Boru guyyaan khamisa jalqabaa ji'a muharrami. Rasuullii ﷺ " irra caalaan soommanaa eega soommana ji'a ramadaanaati soommana ji'a Muharrami" jedhan. Muslimtu gabaase.»
Muharram 1,1447H
❤16👍3
Nama aqiidaan,manhaja,yaadaa fii adabni isaa laaqamaa fii badaa ta'eef share gochuun itti nama waamuun akkaawuntii tee boordii beeksisaa fii piroomooshinii hin taasisiniif. namni sunnaa gamni waa hubatu of eeggata. waan possatu,waan share,like,follow,join fii forwardi godhu keessattillee of eeggata deema. Addatti namoota fujuurummaa,fisqummaa,bid'aa,shirkiyyaataa,naamusa dhabeeysummaa,gowwummaa,dayyuusummaa fii khuraafaata tamsaasaniif piroomootera hin ta'in. »
Muharram 1,1447H
❤3
Nabiyyiin tokkolleen cinqateetuma Rabbii isaa qulqulleessuun tasbiiha godhaa rabbii isaatirra dirmachuu barbaadu malee hin hafne. Yeroo bal'oo fii yeroo rakkoo fii cinqiitillee tasbiiha irraa baay'ifadhaa.»ღ
Abdullah ibn Mas'uud-Radiyallaahu anhu.
الجواب الكافي
Abdullah ibn Mas'uud-Radiyallaahu anhu.
الجواب الكافي
Muharram 1,1447H
❤6
۞- Guyyatti hasanaa 1000 dalagachuun isinitti ulfaataa?.»ღ
عن سعد بن أبي وقاص رضي الله عنه، قال : كنا عند رسول الله ﷺ ، فقال : " أيعجز أحدكم أن يكسب كل يوم ألف حسنة ؟ " فسأله سائل من جلسائه : كيف يكسب أحدنا ألف حسنة ؟ قال : " يسبح مئة تسبيحة، فيكتب له ألف حسنة، أو يحط عنه ألف خطيئة ". مسلم
Muharram 1,1447H
❤4
۞- Karoora Waggaa Kitaaba Allaahaatii wajjiin ( Qara'uu). »
• guyyaa hunda qur'aana irraa fuula 10 qara'uu yoo of qabsiistee addaan muruu baatte waggatti yeroo 6 qur'aana khattamta.
• guyyaa hunda qur'aana irraa fuula 20 qara'uu yoo of qabsiistee addaan muruu baatte waggatti yeroo 12 khattamta.
• guyyatti hunda qur'aana irraa fuula 30 qara'uu yoo of qabsiistee addaan muruu baatte waggatti yeroo 18 khattamta.
• guyyaa hunda qur'aana irraa fuula 40 qara'uu yoo of qabsiistee addaan muruu baatte waggatti yeroo 24 khattamta.
• namni akka salaftoonni torbaanitti khattaman sanitti ( فمي بشزق) khattame waggatti yeroo 48 khattama.»
• namni kanaa ol dabale sun nuurun alaa nuur. Rabbiitu kheeyrii guddoo isa waffaqe. Sabaata haa kennuuf.»
✓. Irra haqa godhataa fii irra jabaan wanti ati irratti karoora baafachuu qabduu keessa tokko kitaaba allaahaati.»ღ
#KarooraDhunfaa1447H
https://www.tg-me.com/HadithOfficial/10395

❤6👍2
۞- Kitaaba sahiiha Bukhaariitii fii sahiiha Muslim walitti qabatu irraa osoo guyyatti fuula 25 osoo qaraatee waggatti yeroo 10 irra deddeebitee qaraata. Kunimmoo hadiisoota sahiiheeynii kan eega kitaaba Allaahaatii irra sahiiha kitaaba ta'e salphumatti akka qalbiirra fidattuuf si gargaara.»ღ
#KarooraDhunfaa1447H
✓. Karoora akkanaa kana lubbuu tee qabsiisi. Kheeyrii guddoo kanarraa agabsitee bira hin taa'in.
#KarooraDhunfaa1447H
✓. Karoora akkanaa kana lubbuu tee qabsiisi. Kheeyrii guddoo kanarraa agabsitee bira hin taa'in.
Muharram 1,1447H
❤5👍1
Manneen Zamana khanaa mana guddisaa tarbiyaa ta'uuf osoo hin taane; hoteela ilmaanii fii warra manaa itti furdisuuf baname fakkaata ]|*👌
Sheikh Rasln hafizahullah.
Jijjiiraa xiqqoo wajjiin
https://www.facebook.com/100075846456047/posts/502902402247971/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v
Sheikh Rasln hafizahullah.
Jijjiiraa xiqqoo wajjiin
https://www.facebook.com/100075846456047/posts/502902402247971/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v
Facebook
Kun Alabesira
★*|[ Manneen Zamana khanaa mana guddisaa tarbiyaa ta'uuf osoo hin taane; hoteela ilmaanii fii warra manaa itti furdisuuf baname fakkaata ]|*👌
Sheikh Rasln hafizahullah.
Jijjiiraa xiqqoo wajjiin
Sheikh Rasln hafizahullah.
Jijjiiraa xiqqoo wajjiin
Rasuula ﷺ jiruun isaa jireenya ummataa, da'waa gaggeeysuu,karaa jiruu sirrii bocuu fii adeemsa sirrii kan towhiidaan eegalamee towhiidaan goolabamu barsiisuu turte.»ღ
اللَّهُمَّ صَلِّ علَى مُحَمَّدٍ وعلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كما صَلَّيْتَ علَى إبْرَاهِيمَ، وعلَى آلِ إبْرَاهِيمَ، إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ، اللَّهُمَّ بَارِكْ علَى مُحَمَّدٍ وعلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كما بَارَكْتَ علَى إبْرَاهِيمَ، وعلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ.
Muharram 2,1447H
❤15
Asselaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Har'a galgala Salaata Maghriibaa booda Kitaaba Aqiidatut-Ttowhiid itti fufnee qaraana inshaa allaah
Har'a galgala Salaata Maghriibaa booda Kitaaba Aqiidatut-Ttowhiid itti fufnee qaraana inshaa allaah
👍6❤1
Wanti ofirraa beektan sun harka ol fuutanii rabbii keessanitti waywaatuurraa isin hin dhoorkin. Rabbii keessan kadhadhaa. Wawallaahi inni isin kadhattan arjaa akkaan kennaa fii akkaan garboota isaatiif rahmta godhaadha.»ღ
❤3
Forwarded from HADIISA📚
Yaa Qowmi! Sa'atiin xumura asrii guyyaa jumu'aa sun kinoo as garagalte. Ofii kee,haadhaa fii abbaa kee,obbolewwan kee,obboleettiiwwan kee,haadha manaa kee,firoota kee,hiriyyoota kee,jaalalleewwan kee,ilmaan keetii fii muslimtoota hundaaf Rabbii kee kadhachuu irraa bakhiilaa waakkataa hin ta'in. Du'aa'ii ati gooteefiin obboleessa keetirraa rabbiin rakkoo hiikee isa furee isa gammachiisuun haaja isaa isaaf baasuun si hin gammachiisuu?. Obboleessi kee waggaa meeqa dhukkubsatee siree dhukkubaatirra ciisu sababa du'aa'ii keetiitiin fayyee qulqullaa'ee gammadee kolfee alhamdulillaah jechuun rabbii isaatiif gala galchuun si hin gammachiisuu?. Allaaha Allaaha yaa ikhwataah ofii keenyaa fii obboleewwan keenyaaf du'aa'ii gochuu keessatti jajjabaachuu keessatti. Rabbiin ﷻ haajaa teenyaa fii kan obboleewwan keenyatillee nuuf haa baasu. Du'aa'ii teeysan isinirraa haa qeebalu. »ღ
Zul-Qa'dah 3,1446H
❤13
Seenaa baarakallaahu fiikum
Liinkii tanaan👇
https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream=7cbbcc30191268f7be
Liinkii tanaan👇
https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream=7cbbcc30191268f7be
❤3