Telegram Web Link
Yaa Sayyidii! Yaa Mowlaaya! Dila ni'imaa teetii nurratti dhanglaaftee nu badhaafte tan beeynuu fii tan hin beeyne ta mulattuu fii tan hin mul'anne hundi si qofarraa akka nuuf taate amanaa bariisifanne. "Allaahumma maa asbaha bii min-ni'matin ow bi ahadin min khalqika faminka wahdaka laa shariika laka. Falakal hamdu walakashukru"ღ💜

Jumadal-Ula 15,1446H
8👍2
Diliileen summii qalbiileeti. Osoo xiqqoollee taatee summiin gariin abbicha ajjeesuu dandeeysi. Namni dilaaye haa towbatuu. Towbaatu antiidoot fayyisaa fii dawaa gahaa isii kan ittiin summiin kaafamtuufii wal'aanamtuudha.»ღ

Sheikhunal Osaimi Hafizahullaah

Shawal 17,1446H
👍6
Hundeen dilii dalaguu garbootaa dhimma lama irraa dhufti; makhluuqarra waa barbaaduuf jecha isaaniif qalbii isaa garboomsuu fii injifatee isaanirratti ol tahuu jaalachuudha. Kan jalqabaa agarsiifachuu yoo ta'u inni khaan boona. Ibaadaa rabbiif ﷻ qulqulleeysuu fii waan inni jaalatu irratti isaan gargaarsifachuun namarraa deebifamu. Kanaani qalbii isaa laalcha makhluuqaa irraa of qulqulleeysee garaagarummaa isaa fii makhluuqa jidduu jirtuun dagamuurraa of baasa.»ღ

Sheikhunal Osaimi Hafizahullaah

Shawal 18,1446H
👍9😢5
من أروع ما قرأت اليوم


•قال حذيفة بن اليمان-رضي الله عنهما-: كان عبد الله بن مسعود يُشَبَّه بالنبي صلى الله عليه وسلم في هَدْيِه ودَلِّه وسَمْتِه.
•وكان علقمة يُشَبَّه بعبد الله في هَدْيه ودَلِّه وسَمْتِه.
•وكان إبراهيم يُشَبَّه بعلقمة في هَدْيه ودَلِّه وسَمْتِه.
•وكان منصور يُشَبَّه بإبراهيم في هَدْيه ودَلِّه وسَمْتِه.
•وكان سفيان يُشَبَّه بمنصور في هَدْيه ودَلِّه وسَمْتِه.
•وكان وكيع يُشَبَّه بسفيان في هَدْيه ودَلِّه وسَمْتِه.
•وكان أحمد بن حنبل ‌يُشَبَّه ‌بوكيع ‌في ‌هَدْيه ‌ودَلِّه ‌وسَمْتِه.

جامع المسائل، ابن تيمية (8/ 214).
10👍1
«Waan bakka hin buufamne of hin dabarsin.»ღ

Masaa'al kheyri 💜
31👍10
« Namni tokko si bira hin kutu,atilleen nam-tokko bira hin kuttu. Hundi akka isaaf qaddarametti deema.»
👍455
Guyyaan jumu'aa salaatni kee nabiyyi keetiirra akka fidamu,hawwii fii kadhaan tee sa'aa qeebaltii san gaxxamuu malti jechuu nutti himuuf dhufe. Daqiiqaalee guyyichaa Salaataa heddummeeysuun jirkaa du'aa'ii keetii roobsaa yeroo qeebaltii eeggachuun dabarsi.»💜

اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
👍1611
Shuufuu yaa baniin! yeroo jalqabaatiif allaamaa,aalima guddaa matnii aqiidaa tokkollee hin qara'in (Risaalaa ibn baaz tokko malee) agarree dhageenye. zamanni kan akkanaa kun keessatti allaamaa ta'e lazamanu suu'in.»


shawal 19,1446H
😢2
۞- ilaalchi gadi-galoo fii hamaan dhiyoo kana deddeemuu ture kan kitaaboota aqiidaatii fii hubannaa salaftootaatirraa dantaa nama dhabsiisu sun hedduu balaa fii khaxiira. Yaadni gadi-galoon akkanaa dafee yoo hin wallaanaminii fii deebiin quubsaan itti kennamee tortorri isaan duuba ilaalcha akkanaatti oofan yoo hin saaxilamin; hamaa guddaa fii balaa hamtuutu sodaatama.»

Shawal 29,1446H
😢7👍1
۞-Karaan ittiin Rabbitti ﷻ gahanii fii ittiin sunnaa hordofuudhatti bahan kami?»


https://www.tg-me.com/HadithOfficial/9679
2
1
وإنّي مُقر بفقري
إليك فذاك غنايا

فكن ردء عبد ذليل
لتدفع عنه البلايا
👍3
Namni gosa barnootaa isaa malee haasa'e ajaa'iba guuree dhufa. Kitaaba Allaahaatii miti dubbiin namaatuu duraa ( السوابق) fii booda (اللواحق) ilaalamteeti kan hiikkaan itti kennamu. adeemsa rageeyfannaa Ragaalee qur'aanaa fii sunnaa osoo hin hubatin, hanguma himan sanuu bakkaa fii nama irraa fudhatan bakka itti irkisan osoo hin qabaatin akka ofii irraa suufanii fii dhandhamanatti kitaaba Allaahaa hiikuun itti fayyadamuuf deemuun boollaa hamtuu keessa ofii fii nama buusuu malti. Inni namni tokko viidiyoon isaa har'a olii fii gad deemtu waanuma akkanaati. من تحدث في غير فنه أتى بالعجائب. Namni ni dogongora gaafa dogongorichi ifaa namaaf godhamu dogongoricha irraa deebi'uun ulfina. ittuma cichanii dogongoricha tabriira godhuuf yookiin sirrii ta'uu gad jabeeysuuf oliif gadi wixxifachuun wallaalummaa,dagamtummaa fii oftuulummaa nam-sanii dirree duraa baaseeti boolla biraa keessa isa buusa. hunda keenya rabbiin haqa nuhaa qunnamsiisu,gara haqaatti deebi'uu irratti nuhaa jagnoomsu.
14👍5
ليس_الغريب_للإمام_زين_العابدين_علي_بن_الحسن.pdf
99.4 KB
قصيدة ليس الغريب
- Leysal Ghariib
Pdf Kitaabichaa
1
Live stream scheduled for
Ulamoota caalaa darasaa abboottii qabeenyaa homaa beekumsa hin qabne guddistu oomishuurraa of eeggannoo haa goonuu.»ღ
Live stream scheduled for
Galgala Salaata Maghriibaa booda Risaalaa
" Leeys Al Ghariibu 02"


Salaata ishaa'ii booda sa'atii 2:30 irraa eegalee Kitaaba
Aqiidatut-Ttowhiid Sheikh Al Fowzaan 02


Itti fufnee kan qaraanu ta'a inshaa allaah.

https://www.tg-me.com/HadithOfficial?livestream=6ad1ce97a6c666cd60
👍2🤣1
2025/07/14 21:32:43
Back to Top
HTML Embed Code: