessa jiran kana hunda gaddidduun isaanii fedhii isiitiin akka Rabbii isiitiif ganamaa fii galgala sujuuda gootu nutti hime"»

۞- Yaa sayyidii! amma gaaddidduun tee jaalatteeti fedhii isiitiin Rabbiif sujuuda goote isaaf of gad qabdi jechuudha. Haa ta'uu malee akkuma rabbiin ﷻ aayata biraa keessatti nutti hime sujuudni makhluuqa hunda akka isaan malutti nuti hin akkaataa isaa hin beeknu.»

« Dhugumatti namni kan inni salaata keessatti rabbii isaatii sujuuda hin buune gaddidduun isaa rabbiif sujuuda gootu waa kasaaree waa badee waa hoonga'ee"»ღ

✓. Nama sammuun waa yaadduu qabuu fii lubbuu lubbuun jirtu qabuuf aayata kana irraa hangi kun qofti gahaadha. Goggogaan qalbii duddee immoo osoo gaarrii fuuldura isaatti caccabee hurraawee illee hin gorfamu.»

✓. Rabbiin ﷻ haala keenya nuuf haa tolchu. Gorfamtoota nuhaa taasisu.»ღ

https://www.tg-me.com/HadithOfficial/10347

Zul-Hijjaah 23,1446H
HADIISA📚
Photo

Live stream started
Yoo sagaleen hin jiraanne comentii barreessaa
Live stream finished (45 minutes)
Haalli dhiyoo tana deemaa jiru sagantaa wirdii qur'aanaa,zikrii, salaataa fii ibaadaalee biroo irraa isin hin dagin.»

منقول
Waan akka Rasuula ﷺ irratti salawaata buusuu heddummeeysuutiin kan qalbii qulqullooytee xaliiltu,kan qaamni toltuu fii dalagaan tee siif ol fuudhamtu hin jirtu.»ღ

#أحمد_بن_طالب

Zul-Hijjaah 24,1446H
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Har'a Darsiin Aqiidatu Towhiid Sheikh Salih Al-Fowzaan-hafizahullaah hin jirtu. Waanuma torban darbee muraaje'aa godhaa baarakallaahu fiikum
Xumura daqiiqaalee guyyaa jumu'aa keessa jirra. Rabbiin ﷻ hawwii fii muraada keenyaan walitti nuhaa baasu,nuufii haadha fii abbaa keenya,obboleewwan keenya , jaalalleewwan keenya lubbuun jiran hundaaf rabbiin araaramee rahmata haa godhu. Waan sodaannee fii jibbine irraa nuhaa eegu nurraahiis haa eegu. Jireenya ilmii,iimaana,towhiida,sunnaa,tasgabbii,nagaya,fayyaa fii barakaan guutame nuhaa jiraachisu.»

Aamiin
Live stream started
2025/07/06 06:10:05
Back to Top
HTML Embed Code: