Telegram Web Link
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Sagantaan keenyaa har'a guyyaa 2ffaa itti fufee kan gaggeeffamu ta'a.

Salaata maghriibaa booda Kitaaba Aqiidatut-Ttowhiid Darsii 2ffaa.

Salaata Ishaa'ii boodaa sa'atii 2:40 irraa eegalee kitaaba Salaasatul Osool Darsii 2ffaa.

Yeroon argamaa baarakallaahu fiikum

https://www.tg-me.com/HadithOfficial/10465
Live stream scheduled for
Guyyaan jumu'aa guyyaa garbichi Rabbii isaatii wajjiin waadaa fii ahdii haaroomfatu,kan keessaa fii gubbaa isaa itti bareeffatu,kan haajaa isaa itti himachuuf jecha rabbii isaatii waliin maqoo bahuun waan jaalatuu kadhachaa nama jaalatuufiis kadhatuudha. Guyyaa jumu'aa keessan akka guyyoota biraa hin taasisinaa. Kheeyrii guyyichaa rabbiin ๏ทป isa keessa kaa'e of hin dabarsinaa.ยปแƒฆ

#ุชุบุฑูŠุฏ_ุงู„ุนุตูŠู…ูŠ

Muharram 9,1447H
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ยซ Towhiidaan maletti hayaatni gatii fii qiimaa hin qabuยปแƒฆ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Salaata Maghriibaa booda Kitaaba Aqiidatut-Ttowhiid eda jalqabame darsii 2ffaatu itti fufa
Live stream started
Seenaa baarakallaahu fiikum yeroon geeyse
Live stream finished (54 minutes)
Salaata ishaa'ii booda sa'atii 2:40 irraa eegalee kitaaba usuul salaasa kan jalqabnu ta'a Insha Allah.

Yeroon argamaa baarakallaahu fiikum
Live stream started
Yeroon Usuulu salaasaa Darsii 2ffaa guyyaa 2ffaa g'aa jirtii seenaa baarakallaahu fiikum

Liinkii ittiin seenan
https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream
SalasatAl-Usuul osaimi 1.pdf
2.1 MB
Salasat Al-Usuul Wa adillatuhaa
2025/07/05 15:44:31
Back to Top
HTML Embed Code: