Guyyaan jumu'aa guyyaa garbichi Rabbii isaatii wajjiin waadaa fii ahdii haaroomfatu,kan keessaa fii gubbaa isaa itti bareeffatu,kan haajaa isaa itti himachuuf jecha rabbii isaatii waliin maqoo bahuun waan jaalatuu kadhachaa nama jaalatuufiis kadhatuudha. Guyyaa jumu'aa keessan akka guyyoota biraa hin taasisinaa. Kheeyrii guyyichaa rabbiin ๏ทป isa keessa kaa'e of hin dabarsinaa.ยปแฆ
#ุชุบุฑูุฏ_ุงูุนุตูู ู
Muharram 9,1447H
#ุชุบุฑูุฏ_ุงูุนุตูู ู
Muharram 9,1447H
โค3
ยซ Fajrii guyyaa jumu'aa imaamni ยซ ู
ูุชููููุฆูููู ูููููุง ุนูููู ุงููุฃูุฑูุงุฆููู ยป qara'a. Salaata jumu'aa guyyaa sanii keessa ยซ { ููู ุฌููููุฉู ุนูุงููููุฉู } ยป qara'a. Suuratul kahfi keessa ยซ { ุฃููููุฆููู ููููู
ู ุฌููููุงุชู ุนูุฏููู ุช ยป. Bifti jannataa hedduu nama hawwisiisti. Waa'ee isii dhaga'uun qalbii gammachiisteeti du'aa'ii asrii guyyaa jumu'aa keessatti " Yaa Rabbi dhaaltoota jannataa na taasisi" jechuun rabbitti na waywaachisti.ยปแฆ
{ ููุงุฌูุนูููููู ู ููู ููุฑูุซูุฉู ุฌููููุฉู ุงููููุนููู ู }
[ุณููุฑูุฉู ุงูุดููุนูุฑูุงุกู: ูจูฅ]
{ ููุงุฌูุนูููููู ู ููู ููุฑูุซูุฉู ุฌููููุฉู ุงููููุนููู ู }
[ุณููุฑูุฉู ุงูุดููุนูุฑูุงุกู: ูจูฅ]
Muharram 9,1447H
โค5
Yeroon yeroo xumura guyyaa jumu'aati haajaa teeysan guddoo jettanii yaaddan san Rabbii keessan guddaa arjaa san irra fidaa isa kadhadhaa itti waywaattadhaa. Wawwallaahi! Hawwii fii kadhaa teeysan guddoo san isa malee kan isiniif argamsiisuu fii dhugoomsu hin jiru. Isa kadhachuu fii isatti waywaattachuurraa dadhabaa hin ta'inaa. Barakaa fii imimmaan oowwaa qalbii qabbaneeysu sanirraa ruuhii teeysan dheebeeysitanii hin agabsinaa.ยป
โ. Yaa Sayyidii yaa Mowlaaya!waan hawwinee yaadnee fii nuti walitti nu baasi. nuuf mijeeysi yaa rabbi!.
โ. Yaa Sayyidii yaa Mowlaaya!waan hawwinee yaadnee fii nuti walitti nu baasi. nuuf mijeeysi yaa rabbi!.
Muharram 9,1447H
โค3๐3
Salaata ishaa'ii booda sa'atii 2:40 irraa eegalee kitaaba usuul salaasa kan jalqabnu ta'a Insha Allah.
Yeroon argamaa baarakallaahu fiikum
Yeroon argamaa baarakallaahu fiikum
Yeroon Usuulu salaasaa Darsii 2ffaa guyyaa 2ffaa g'aa jirtii seenaa baarakallaahu fiikum
Liinkii ittiin seenan
https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream
Liinkii ittiin seenan
https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream
Telegram
HADIISA๐
Yaadaaf
https://www.tg-me.com/KunAlabesira_bot
https://www.tg-me.com/KunAlabesira_bot
Yoo xiqqaate guyyaa boruu Muharram 10ffaa soomanuu of jala hin dabarsinaa obboleewwan!
โ. Namni danda'e immoo guyyaa 11ffaa yookiin Dilbata itti dabalatuu danda'a. Isaatu irra bareedaadha.
โ. Namni danda'e ammas Guyyaa 12ffaa gaaaf wiixataa ( isniinaa) soomuu danda'u soomana guyyaa isniinaa itti niyyaachuun.
โ. Ammas namni barbaade itti fufee guyyoota goobanaa ( ayyaamal biid) kan jedhaman guyyaa 13,14,15 ( kibxata irraa kaasee) soomuu danda'a
โ. Inumaa namni danda'ate ji'a muharram kana osoo hanga jafe guutuu soommanee hedduu jaalatamaadha. Rasuullii ๏ทบ " irra caalaan soommanaa eega soommana ramadaanaatii soommana ji'a Muharrami" jedhan.

Muharram 10,1447H
โค22๐6
Namni kaleessa Muharram 9 soommane har'aa fii borullee itti fufee soomuu danda'a.
โค11
Darsiin kitaaba itti aanuu sa'atii 3:20 irraa eegala inshaa allaah. Obboleewwan hedduun har'a soommanatti waan turaniif
โค9