Telegram Web Link
ā¤2
Live stream finished (1 hour)
Live stream scheduled for
Darsiin Salaasatul Usool sa'atii 3: 20 eegalam
Ūž- Qur'aana haffazuu yaada qabdaa?.Ā»

Hawwii yeroo dheeraa kan kitaaba Allaahaa haffazuuf itti hiixataa turtee haalli yeroo deemtee haffazuu irraa si dhoorkee sun akka milkaa'u ni barbaaddaa?.

āœ“. Markazni Tanziil nama bakkuma jiru taa'ee qur'aana haffazuu barbaadeef galmee Marsaa 2ffaa karaa Online eegalee jira.

Qur'aana haffazuun isaa waliin jiraachuun hawwii nama hedduu ta'ullee namoota muraasa malee hedduun hawwii kana galmaan hin ga'an. hordoffiin adda ta'e siif godhamaa qajeelfamni siif kennamaa haffazuutu hifzii irratti gargaarsa jabaa siif ta'a. Markazni Tanziil kana siif godhee hayyama rabbiitiin si haffazsiisa.Ā»

āœ“. Liinkiilee armaan gadiitiin galmaa'uun adeemsa galmee xumuruun bakka hifziitti makamuu dandeessu.

āœ“. Maqaa keessan guutuu
āœ“. Bakka jireenyaa
āœ“. Dhiira moo dhalaa
āœ“. Qur'aana Suuraa nuur aayat 54-58 qara'uun sagalee waraabuun ergita.
āœ“. Kaffaltii Qaba.

Karaa Liinkii bootiilee armaan gadiitiin


@MarkazTanzilBot
@MrkazTanzil
@Kunalabesira_bot
ā¤6šŸ‘6
Forwarded from HADIISAšŸ“š
SalasatAl-Usuul osaimi 1.pdf
2.1 MB
Salasat Al-Usuul Wa adillatuhaa
Live stream scheduled for
Salaata Maghriibaa booda Kitaaba Aqiidatut-Ttowhiid bifa gaaffii fii deebiitiin Sheikh Abdulaziz Muhammad Sha'laan qopheeyse itti fufamee baratama
šŸ‘6
Live stream finished (59 minutes)
Darsiileen waraabamte hundi asirra kaa'amti

https://www.tg-me.com/DrsHADIISA/437
Darsiin kitaaba itti aanuu Salaasatul Usool sa'atii 3:20 irraa eegalam
šŸ‘1
Live stream scheduled for
من Ų“Ų±Ų­ ثلاثة Ų§Ł„Ų£ŲµŁˆŁ„ Ł„Ų“ŁŠŲ®Ł†Ų§ Ų§Ł„Ų“ŁŠŲ® صالح Ų³Ł†ŲÆŁŠ
ā¤3
Live stream started
2025/07/12 17:30:49
Back to Top
HTML Embed Code: